๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ #kutaa_3_ffaa
โœKiristoos xalayaa
Du'a balleessee jira
Kunis dinna balleesse
โœ Qol 2:12-15๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰isin #cuuphaa
isaatiin isaa wajjin awwaalamtanii turtan
walitti dhufeenya
isaa wajjin qabdaniinis
amantii humna Waaqa isa
duaa isa kaase sanaa
irratti qabdaniin isaa
wajjin duaa kaataniittu

Kana malees isin
sababii
#cubbuu keessaniitiin, akkasumas foon
keessan dhaqna
waan hin qabamneef
duutanii kan turtan taus, Waaqayyo isaa wajjin
jiraataa isin godheera.

๐Ÿ‘‰ #Balleessaa keenya
hundas gaarummaadhaan
nuuf dhiiseera

๐Ÿ‘‰akkasumas #seera
#harkaan_barreeffamef
isa labsiiwwan
qabatee fi nu mormu sana
#haqeera

fannoo irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa kaaseera
#Kanaanis mootummootaa fi
abbootii taayitaa boojiee qullaatti hambisuudhaan
#hiriira injifannootiin geggeessee uummatatti
isaan mulise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
kan taboota immoo
โ—ˆ ser.lakkoofsa 10:33-36๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰isareloonni gaara
Waaqayyo irraa kaanii
adeemsa #guyyaa sadii
deemuu jalqaban
#Taabonnik kakuu
Waaqayyo iddoo #boqonnaa isaaniif barbaaduuf
adeemsa guyyaa sadii
isaan dura deeme

๐Ÿ‘‰Yeroo isaan buufaticha keessaa baanii deemuu jalqabanitti #duumessi
Waaqayyo guyyaa
guyyaa isaan gararraa
ni taa ture.

โœYeroo #Taabotichi
sochou hundumaatti
#Museen "#Yaa Waaqayyo
kai, #diinonni kee haa
#bittinnaaan
#warri si #jibbanis
si duraa haa baqatanโ€
jedha ture.

๐Ÿ‘‰Yommuu Taabotichi
boqotu immoo, โ€œYaa waqayyo
gara Israaelota #kumaatama ta'an warra lakkaaamuu
hin dandeenyetti
deebiiโ€ jedha ture
โœkan jechuun Taaboni
Akkamiti harka diinaa
Keessa isin olche ni ibsa

โ—ˆakkuma Kiristoos
Dalla du'a digee
Taabooni Waaqayyo
Dalla iyarikoo ni
Baleesse
โœ Ibroota 11:30๐Ÿ‘‡
Sabichi guyyaa #torbaaf
erga itti #naannaee booda dallaan iYerikoo
amantiidhaan jige.
โœ kitaaba Iyyaasuus 6:1-5๐Ÿ‘‡
IYerikoon dalla akka
gaariitti cufamtee
waan turteef eenyu illee
ishii keessaa bauus tae
ishiitti seenuu hin
dandau ture.kanafuu
Israa'eloni Itti seenu
hin dandeenye

๐Ÿ‘‰Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedheโ€œKunoo, ani iYerikoo, mootii ishii fi loltoota
ishii warra jajjaboo harka
keetti dabarsee kenneera Dhiironni loltoota
taatan hundi sia tokko magaalattiitti #marsaa naannaaa. Guyyaa ja'aaf
akkana godhaa
#Luboonni torbas
xurumbaa #torba qabatanii
Taaboticha dura akka
buan godhaa
๐Ÿ‘‰Guyyaa #torbaffaatti
garuu, sia torba
magaalattiitti marsaatii naannaaa; luboonnis
xurumbaa sana haa
afuufan
#Xurumbaan sun yeroo
afuufamutti, sagalee
xurumbaa sanaa akkuma dhageessaniin,
guutummaan sabichaa guddisee iyya waraanaa
haa dhageessisu
Achiis #dallaan magaalattii
ni #jiga;e namoonni
sunis ol baanii,
tokkoon tokkoon isaanii kallattiidhaan gara
fuulduraatti ni qajeelu
โ—ˆ kanafuu Tabooni
Dalla akkuma dige
Kiristoos dalla du'a
Nuura dige jira
โ—ˆyeroo cuuphaa xurumbaa
Ni afuufama yoo, argitee
Jirate. Sababiin isaa isuma
Kan Ture

๐Ÿ‘‰Walii fakkeenyi Taaboota
Fi Kiristoos hedduun jira
โžขsababa Kanaafi
Taabooni fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf gara lagaati
Bahaa inni jedhamee isuma
Kan Ture.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
xumuree jira
-yaanni hedduun jira
Garuu ammafi ni gahaa
--------------------------------
Nagaa Waaqayyo
Hunduma keessaniif
Haataโ€™u
------------------------------
โžก๏ธ๐ŸŒนkutaa+39 ffยชยช ๐ŸŒธ๐ŸŒธ

