🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.35K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
❌Waaqayyo gooftaan keessan isin gidduudhaa obboloota keessan keessaa #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
β—ˆ Ser.keessa.deebi 18:15
β—ˆ HDB 7:37
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
#Hiikaa jechoota kan πŸ‘‡
1➒Waaqayyo gooftaan keessan #isin_gidduudhaa
πŸ‘‰Jechi isin gidduu jedhuu
Sanyi keessan irraa jechuudha
Yookin foonii fi lubbuu keessan irraa jechuudha

πŸ‘‰ sanyii (qoommo) jiran
Keesssa jechuudhaa
#Fakkeenyaaf sanyii
Israa’el 12 ttuu jira
β–¬ isin keessa yeroo
Jedhuu sanyii tokkoo
Jechuu isaatii
Sanyin Kiristoos irraa
Dhalate immoo sanyii
#Yihuudaati yookiin ijoollee
Yaaqoobi 12, jechuudha
β—ˆ ijoolleen Yaaqoobi immoo
#Obbollota jedhamuu
Yaaqoobi hadhaa manaa
4 irraa ijoollee 13 argatee
Jira,,,,
β–¬garuu akka seera
Ibrootaatti
#Dhiraa qofatu lakkaa’ama
=kanafuu 12 dhira, tokko dubartii dha
=12+1=13
β—ˆser.Uum 46:1-27
➒Kanaafi Musee obboloota
Keesssan gidduu dha jedha.
Walumaagalatti lubbuu fi
Fooni ijoolleen Yaaqoobi irraa
Jechuu keenya.....
β—ˆ 1sen 28:4πŸ‘‡
Waaqayyo gooftaan Israa'el #Yihudaan geggeessituu akka ta'uuf fo'ateera

#gosa_Yihudaa keessaa immoo qomoo abbaa
kootii ilmaan abbaa
kootii keessaa immoo #mootummaa anaaf
kennuu jaallatee
guutummaa Israa'el irratti bara baraan #mootii akkan ta'uuf na fo'ate.

β—ˆ Raji-Ermiyaas 23:6πŸ‘‡
πŸ‘‰Bara isaa keessa
Yihudaan in fayya
Israa'elis bir'aa malee
in jiraata
#maqaan isaa #Waaqayyo
Qulqulluu keenya’ in jedhama

β—ˆRaaji Ermiyaas 33:17πŸ‘‡
 #Sanyii Daawit keessaa
yeroo hundaa guutummaa Israa'el irratti kan
mo'u hin dhabamu
β—ˆRaaji-isayaas 9:6-7πŸ‘‡
🌾Mucaan nuuf dhalateera
🌾ilmis nuuf kennameera;
🌾humni mootummaa
isaa gatiittii isaa irra jira;

✍maqaan isaa #Gorsaa
#dinqii Waaqayyo-jabaa
✍abbaa bara baraa
angafa #nagaa” in jedhama
Guddinni mootummaa
isaatii fi guddinni nagaa isaatii
dhuma hin qabu;
🌾inni teessoo
#Daawitii fi mootummaa
isaa irratti in mo'a

β—ˆ Ibroota 7:14
#Gooftaan keenya
gosa #Yihudaa irraa akka
dhufe ifa dha
#Museen garuu #luboota gosa kana keessaa
dhufan ilaalchisee
homaa hin dubbanne
β–¬ #αŒŒα‰³α‰½αŠ• αŠ¨α‹­αˆα‹³ αŠαŒˆα‹΅
αŠ₯αŠ•α‹°α‹ˆαŒ£ α‹¨α‰°αŒˆαˆˆαŒ  αŠα‹αŠ“
αˆ΅αˆˆα‹šαˆ…αˆ αŠαŒˆα‹΅ αˆ™αˆ΄ αˆαŠ•αˆ
αŠ₯αŠ•αŠ³ ሡለ αŠ­αˆ…αŠα‰΅ αŠ αˆα‰°αŠ“αŒˆαˆ¨αˆ
=α‹•α‰₯αˆ«α‹α‹«αŠ• 7:14
➒Mul’ata Yoh 5:5πŸ‘‡
πŸ‘‰Hin booin Kunoo,
#hiddi Daawit
Leenci gosa #Yihudaa
maraa kitaabaa kana
hiikuu fi chaappaawwan
isaa torban banuuf
injifateera//(mo'eera)
naan jedhe

β–¬ αŠ α‰³αˆα‰…αˆ΅ αŠ₯αŠαˆ†
αŠ¨α‹­αˆα‹³ αŠαŒˆα‹΅ α‹¨αˆ†αŠα‹
αŠ αŠ•α‰ αˆ³ αŠ₯ርሱም
#α‹¨α‹³α‹Šα‰΅_αˆ₯ር αˆ˜αŒ½αˆα‰αŠ•
α‹­α‹˜αˆ¨αŒ‹ α‹˜αŠ•α‹΅ αˆ°α‰£α‰±αŠ•αˆ αˆ›αŠ…α‰°αˆ
α‹­αˆα‰³ α‹˜αŠ•α‹΅ α‹΅αˆ ነαˆ₯α‰ΆαŠ αˆα‘ አለኝ
=ራαŠ₯α‹­ 5 :5
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❌#raajii akka kootii
isiniif in kaasa
= kan jechuun Abbaan
Ogumma jalqabaa fi
Beekumsa hundumaa
Waaqayyo, rajjin akka namnii
Dubbatu kan tasisuu
Waaqayyo,, kanafuu maddii
Rajji Waaqayyodha

β—ˆDubbi Waaqayyo
sanaa namni Dubbata.
=kanafuu yeroo kan
#Waaqayyo wajjin tokko
Tana jechuu keenya
β—ˆ 1 Qor 11:1πŸ‘‡
Egaa akkuma ani
#fakkeenya Kristos
fudhadhe, isinis
immoo fakkeenya
koo fudhadhaa

β—‰Museen fakkeenya
Waaqayyo #hordofa
Wani ta’ef, raji akka
Kooti, jedha...
β–¬Eeyyee Waaqayyo
Raji namni akka dubbatu
Gochu qofa mitii ofii isaa
ilee Raji namatti ni dubata

✍ Fakkeenyaafi
β—ˆRaji Zakaariyaas 12:7πŸ‘‡
πŸ‘‰ ulfinni mana #Daawitii fi ulfinni namoota iyarusalemi keessa jiraatanii kan
#Yihudaa irra akka hin caalletti, ani Waaqayyo duraan dursee dunkaana Yihudaa nan oolcha

β—‰jecha kan bara Kiristoos
Dhalate rawwatamee jira
β–¬kan jechuun Waaqayyo
Wanta gara fuula dura jiruu
Dubbachu isatti
β–¬Kuni immoo amala
Raji keessa tokko Waani
Ta'ef
=sababa kanafuu raji
Jedhe jira Museen
β–³β–³β–³β–³β–³β–³β–³β–³
❖ jechi akka koo,jedhu
Immoo,,
β–¬foonii fi lubbuu Nama irraa wani fudhateefi, Kiristoos
#Muusee ni fakkaata

☘Gargargaruma Muse
Fi Kiristoos
➒Museen sanyii lewwota
irraa Dhalate
➒Museen durbumma malee
Dhalate
➒museen due Fooni irraa
Tortore jira
➒ Musen Nama kan ajjesee
Cubbu illee hojjatee jira
➒Muse ijoollee ni qaba
➒Musen bishaan humna
Waaqayyo addan kutee
➒museen bara mootummaa
Isa waggaa 80, qofa Ture
➒Muse sibiilaa irraa
Bofa tolche uumata
fayyiseera.....

