🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹Baga Gesaan.
#Fannoo jechun afani Ibrayisxitin (ΧœΦ·Χ’Φ²Χ‘ΦΉΦ‘Χ¨) Labori jedhama  Afani Girikitin immo ( #σταυρῷ) staurowsi) jedhama
➊.Farfannaa 60:4
Akka isaan Futtisa  jalaa gara isaatti baqataniif,
ati warra si sodataniif #mallattoo kenniterta.
βž‹.1.Tasalonqe 4:8
#Namni_gorsa kana tuffatu Waaqa Afuura isaa Qulqulluu isinii kennu sana #tuffata malee nama hin tuffatu.
➌.Isayaas 7:11
#Qilee akka malee gad fagoo keessatti yookaan #samii akka malee ol fagoo keessatti, Waaqayon Waaqa kee #mallattoo gafadhu.
➍.Qolasiyas 1:20
dhiiga isaa kan #fannoo irratti dhangalaΚΌe sanaanis nagaa buusuudhaan waan #lafa irra jiru yookan waan #samii keessa jiru hunda karaa isatiin ofitti ararseeraatii
➎.Galatiya 6:14
#Fannoo Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan ittiin addunyan naaf fannifame, kan anis ittiin addunyaf fannifame sana male waan biratiin of jajun narraa haa fagatu
𝙛𝙖𝙣𝙣𝙀𝙀 π™Ÿπ™šπ™™π™π™š π™₯𝙝𝙖𝙬π™ͺ𝙑𝙀𝙨 π™’π™–π™‘π™š π™ π™žπ™§π™žπ™¨π™©π™€π™¨ π™π™žπ™£ π™Ÿπ™šπ™£π™£π™š.
πš–πšžπš”πšŠ πšπšŠπš—πš—πš˜πš˜ πšœπšŠπš—πšŠπšπšž πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πšœ πš›πšŽπšŽ πšŠπš–πš–πšŠβ“
πš•πšŠπš”πš”πš’ πšπšŠπš—πš—πš˜ πšπš’ πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πšœ πšπš˜πš”πš”πš˜ πš–πš’πšπš’βŒ

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha