🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Kutaa-95_ffaa itti fufa.
➧hoji-Duka-Buota 13:1-2
mana kiristanna Anxokiyaa keessa #raajonnii fi #barsiisonni jiru turan; isaanis Barnaabaas, SimiΚΌoon isa Gurraacha jedhamu, Luukiyos isa biyya Qareenaa, Maanaayin isa Heroodis bulchaa koonyaa taΚΌee wajjin baratee fi SaaΚΌol turan.  Isaan utuma #Goofta #tajaajilaa fi #soomaa jiranii #hafuurri qulqulluun, β€œBarnaabaasii fi SaaΚΌoliin adda naaf baasaa; #ani_hojii tokko akka naaf hojjetan isaan filadheera” jedhe
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➧,#sooma gaarii isiniif Haata’u

πŸ…° gara Telegraama kootaπŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha