๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
Deebii Pheenxef kename(โธGutema) (1).pdf
๐ kutaa-1-ffaa.
๐ฉ๐๐ข๐ข๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐จ๐ช๐จ 32:2
Maqaan #Siikaar(ฮฃฯ ฯแฝฐฯ) jedhuu* gara bira immoo #Sheekem(ฮฃฯ ฯฮญฮผ)ykn #seekem Tokkumma.
โปiddoo seekem kana immoo #awwaala Abrahaam, yisihaq fi Yaaqoob jira=ok
โฃโปYohaannis 4:5
Kanaafuu gara magaalaa Samaariyaa kan #Siikaar jedhamu tokkoo dhufe; magaalaan sunis lafa Yaaqoob ilma isaa Yoosefiif kenne sanatti dhiสผoo dha.
๐ฉ๐๐ข๐ข๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐จ๐ช๐จ 12:3
yoseef biyyaa Gibxii irraa Iyyaasuus fi haadha isaa fudhate gara #Naazireetitti deemee, maqaan duraa ishii immoo kan Naazireetitti #Filisxeem ture. (Ragaan isaa hiika #Giriikii) ilaaluu qofa
โฃโปMaatewos 2:23
achis dhaqee magaalaa #Naazreeti jedhamtu keessa jiraate. Kunis dubbiin, โInni Naaziricha jedhamee ni waamamaโ jedhamee karaa raajotaatiin dubbatame sun akka raawwatamuuf taสผe.
๐ Walumaagalatti Dinqii(Tammirra) Iyyaasuus sirriidha jechuu keenya.
โ kana olitti immoo kitaaba ergamee dubbisaa
yoo ifa ta'u didee immoo
gara #Telegraama
๐๐๐
t.me//Gutema123