πΉπkuta-10ffΒͺΒͺπΌ=Qophi π
°
β Deebi"musilimoota
πππππππ
Kitaba Yohannis irra kan
jiru irraati " yaada dogogora
Oddeessa deemuu...β οΈπΈ
β Yoh 5:20π
#Abbaan Ilma ni jaallata,
wanta ofii isaatii hojjetu
hundas isatti argisiisa
akka isin dinqisiifattaniif
inni hojiiwwan kana irra caalan iyyuu isatti argisiisuuf jedha
=================
1βkanaafuu kan isaan jedhan
Kiristoos jalatamadha, Abbaan
Isaa immoo jalatadha.jedhu..β
2β inni bira immmo kiristoos
Abbaa irra Arge hojjata malee
Ofii hin hojjaatu.β
3βWanti gara fuula durati Abbaan kiristoos argisisuu
jira Jedhuu.....β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Deebii keenya hordofa
β΄οΈShare godha. β
=1= akkuma Abbaan ilma
Jalatu ilmis Abbaa ni jalata
Wani taef gargarumma
tokko illee hin qabu
βjechi jalatama fi jalata jedhu
Zeroo ta'a(000000)β
β΄οΈ Yoh 14:31
π Haatau malee, Ani Abbaa akkan #jaalladhu addunyaan akka beekuuf, akkuma Abbaan ana ajajetti nan hojjedha
Ka'aa, asii haa,deemnu
πͺ΄=yero kana immo Ilmi
Abbaa Ni jalata.
β’Abbaan jalatama jedhama
β’ilmi immoo jalata jedhama.
β kabafuu jalqaba kiristoos
Jalatama jedhani oddeessa
Jiru, amma garuu kiristoos
Jalatama ta'e hafuu qofa osoo
Hin tane "innis jalata ni jedhama
Akkuuma Abbaa isaati
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=2=Eeyyee kiristoos Abbaa
Isaa irraa argee hojjata.
βsababin isaa kan Abbaa
Kan tae hundi kan ilmati
Kan ilma kan tae hundi
Kan Abbaati.
β Yoh 16:15π
Wanti #Abbaan qabu hundi
kan koo ti.
Inni wanta kan koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa
kanan jedhes kanumaafi
β Yoh 17:10π
Wanti kan koo tae hundi
kan kee ti; wanti kan
kee tae hundis kan koo ti
anis isaan gidduutti ulfina argadheera
βkanafuu Abbaan ilmati
Ni argisaa yero jenne
kanuma Ilmi beeku
Akkasumas kanuma
Abbaan beeku ilmi
ni beeka....
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=3=wanti gara fula durati
Jedhu namoota lafa irra
Jiratnif malee = Abbaa fi ilmi
Hojji isaani kan xumuran
Guuyyaa 7ffΒͺΒͺ tti...
πΉser.Uumama 2:1-3
#Samii fi lafti, wantoonni
isaan keessa jiran hundis
uumamanii kan xumuraman
akka kanaan ture.
Waaqayyos guyyaa
torbaffaatti hojii
hojjechaa ture ni xumure
hojii isaa isa hojjechaa ture hundumaa irraas guyyaa torbaffaatti boqochuu
jalqabe.
Achiis Waaqayyo guyyaa torbaffaa ni eebbise, ni Qulqulleesses; sababiin isaas, Waaqayyo hojii uumamaa raawwachaa ture hundumaa irraa, wanta hojjechuuf
kaayyeffate hundumaa irraas
boqochuu kan jalqabe
guyyaa kanatti ture.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
kanafuu gara fuula durati
Inni jedhame...
βkiristoos gara fuula dura
Namatti dinqiqi gargara
Akka hojjachuuf jedhu ibsuuf
Malee wanta biraf mitti...
πΉYoh 1:47-51πΌ
Iyyaasus Naatnaael gara
isaa utuu dhufuu argee,
waaee isaa, ilaa, nama
Israael isa dhugaa, isa
haxxummaan keessa
hin jirreβ jedhe.
Yeroo kanatti Naatnaael,
βAkkamitti na beekte?β jedheen
Iyyaasuus βFiliphoos utuu
si hin waamin dura, utuu ati muka harbuu jala
jirtuun si argeβ
jedhee deebiseef
Naatnaaelis deebisee,
#Rabbii, ati Ilma Waaqayyoo ti; ati Mootii Israaeliβ jedhe
Yeroo kanatti Iyyaasuus βAni muka harbuu jalattan si
arge waanan siin jedheef amanteeβ
Wantoota guguddaa kana caalan ni argitaβ jedhee deebiseef.
Achiis Naatnaaeliin, βDhuguman isiniin jedha, samiin banamee maleekonni.(Ergamooni)
Waaqayyoo gara Ilma namaatti yommuu oli baanii fi gadi
buan ni argituβ jedheen
π Ύ kanafuu jechi gara
Fuula durati jedhu
Namooni hojji dinqisisa
Kiristoos hojjate ni argu
Jechuu ta'a malee
Samii irratti wanti haaran
Hojjatamu tokko
illee hin Jiruuβ
β Yoh 20:30-31
Iyyaasus dinqiiwwan maraa kitaabaa kana keessatti
hin barreeffamne kan
biraa hedduu
barattoota isaa duratti hojjeteera.
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa maqaa isaa jireenya akka argattaniifi
β Yoh 21:25
Wantoonni Iyyasuus hojjete kan
biraa hedduunis jiru; hundi isaanii tokko tokkoon utuu barreeffamaniiru ta'ee, addunyaan iyyuu bakka kitaabni maramaan isaan irratti
barreeffaman kaaamu kan qabaatu natti hin fakkaatu. βΌοΈ
πΉlink kan xuqa seenaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
Share ======||====== share

β΄οΈ