🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
β†ͺ️ πŸ”΄ kutaa -63- ffaa πŸŸ€πŸ”²
πŸ”‡gaafii fi deebi
πŸ”·Muslimoota
✍Yohaannis 14:13
Abbaan karaa
#Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha.
β–¬β–¬
➑️
#gaaffii isaanii Kiristoos ilma kani jedhamuu isaa akkuma namoota kanitti jedhuu❓❓
β–­β–­β–­β–­β–­
βž›Deebi keenya.
Jalqabaa duraa hiika ilmaa Kitaabni maali jedha laata isaa ilaala, isaa booda Kiristoos akkamitti
ilma jedhama kani jedhuu ilaala.

🌺
ilma Waaqayyo yeroo jennee hiika gargaara qaba,
1 ffaan jalqabaa inni wani Uumeef
ilma jedhamu
((sera Uum 1:1))
A)) ergamoonni Waaqayyo
ilma Waaqayyo jedhamu
Iyyobbi 38:7
Urjiileen ganamaa yommuu
waliin ililchan,
#Ilmaan_Waaqayyoo hundis gammachuudhaan yommuu iyyan ati eessa turte?
(Iyoobi 1:6),

B)) Seexanni jalqabaa dura
ilma Waaqayyo jedhamee ture.
Isayaas 14:12-13
Yaa urjii ibsitu nana, yaa
#ilma_barraaqaa, Ati akkamitti samii irraa;kufte! Ati inni saboota injifatte,Akkamitti muramtee lafa irra ciiste
Ati garaa keetti akkana jettee turte: β€˜Ani gara samiiwwaniitti ol nan baa,Teessoo koo urjiilee Waaqayyoo gararraatti ol nan
kaasa,
C)) nifiloonni
ilma Waaqayyo jedhamu ture jalqabaa duraa
Seera.Uum 6:4
Bara sanattii fi sana booda Nefiliimonni lafa irra jiru turan. Yeroo sanatti
#ilmaan_Waaqa
dhugaa ijoollee durbaa ilmaan
namootaa wajjin saalqunnamtii
ni raawwatan; isaanis ijoollee
dhiiraa isaaniif ni daan. Ijoolleen isaanii kunis bara duriitti namoota jajjaboo beekamoo taan turan
D)) namni jalqabaa adaami
Ilma Waaqayyo jedhama
Luqaas 3:38
Qaayinaan
ilma Eenosh,
Eenosh
ilma Seet,
Seet
ilma Addaam,
#Addaam_ilma Waaqayyoo
Seera Uum 2:27
Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume*;


2 ffaa akka seera isaati yoo, bultee
ilma Waaqayyo jedhamata.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
A))πŸ‘‰Ermiyaas 31:9
Isaan booaa ni dhufu Fudhatama argachuuf yommuu kadhatanitti deebisee
isaan nan fida Gara yaaaawwan bishaaniitti isaan nan fida Daandii wal qixa taee fi isaan hin gufachiisne irra isaan nan geggeessa.Sababiin isaas, ani Abbaa Israaeli, Efreemis
#ilma koo isa angafaa ti.
Sera Uum 48:13
Kana booddees
#Yoseef isaan lachuu fudhatee, #Efreem isa harka isaa mirgaa ture gara harka #Israa'el isa bitaatti, Minaasee isa harka isaa bitaa ture gara harka Israa'el isa mirgaatti dhi'eesse.
(Seera Uumamaa 46:20)
B))πŸ‘‰maatewos 5:45βž›diina kee,yoo,jalate
ilma Waaqayyo
C))πŸ‘‰Roome 8:14-15βž›Afuura Qulqulluun yoo,jirate
ilma Waaqayyo
D))πŸ‘‰2 Qor 6:17-18βž›hojii hama dhiste hojii gaariin
ilma Waaqayyo
E))πŸ‘‰ Ibroota 12:10βž›Ajaja Waaqayyo yoo,fudhate
ilma Waaqayyo
F))πŸ‘‰Yohaannis 1:12βž›yoo,kani amanamu ta’e
ilma Waaqayyo.
G))πŸ‘‰Yohaannis 12:36βž›ilmaan ifa
β–­β–­β–­β–­
dabalataaπŸ‘‡
isaayaas 45:11,Ermiyaas 3:19*10:20*31:20*
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰ hiika biraa
ilma jedhamuuf
A))➑️gara foonii dhalachuun
Ser.Uum 4:1
Addaam, Hewwaan haadha manaa isaa bira ga'e; isheenis ulfooftee
#ilma_Qaayeel jedhamu deessee, β€œAni gargaarsa Waaqayyootiin nama tokko godhadheera” jette;
B))➑️
ilma Seexanaa
Maatewos 8:12
#ilmaan_Mootummichaa garuu dukkana isa alaatti gatamu.
Achittis ni boou; ilkaan isaaniis ni qaru.” (HDB 13:10))
C))➑️ gara sanyiin
ilma
Yoh 8:33-37
Isaanis deebisanii, β€œNuti
#ilmaan_Abrahaami, eenyuuf iyyuu matumaa garboota taanee hin beeknu. Ati akkamitti β€˜Bilisa baatu’ nuun jetta
ree?” jedhaniin
((Farfannaa 105:6))
D))➑️gara jalalaani
ilma jedhamta
Yohaannis 19:26
Kanaaf Iyyaasus(Kiristoos) haati isaa fi barataan inni jaallatu achi dhaabatanii yommuu argu,haadha isaatiin
#Dubartii nana, ilaa #ilma kee!” jedheen
E)).➑️gara wadaan
ilma jedhamata.
Hdb 3:25
Isin
#ilmaan raajotaa fi #ilmaan
#kakuu Waaqayyo abaabilii keessanii wajjin gale sanaa ti; Waaqayyo Abrahaamiin, β€˜Maatiiwwan lafa irraa hundi sanyii keetiin ni eebbifamu’ jedheera.
F))➑️ yoo,guddiste
ilma jedhamta
Hdb 7:21
Yommuu gatametti
garuu, intalli Faraoon isa fudhattee akka
#ilma_ishiitti isa guddifte.