πŸƒKiristoos ilma Waaqayyoti
Sami irraa kan Dhufe
πŸƒKiristoos durbumman dhalate
πŸƒKiristoos du'a moee ka'e jira
πŸƒKiristoos cubbuu tokko illee
Hin hojjannee
πŸƒKiristoos Waaqayyo
Wani ta’ef ijoolleen isaa
Namota isa dhaga'anii qofa
πŸƒKiristoos milaa isaan
Bishaan irraa deemee
πŸƒmootummaan Kiristoos kan Bara baratti
❌Waaqayyo gooftaan keessan isin gidduudhaa obboloota keessan keessaa #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
β—ˆ Ser.keessa.deebi 18:15
β—ˆ HDB 7:37
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
#Hiikaa jechoota kan πŸ‘‡
1➒Waaqayyo gooftaan keessan #isin_gidduudhaa
πŸ‘‰Jechi isin gidduu jedhuu
Sanyi keessan irraa jechuudha
Yookin foonii fi lubbuu keessan irraa jechuudha

πŸ‘‰ sanyii (qoommo) jiran
Keesssa jechuudhaa
#Fakkeenyaaf sanyii
Israa’el 12 ttuu jira
β–¬ isin keessa yeroo
Jedhuu sanyii tokkoo
Jechuu isaatii
Sanyin Kiristoos irraa
Dhalate immoo sanyii
#Yihuudaati yookiin ijoollee
Yaaqoobi 12, jechuudha
β—ˆ ijoolleen Yaaqoobi immoo
#Obbollota jedhamuu
Yaaqoobi hadhaa manaa
4 irraa ijoollee 13 argatee
Jira,,,,
β–¬garuu akka seera
Ibrootaatti
#Dhiraa qofatu lakkaa’ama
=kanafuu 12 dhira, tokko dubartii dha
=12+1=13
β—ˆser.Uum 46:1-27
➒Kanaafi Musee obboloota
Keesssan gidduu dha jedha.
Walumaagalatti lubbuu fi
Fooni ijoolleen Yaaqoobi irraa
Jechuu keenya.....
β—ˆ 1sen 28:4πŸ‘‡
Waaqayyo gooftaan Israa'el #Yihudaan geggeessituu akka ta'uuf fo'ateera

#gosa_Yihudaa keessaa immoo qomoo abbaa
kootii ilmaan abbaa
kootii keessaa immoo #mootummaa anaaf
kennuu jaallatee
guutummaa Israa'el irratti bara baraan #mootii akkan ta'uuf na fo'ate.

β—ˆ Raji-Ermiyaas 23:6πŸ‘‡
πŸ‘‰Bara isaa keessa
Yihudaan in fayya
Israa'elis bir'aa malee
in jiraata
#maqaan isaa #Waaqayyo
Qulqulluu keenya’ in jedhama

β—ˆRaaji Ermiyaas 33:17πŸ‘‡
 #Sanyii Daawit keessaa
yeroo hundaa guutummaa Israa'el irratti kan
mo'u hin dhabamu
β—ˆRaaji-isayaas 9:6-7πŸ‘‡
🌾Mucaan nuuf dhalateera
🌾ilmis nuuf kennameera;
🌾humni mootummaa
isaa gatiittii isaa irra jira;

✍maqaan isaa #Gorsaa
#dinqii Waaqayyo-jabaa
✍abbaa bara baraa
angafa #nagaa” in jedhama
Guddinni mootummaa
isaatii fi guddinni nagaa isaatii
dhuma hin qabu;
🌾inni teessoo
#Daawitii fi mootummaa
isaa irratti in mo'a

β—ˆ Ibroota 7:14
#Gooftaan keenya
gosa #Yihudaa irraa akka
dhufe ifa dha
#Museen garuu #luboota gosa kana keessaa
dhufan ilaalchisee
homaa hin dubbanne
β–¬ #αŒŒα‰³α‰½αŠ• αŠ¨α‹­αˆα‹³ αŠαŒˆα‹΅
αŠ₯αŠ•α‹°α‹ˆαŒ£ α‹¨α‰°αŒˆαˆˆαŒ  αŠα‹αŠ“
αˆ΅αˆˆα‹šαˆ…αˆ αŠαŒˆα‹΅ αˆ™αˆ΄ αˆαŠ•αˆ
αŠ₯αŠ•αŠ³ ሡለ αŠ­αˆ…αŠα‰΅ αŠ αˆα‰°αŠ“αŒˆαˆ¨αˆ
=α‹•α‰₯αˆ«α‹α‹«αŠ• 7:14
➒Mul’ata Yoh 5:5πŸ‘‡
πŸ‘‰Hin booin Kunoo,
#hiddi Daawit
Leenci gosa #Yihudaa
maraa kitaabaa kana
hiikuu fi chaappaawwan
isaa torban banuuf
injifateera//(mo'eera)
naan jedhe

β–¬ αŠ α‰³αˆα‰…αˆ΅ αŠ₯αŠαˆ†
αŠ¨α‹­αˆα‹³ αŠαŒˆα‹΅ α‹¨αˆ†αŠα‹
αŠ αŠ•α‰ αˆ³ αŠ₯ርሱም
#α‹¨α‹³α‹Šα‰΅_αˆ₯ር αˆ˜αŒ½αˆα‰αŠ•
α‹­α‹˜αˆ¨αŒ‹ α‹˜αŠ•α‹΅ αˆ°α‰£α‰±αŠ•αˆ αˆ›αŠ…α‰°αˆ
α‹­αˆα‰³ α‹˜αŠ•α‹΅ α‹΅αˆ ነαˆ₯α‰ΆαŠ αˆα‘ አለኝ
=ራαŠ₯α‹­ 5 :5
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❌#raajii akka kootii
isiniif in kaasa
= kan jechuun Abbaan
Ogumma jalqabaa fi
Beekumsa hundumaa
Waaqayyo, rajjin akka namnii
Dubbatu kan tasisuu
Waaqayyo,, kanafuu maddii
Rajji Waaqayyodha

β—ˆDubbi Waaqayyo
sanaa namni Dubbata.
=kanafuu yeroo kan
#Waaqayyo wajjin tokko
Tana jechuu keenya
β—ˆ 1 Qor 11:1πŸ‘‡
Egaa akkuma ani
#fakkeenya Kristos
fudhadhe, isinis
immoo fakkeenya
koo fudhadhaa

β—‰Museen fakkeenya
Waaqayyo #hordofa
Wani ta’ef, raji akka
Kooti, jedha...
β–¬Eeyyee Waaqayyo
Raji namni akka dubbatu
Gochu qofa mitii ofii isaa
ilee Raji namatti ni dubata

✍ Fakkeenyaafi
β—ˆRaji Zakaariyaas 12:7πŸ‘‡
πŸ‘‰ ulfinni mana #Daawitii fi ulfinni namoota iyarusalemi keessa jiraatanii kan
#Yihudaa irra akka hin caalletti, ani Waaqayyo duraan dursee dunkaana Yihudaa nan oolcha

β—‰jecha kan bara Kiristoos
Dhalate rawwatamee jira
β–¬kan jechuun Waaqayyo
Wanta gara fuula dura jiruu
Dubbachu isatti
β–¬Kuni immoo amala
Raji keessa tokko Waani
Ta'ef
=sababa kanafuu raji
Jedhe jira Museen
β–³β–³β–³β–³β–³β–³β–³β–³
❖ jechi akka koo,jedhu
Immoo,,
β–¬foonii fi lubbuu Nama irraa wani fudhateefi, Kiristoos
#Muusee ni fakkaata

☘Gargargaruma Muse
Fi Kiristoos
➒Museen sanyii lewwota
irraa Dhalate
➒Museen durbumma malee
Dhalate
➒museen due Fooni irraa
Tortore jira
➒ Musen Nama kan ajjesee
Cubbu illee hojjatee jira
➒Muse ijoollee ni qaba
➒Musen bishaan humna
Waaqayyo addan kutee
➒museen bara mootummaa
Isa waggaa 80, qofa Ture
➒Muse sibiilaa irraa
Bofa tolche uumata
fayyiseera.....

πŸƒKiristoos ilma Waaqayyoti
Sami irraa kan Dhufe
πŸƒKiristoos durbumman dhalate
πŸƒKiristoos du'a moee ka'e jira
πŸƒKiristoos cubbuu tokko illee
Hin hojjannee
πŸƒKiristoos Waaqayyo
Wani ta’ef ijoolleen isaa
Namota isa dhaga'anii qofa
πŸƒKiristoos milaa isaan
Bishaan irraa deemee
πŸƒmootummaan Kiristoos kan Bara baratti