๐Ÿชต Gaaffii fi Deebii๐Ÿ‘ˆ

๐ŸšMuslimoota๐Ÿš

1=โœYohaannis 10:34-35
Iyyaasus(kiristoos)
akkana jedhee isaaniif deebise: โ€œ
#Seera
keessan keessatti โ€˜Ani โ€œIsin
#waaqayyolii dhaโ€ jedheeraโ€™ jedhamee hin
#barreeffamnee ree?
inni warra dubbiin Waaqayyoo mormu โ€˜waaqayyoliiโ€™ jedhee kan waamuu fi Kitaabni Qulqulluun immoo kan
hin diigamne erga taee,
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
๐Ÿค Gaaffii isaanii iddoo kana irratti
๐Ÿ“jecha
#seera jedhu fi Waaqayyolii jedhu irratti ta'a.
1=jecha
#Waaqayyolii jedhu #Daawit dubbate malee #Musee miti jedhuu " sababii kitaaba seera kan jedhamee kani Musee turee wani taโ€™ef jedhuu.

๐ŸคFar_Daawit 82:6_7๐Ÿ‘Œ
Ani akkana nan jedhe: isin
#waaqayyolii dha,
Hundi keessanis ilmaan Isa Hundaa Olii ti.
Taus akkuma
#namootaatti
ni duutu; Akkuma bulchaa kamii iyyuus ni kuftu!โ€™โ€
๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†
kanafuu Jechi kuni kitaaba Daawit keessatti argama malee kitaaba Musee keessatti hin argamuu.

1=โœ kanafuu kani Dogoggoree Dubbate Kiristoos dha moo...โ“โ“
2=โœ yookiin immoo Yohaannis yeroo barressu Dogoggoree jedhuu...โ“โ“
๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ

โžก๏ธ Deebi keenya
1=Kiristoos hin dogoggore
2=Yohaannis hin Dogoggoree kan jedhu ta'a.

๐Ÿ“™Ragaa kitaaba Qulqulluu

๐ŸŒธ Daawiti jecha kana eessa fudhee dubbate gaaffii jedhuu beekuu qabna.

Daawit kitaaba Farfannaa
booqona 82:6_7 irraa kan jiru kitaaba Musee irraa
#fudhatee. dubbate kanafuu, Waaqayyoli kan jedhamee namoota turee isaan keessa tokko Musee turee.

โ™ˆ๏ธ=โœ
seera Bau 7:1
Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe: โ€œilaa,
ani
#Faraooniif akka #Waaqaa si godheera; obboleessi kee Aaronis raajii kee ni taa.
(แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แˆ™แˆดแŠ• แŠ แˆˆแ‹แกโ€” แŠฅแ‹ญแฅ แŠฅแŠ” แˆˆแˆแˆญแ‹–แŠ•
#แŠ แˆแˆ‹แŠญ แŠ แ‹ตแˆญแŒŒแˆƒแˆˆแˆแค แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆแˆ…แˆ แŠ แˆฎแŠ• แŠแ‰ขแ‹ญ แ‹ญแˆ†แŠ•แˆแˆƒแˆแข((แ‹˜แŒธแŠ แ‰ต 7:1)
โ–ฌโ–ฌ **
โž kanafuu Jechi Waaqayyolii jechuu jalqabaa kitaaba Musee isaa kitaaba
seera keessa erga jiratee.
๐Ÿ”” Kiristoos kitaaba
seera jedhee yoo,dubbate dogoggora mitii kuni Dhugaadha malee.

๐Ÿ”ด Yohaannis illee hin dogoggore Jechi sunii kitaaba Musee keessa jira wanii taโ€™ef.

๐Ÿ…ฑ kanafuu
#Daawiti ofii isaa iyyuu kitaaba Musee keessa fudhatee dubatee malee gara bira eessa fidee ree...โ“โ“
โžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธ
๐ŸŒนlakki yoo, jedhanii immoo Daawiti eessaa fidee dubbatee jenne gaafii isaan gaafana..๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
========//========
โžก๏ธ Ragaa lammaffaa immoo
Kitaabni hundi kani Waaqayyo wanii taโ€™ef,
rakkoo hin qabuu
maalif yoo jedhamee Kitaabni Musee fi Daawiti wali hin falleessu.

