🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
C)πŸ“βž»πŸŒΉamma immoo gara #hikaa #sirriitti koota meeπŸ‘‡

Ergan Abbaan illee samii irraa bahee oli deebi'ee, akkasumas hafuuri Qulqulluun irree samii irraa bu'ee ,oli deebi'ee. Kiristoos maalif Ana qofaa sami irraa gadi bu'ee oli deebii'ee jedhe ree❓
=kunis wangeela Yohaannis 3:13 ergaa akkasii sababii isaa lakkoofsa 3:14-15 𝑛𝑖 π‘–π‘ π‘Žπ‘Ž
βž€. π‘ π‘Žπ‘π‘Žπ‘π‘– π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘ π‘Žπ‘šπ‘– π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Ž π‘”π‘Žπ‘‘π‘– 𝑏𝑒'𝑒 π‘šπ‘Žπ‘Žπ‘™π‘– π‘‘π‘’π‘Ÿπ‘’...❓
➁.π‘ π‘Žπ‘π‘Žπ‘π‘– π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž π‘ π‘Žπ‘šπ‘–π‘‘π‘‘π‘– π‘œπ‘™π‘– π‘π‘Žβ„Žπ‘’ β„Žπ‘œπ‘œ π‘šπ‘Žπ‘Žπ‘™π‘– π‘‘π‘’π‘Ÿπ‘’.❓
🌹sababii inni samii irraa gadi bu'ee lubuu isaa kenne namoota fayyisuu
❾.Yohaannis 3:13-15
#Ilma_Namaa isa samii irraa gad buΚΌe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane. #Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannise sana Ilmi Namaas #fannifamuu qaba. Kunis akka #namni isatti #amanu hundi #jireenya bara baraa qabaatuuf
βž»πš”πšŠπšŠπš’πš˜πš˜ πšœπšŠπš–πš’ πš’πš›πš›πšŠ πšπšŠπšπš’ πš‹πšžπšŽ πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ πšŠπšπšŠπšŠπš— πš’πšœπšŠπšŠπšπš’πš— πš’πš‹πšœπšŽ πš“πš’πš›πšŠ.
❿.Yohaannis 12:32
#Ani garuu yeroon #lafa irraa ol fuudhamutti #nama_hunda ofitti nan harkisa.
🌹amma immoo kayyoo innii gara samii olii bahee Kiristoos afaanii isaatiin akkasi jedhee.

➊➊.Yohaannis 14:3
Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo #ani jiru #jiraattaniif deebiΚΌee dhufeen ofitti isin fudhadha.
βžŠβž‹.Efesoon 4:7-10
akkuma #safara kennaa #Kiristoositti tokkoo tokkoo keenyaaf ayyaanni kennameera. Kanaafuu Β« #inni yommuu #olii gubbaa baΚΌetti #boojuu boojiΚΌe;
namootaafis kennaa kenne” jedha.Maarree jechi #gara_oliitti baΚΌe” jedhu, #gadi buΚΌeera, jechuunis gara lafaatti gad buΚΌeera jechuu malee maal jechuu taΚΌa? #Inni_gad buΚΌe sun isuma waan #hunda guutuuf jedhee #samiiwwan_hundaa #olitti_olii_baee dha.

➊➌.Farfannaa 68:18
Ati yommuu #oli gubbaa baatetti #boojuu baayΚΌee fudhate yaa #Waaqayyo, yaa #Waaqi, ati achi #jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž»π™­π™ͺ𝙒π™ͺ𝙧𝙖𝙖 π™žπ™§π™§π™–π™–π™©π™©π™ž.
#π‘˜π‘Žπ‘¦π‘¦π‘œπ‘œ π‘ π‘Žπ‘šπ‘– π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž
#π‘Žπ‘π‘π‘Žπ‘Žπ‘› #π‘Žπ‘“π‘’π‘’π‘Ÿπ‘Ÿπ‘– π‘žπ‘’π‘™π‘žπ‘’π‘™π‘™π‘’π‘’π‘› π‘”π‘Žπ‘‘π‘– 𝑏𝑒'π‘Žπ‘›π‘– π‘œπ‘™π‘– π‘‘π‘’π‘’π‘π‘–π‘›π‘›π‘Žπ‘›π‘–, π‘˜π‘Žπ‘›π‘– #π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž π‘Žπ‘‘π‘‘π‘Ž.
π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘ π‘Žπ‘šπ‘– π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘”π‘Žπ‘‘π‘– 𝑏𝑒'𝑒 π‘“π‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘“π‘Žπ‘šπ‘’ π‘›π‘Žπ‘šπ‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž π‘“π‘Žπ‘¦π‘¦π‘–π‘ π‘’,
π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž π‘ π‘Žπ‘šπ‘–π‘‘π‘‘π‘– π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘œπ‘™π‘– π‘π‘Žβ„Žπ‘’π‘’ π‘›π‘Žπ‘šπ‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘˜π‘Ž 𝑠𝑒𝑒π‘₯π‘Žπ‘›π‘Ž π‘˜π‘’π‘’π‘ π‘ π‘Ž π‘“π‘’π‘‘β„Žπ‘Žπ‘‘π‘’ π‘œπ‘™π‘– 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑒𝑒𝑓𝑖.
πŸ‘‰π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘“π‘’π‘’ π‘¦π‘’π‘Ÿπ‘œπ‘œ π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘‘π‘– π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Žπ‘ π‘– π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘Žπ‘šπ‘Ž π‘šπ‘Žπ‘™π‘’π‘’ Β« #Ilma Namaa isa #samii irraa gad buΚΌe malee eenyu iyyuu #samiitti oli hin baane Β» inni jedhuu (yoh 3:13) kanuma ibsaa.
➻Henok, Eliyaas ,eenyuu iyyuu yoomu gara samii oli bahu akkasi hin goonne ❌
β–¬β–¬β–¬β–¬
πšπšŠπš›πšŠ πšπšŽπš•πšŽπšπš›πšŠπš–πšŠ πš”πš˜πšπšŠπŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha