๐ปNamicha Maatewos jedhamu bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu arge; achiis,
Duuka buutuu koo tai jedheen Innis battaluma sanatti
kaee isa duukaa bue
+Mat 9:9
โ แแดแแต แจแแฃแ แ แแต แฐแ
แ แจแ แฐแจแฐแแแก แ แแ
แฐแแฅแถแ แฐแจแฐแแ
+แแดแแต 9:9
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โOnkoloolessa=12
#Bagaa-Geessan
โขAyyaanna jia Qulqulluu
#Mikaa'el
โขAyyaanna waggaa
boqonnaa Qulqulluu
duuka bu'aa
#Maatewoos๐คฒ
=====||======
โขMaatewoos jechuun
Filatama jechuudhaa
โขDuuka bu'oota 12 keessa
Isaa tokko Ture
โขwangeela isaa kan barressaa
Gooftaan keenya olii bahee
Naanoo waggaa 53 ttii
โขwangeela inni bareesse
Boqonna 28 qaba
โขIddoo inni Itti barsiisee
Filisxeemi fi Nanawwa biraatti
Barsise jira
โขOnkoloolessa 12 guyyaa
Boqonna isaatii
โขmaqaan matewoos inni
Bira #Leewii jedhama...
โ Kiristoos yeroo matewoos
Filatuu sanaa namoonni
Sababa matewoosif Kiristoos
Irraati akka Arbasan ifa
โขhojii matewoos qaraxa
sasaabuudha
โขAbbaan Maatewoos
#Alfewoos jedhama
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ ๐ผ ๐ผ
๐ปSeena Maatewoos๐ป
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ ๐ผ
=1โ Maatewoos 9:9-13๐
๐ปGooftaan keenya
Kiristoos Osoo karaa irraa deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu bakka #qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu arge; achiis
โDuuka buutuu koo
tai!โ jedheen. Innis battaluma sanatti kaee isa duukaa bue
โBoodas, #mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni #cubbamoota
taan hedduun dhufanii isaa
fi barattoota isaa wajjin nyaachuu jalqaban
โ #Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin
โBarsiisaan keessan maaliif warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?โ jedhan
โ Gooftan keenya Kiristoos wanta isaan jedhan dhagaee akkana jedheen: โNamoota #dhukkubsataniif
malee, namoota #fayyaadhaaf #ogeessi fayyaa hin barbaachisu
โKanaaf dhaqaa, โAni aarsaa utuu hin tain gara #laafina nan barbaadaโ jechuun maal jechuu akka tae hubadhaa
โSababiin isaas ani
namoota #Qulqulluu utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=2.โ Maarqoos 2:13-17๐
๐Gooftan keenya Kiristoos ammas gara #qarqara
#galaanaa deeme
namoonni sun hundis gara
isaa dhufuu jalqaban; innis isaan barsiisuu jalqabe
โUtuu darbaa jiruus #Leewwii ilmi #Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu
isa argee,
#Duuka buutuu koo taiโ jedheen. Innis #battaluma sanatti kaee isa duukaa bue
โขSana booda utuu inni
#mana Leewwiitti maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun isaa
fi barattoota isaa wajjin maaddiitti dhihaatan
โsababiin isaas, isaan
keessaa hedduun isaanii
duuka buutota isaa
taanii turan
โ Haatau malee, #barsiisonni seeraa Fariisota yeroo inni #cubbamootaa fi warra #qaraxa sassaabanii wajjin nyaatu
arganii barattoota isaatiin
โInni akkamitti warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?โ jechuu
jalqaban
โขGooftan kana yommuu
dhagau akkana isaaniin jedhe #Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa
hin barbaachisu. Ani namoota
Qulqulloota utuu hin tain cubbamoota waamuufan dhufe
=3.โLuqaas 5:27-32๐
๐ Kana booda achii baee
utuu deemuu #namichi
#Leewwii jedhamuu
fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu argee, โDuuka buutuu koo taiโ jedheen
๐innis wanta hunda
dhiisee kaee isa duukaa
buuu jalqabe
โ Achiis Leewwiin mana isaatti #afeerraa nyaataa #guddaa Gooftaa keenya
Kiristoos qopheesse
namoonni qaraxa
sassaabanii fi namoonni
kan biraan hedduunis isaanii wajjin nyaachaa turan
Yeroo kanatti #Fariisonnii
fi #barsiisonni seeraa garee isaanii ta'an, isin warra qaraxa sassaabanii
fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?โ jedhanii barattoota isaatti #gungumuu jalqaban
โGooftan keenya kiristoos akkana jedhee isaaniif deebise #Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu
โAni namoota Qulqulluu
utuu hin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe....
โฌโฌโฌโฌ||โฌโฌโฌ
๐น= #Gaafii
1=kitaaba maatewos irratti
Nama maqaa matewoos jedhee
Jira.
Kitaabonni marqoos fi Luqaas
Sababi Maali Leewii jedhanโ
2=matewoos sababa maalif
Nyaata Kiristoos mana isatti
Qopheesseeโ

๐
ฑ kutaa-92-ffaa๐
๐ชท Gaaffii fi Deebi
๐ชท Muslimoota
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐๐๐๐๐ isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu โ
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus โAni amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โAni gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ jedhii isaanitti himiโ jedheen.
โฌโฌโฌโฌ
๐ชท Deebi keenya๐
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
๐jalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โGooftaa ko, #Waaqa ko โ jedheen.
โ ๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐ง๐ ๐ข๐๐ฉ๐-๐๐ช๐ง๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐๐ฃ๐.
๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ยซ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ยป ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข, โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1โปmichuu
2โปilma
3โปijoollee
4โปGarbicha
5โปobboloota
๐๐๐๐๐ฅ๐๐ค๐ค๐๐๐ ๐ โ๐๐๐(5) ๐๐๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐.
A).๐ข๐๐๐๐ช๐ช.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
โถโปYohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
โทโปYaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, โAbrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaสผameโ jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.
โธโปIsaayaas 41:8
โYaa Israaสผel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taสผe sanaa ti,
โปIddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame
โนโปMaatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, โKunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaaโ jedhaniin. Kanas taสผe sana, ogummaan qajeelaa taสผuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.โ
โปiddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti ยซ ๐๐ข๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐ข๐โ๐๐ก๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ ๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐,๐ฆ๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐ข.ยป.
Fakkeenyaaf namichi ๐ฏ๐๐๐ ๐๐ฌ๐ค๐ค๐จ๐ jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,๐ฏ๐๐๐ ๐๐ฌ๐ค๐ค๐จ๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐ฃ ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค ๐ฉ๐๐ ๐๐ก๐ข๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐.๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐ ๐๐ฌ๐ค๐ค๐จ=๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐. ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐โ๐๐๐ ๐ก๐๐ก๐๐๐ โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐โ๐๐๐ โ๐๐๐๐๐ก๐ข ๐๐๐โ๐โ ๐ฎ๐๐ง๐ค ๐๐ค๐๐๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข๐ ๐๐ค๐๐๐ฉ๐ ๐๐ข๐ข๐ค๐ค ๐๐ฉ๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข ๐ฌ๐๐๐๐๐ฃ ๐ฌ๐๐ก๐๐ฆ๐๐ญ๐.
โบโปLuqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siสผa taสผu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taสผe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taสผee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baสผe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaสผu, ol jedhee isa ilaalee, โZakkewoos, ,#Ani harสผa mana kee waanan ooluuf dafii gad buสผiโ jedheen. Innis dafee gad buสผee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, โInni keessummaa taสผee gara mana #cubbamaa kanaa adeemeโ jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaสผee dhaabatee Gooftaadhaan, โYaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisaโ jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: โInnis #ilma_Abrahaam waan taสผeef, harสผa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.โ