โžก๏ธ 2ximotewos 3:16
#Kitaabonni_Qulqulluun hundi geggeessaa #Afuura Waaqayyootiin kan #barreeffamana yeroo tau,
barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan
leenjisuuf fayyadu
=====//.
๐Ÿฅฅ kanafuu kitaaba Daawit yoo, jedhames rakkoo hin qabuu, kitaaba Musee isaa
seera yoo, jettees rakkina hin qabu.๐Ÿฅฅ๐Ÿฅฅ๐Ÿฅฅ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
โ™ˆ๏ธ=link kan xuqaa seena๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
๐Ÿ‡ ๐™œ๐™–๐™ง๐™—๐™ž๐™˜๐™๐™– (๐‘ฆ๐‘˜๐‘›) ๐™ฉ๐™–๐™Ÿ๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž๐™ก๐™–๐Ÿ‘‡
โœTajaajila yookiin Garbicha jechuun Afaanii Giriikiitiin
#ฮดฮฟฯฮปฮฟฯ…ฯ‚ (Duulosi) jedhama.
Yeroo tokko tokko immoo
#ฯ€ฮฑฮฏฮดฮฌ (paiidaa) jedhama.
โžป amma garuu ฮดฮฟฯฮปฮฟฯ…ฯ‚/ฮดฮฟแฟฆฮปฮฟฯ‚ fayyadamna.
๐ŸŒบ ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘›๐‘– ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘ก๐‘–
#๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘๐‘–๐‘โ„Ž๐‘Ž๐‘Ž ๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ๐‘˜๐‘–๐‘› #๐‘ก๐‘Ž๐‘—๐‘Ž๐‘Ž๐‘—๐‘–๐‘™๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘Ž....โ“โ“
โ“ตโžป
#๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ #๐šž๐šž๐š–๐šŽ๐šŽ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐šŠ๐š–๐šŠ๐š—๐šž๐šž ๐šข๐š˜๐š˜ ๐š๐šŠ๐šŽ.
โ“ถโžป
#๐š๐šŠ๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š๐šž๐šž๐š๐šž๐šž ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ #๐š“๐šŠ๐š•๐šŠ๐š๐šž.
โ“ทโžป
#๐š๐šž๐š‹๐š‹๐š’ ๐š๐š’ #๐šŠ๐š“๐šŠ๐š“๐šŠ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐š˜ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐šŽ๐šŽ๐š๐š๐šž๐šž
โ“ธโžป
#๐š๐šž๐š๐š‘๐šŠ๐š๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐šš๐šŠ๐š‹๐šž ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐š‹๐š’๐š›๐šŠ๐š๐š’

โถโžปIsayaas 44:21
Ati
#tajaajilaa(Garbicha) koo waan taateef Yaa Yaaqoob, yaa Israaสผel, wantoota kana yaadadhu Ani si #tolcheera, ati tajaajilaa(garbicha) koo ti Yaa Israaสผel, ani si hin irraanfadhu.

โทโžปSera.Uumama 26:24
Halkan sana waaqayyo isatti mulสผatee, โ€œAni Waaqa abbaa kee Abrahaami. Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin;
#Abrahaam_tajaajilaa(garbicha) kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayสผisaโ€ isaan jedhe.

โธโžป
Seera.Lakkoofsa 12:8
Ani fuulaa fuulatti, karaa namaaf hin galleen utuu hin taสผin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula waaqayo ni arga. Maarree isin
#tajaajilaa(garbicha) koo #Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?โ€

โนโžปSera.lakkoofsa,14:24
#Tajaajilaan koo #Kaaleb garuu ilaalcha adda taสผe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buสผeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.

โบโžป2 Samuel 7:5
Dhaqi
#tajaajilaa(Garbicha)koo #Daawitiin akkana jedhi Waaqayo akkana jedha: โ€œAti mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaruu qabdaa?

โปโžปisaayaas 43:10
Waaqayyoo akkana jedha: โ€œIsin dhugaa baatota koo ti, Eeyyee,
#tajaajilaa koo #isan filadhe dha; Kunis, isin akka beektanii fi akka natti #amantaniif, Ani isuma taสผuu koos akka hubattaniifi. Ana dura Waaqni bira hin jiru Ana boodas hin jiru.

โผโžปMaatewos 25:23
Gooftaan isaas
#Garbicha(Tajaajila)gaarii fi amanamaa nana, baสผeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeniโ€™ isaan jedhe.

โฝโžปYohaannis 15:20.
Wantan isinitti hime kana yaadadhaa
#Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariสผataniiru yoo taสผe, isiniinis ni ariสผatu; dubbii koo eeganiiru yoo taสผe, dubbii keessanis ni eegu.

โพโžปYaaqoob 1:1
Yaaqoob isa
#garbicha_Waaqayyoo fi #garbicha_Gooftaa Iyyaasus Kiristoos taสผe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaสผaniif: Nagaan isiniif haa taสผu!

โฟโžปSera.Uumama 18:3
Achiis akkana jedhe: โ€œYaa waaqayyo, si duratti fudhatama argadheera yoon taสผe, maaloo, ana
#tajaajilaa kee bira hin darbin.

โถโถโžปKitaba-Nahimiya 9:14
Sanbata kee isa qulqulluu isaanitti ni beeksiste; karaa
#tajaajilaa kee #Musees #ajajawwan, #dambiiwwanii fi #seera isaaniif ni kennite.
๐Ÿ‘‡๐”ค๐”ž๐”ฏ๐”ž T๐”ข๐”ฉ๐”ข๐”ค๐”ฏ๐”ž๐”ช๐”ช๐”ž K๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha