๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒธkutaa-44 ffยชยช ๐Ÿ…พ
                  โ™จ๏ธGaafi fi Deebi
๐ŸšญMuslimoota
โœYohaannis 11:35.
Iyyaasus(Kiristoos)
#imimmaan isaa dhangalaase(boo'e).
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‰ฃแ‹แŠ• แŠ แˆแˆฐแˆฐ
((แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:35))
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaafii isaanii
1=Kiristoos Waaqayyo mitii
Waaqni akkamitti imimmaan dhangalaasaa yookiin akkamitti boo'aa jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ Deebi keenya.
imimmaan dhangalaasuu yookiin boo'uun ,nyaachuun Aangoo Waaqayyo gadii hin xiqeesuu ,yookiin immoo olii hin dabaluu.

๐Ÿ‘‰Ragaa kitaaba
โ“ต=โžงSer.Uum 6:6
#Waaqayyo nama lafa irratti uumuu isaa in #jibbe, guutummaa garaa isaatiinis in #gadde
โžžjedha Waaqayyo nama ni
#jibbee fi ni #gadde jedhuu ilaala
โœ Waaqayyo sababa nama jibbee fi gaddeef.
#Aangoo isa irraa maaltuu hiratee ,lakki hoomtuu hin hirane.
โ“ถ=โžงser.Uum 18:8
Sana booda inni
#dhadhaa fi #Aannan, akkasumas
jibicha qopheesse sana fuudhee
#nyaaticha isaaniif dhiheesse.
Yommuu isaan
#nyaatanis inni
mukicha jala isaan bira dhaabbatee ture.
โžžyeroo Waaqayyo mana Abrahaami seene,sana Waaqayyo nyaatee jedha.
๐Ÿ‘‰ kanafuu Waaqayyo wanta nyaateef maaltuu
hiratee ree..โ“

โœ Haaluma kan Kiristoos imimmaan dhangaalase yookiin yoo,
#gade Aangoo Kiristoos maaltuu hirachuu danda'a โ“
Lakki hoomtuu hin hiratu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บ kanaa booda Kiristoos
Sababa maalif imimmaan isaa dhangalaase kan jedhuu ilaala.
Deemna.โฌ‡๏ธ

๐ŸŒนโžžSababa
#Tokkoffaa
Ser.Uum 6:6 irratti Waaqayyo sababaa innii gadeef namaa wani jalatufi gadee.
Waaqayyo immoo Addunyaa jalachu isaa๐Ÿ‘‡
โ“ท=โžงYohaannis 3:16
Isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,
#Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti
#addunyaa kana baayee #jaallateera.

โžงHaaluma walii fakkaatu immoo Kiristoos Alaazaar baay'ee jaalata.
โ“ธ=โžงYohaannis 11:36
Yeroo kanatti Yihudoonni, โ€œAkkam akka inni isa
#jaallatu ni argtuu?โ€ jechuu jalqaban

๐ŸŒนโžžSababa
#lammaffaa namaaf gadu Kiristoos afaanii qofa osoo hin tanee hojii nutti argisiise Fakkeenyaaf nuuf ta'uf
โ“นYohaannis 13:15
Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera.
โ“บ=โžงMaatewos 11:29
Waanjoo koo baadhaa,
#Ana irraas #baradhaa, ani garraamii fi kanan gadi of qabu waanan taeef #lubbuudhaan keessaniifis boqonnaa argattu.

๐ŸŒนโžžsababaa
#sadaffaan Kiristoos imimmaan dhangalaasuu isaa
Dhugumati foonii keenya akka fudhatee ibsuuf, maalif yoo,jedhamee Kiristoos foonii nama miti kani ergamoota fudhatee akka hin jenneefi
Foonii nama immoo akka imimmaan qabuu mirkaneessuuf.akkasii godhee.
โ“ป=โžงRoome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii sanyii Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.

โ“ผ=โžงIbroota 2:16
Sababiin isaas inni
#sanyii
Abrahaami gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

๐Ÿšฏkutaa_42 ffaa dubbisa๐Ÿšท
โžก๏ธ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/464 โšซ๏ธ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link kan xuqa yeroon itti qophaa deema ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