๐น๐น๐น๐น๐น๐๐๐๐๐
Gaafi musilimoota "Deebi
Isaa kana fakkaata
โ kuta.8ffยชยช
=======
โข gaafi isaani akkasi
Jedhu kiristoos #Ergamadha
jedhu... yookin immoo kan
Ergamee dhufe jedhu..
๐นYoh 4:34-๐
๐ #kiristoos akkana isaaniin jedhe: #Nyaanni koo
#fedhiiisa na #erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti raawwachuu dha.
#แขแจแฑแตแ แฅแแฒแ แ แแธแ
แจแฅแแต แแฅแ #แจแแจแแ
แแแต แ แฐแญแ แแแต
แฅแซแแแ แฅแแฝแ แแแต แแ
โแฎแแแต 4 :34
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Deebi isaa....โ
Yoh 4:31-38๐
๐พYeroo kanatti #barattoonni
isaa, โRabbii
#nyaadhu maleeโ jedhanii
isa kadhatu turan
Haatau malee inni, โAni nyaatan nyaadhu qaba
isin garuu waaee isaa
#hin beektanโ isaaniin jedhe.
Kanaaf, barattoonni isaa โNamni nyaata isaaf
fide jiraa laata?โ
waliin jedhan.
kiristoos akkana
isaaniin jedhe:
โNyaanni koo, fedhii
isa na erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti
raawwachuu dha.
Isin makarri ga'uuf jia
afurtu hafa jettu
mitii? Kunoo, ani
isiniin nan jedha
Ija keessan ol kaasaa maasicha ilaalaa
midhaan bilchaatee
haamaadhaaf ga'eera. Ammuma iyyuu
inni facaasuu fi inni haamu akka waliin gammadaniif
inni haamu miindaa
isaa argachaa jira;
jireenya bara baraatiifis
firii walitti qabaa jira
Kana ilaalchisee
mammaaksi, โInni tokko
ni facaasa,
inni tokko immoo ni
haamaโ jedhudhugaa dha
Ani wanta isin itti
hin dadhabne akka haammattan isin
nan erge. Warri kaan itti dadhabaniiru
isin garuu buaa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ mateewos 9:37-38๐
โ Achiis #barattoota isaatiin, โDhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu baayee dha, #hojjettoonni
garuu muraasa.
Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota
garamakara isaatti
akka ergu #kadhadhaaโ jedhe
โluq 10:1-3๐
Kana booda #Gooftaan namoota 70 kan biraa
muudee #lamalama godhee gara #magaalaa fi iddoo deemuuf jedhu
hundatti of dura
isaan erge
Achiis akkana isaaniin jedhe: โ #Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu
baayee dha,hojjettoonni
garuu muraasa
Kan naaf, Gooftaan makarichaa hojjettoota
gara makara isaatti
akka ergu kadhadhaa. #Dhaqaa Kunoo ani
akka #hoolota_yeeyyii
gidduu jiraniitti isin
nan erga
โ 1Qor 3:8-9
innidhaabus tae
inni bishaan obaasu
tokko dha; taus
namni hundi akkuma
#hojii isaatti badhaasa
isaa ni fudhata
Sababiin isaas #nuti
warra#Waaqayyoo
wajjin hojjennu dha
Isinmaasii Waaqayyoo
isa misoomaa jirudha akkasumas isin gamoo Waaqayyoo ti.
โข Efesoon 2:19-22๐
isin kana booda keessummaa fi orma miti; kanaa mannaa
isin #qulqullootaa wajjin lammiibiyya tokkoo ti akkasumas miseensota
#maatii_Waaqayyoo ti
kanamalees bu`uura ergamootaa fi raajotaa
irratti ijaaramtaniittu
dhagaan golee inni
buuura tae immoo
Kiristoos Iyyaasuus dha Guutummaan gamoo
sanaa inni isaa wajjin tokkummaa qabuu fi kutaawwanisaa hundis
walitti makamee #mana
Qulqullummaa waaqayo
isa Qulqulluu ta'ee
guddachaa jira
Isinisiddoo Waaqayyo
Afuuraan jiraatu
ta'uuf tokkummaa isaa
wajjin qabdaniin
ijaaramaa jirtu
โข 1Qor 9:16๐
Ammas misiraachicha
yoonlallabe #dirqamni
waan ana irra jiruuf boonuuf sababii hin qabu
Misiraachicha yoon
lallabuu baadhe
garuu anaaf #wayyoo!
โข Raaji miikiyasi 7:19-20
#Inni ammas gara
laafinanutti argisiisa balleessaakeenyas
toannaa jala nigalcha
Ati cubbuu isaanii
hundumaa galaana
gadi fagoo
keessatti ni darbatta.
Ati akkuma bara duriitti
abbootii keenyaaf kakattetti
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista
โ Yoh 17:4-5
Ani hojiiakkan hojjedhu
anaaf kennite xumuree
#lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa
ulfina #ani addunyaan uumamuu isaa dura
si biratti qabu sanaan
ati of biratti ulfina
anaaf kenn i
๐นYoh 5:17๐
Kiristoos akkasi jedhen โAbbaankoo hanga
ammaatti #hojjechaa jira;
anis nan #hojjedhaโ
jedhee isaaniifdeebise
โser.Uum.3:8-10
Addaami fi hewwan
guyyichakeessaa yeroo qilleensi qilleensautti
utuu waaqayyo iddoo
#biqiltuu sana keessa
deemuusagalee isaa ni dhagaan; namichii fi haati manaa isaas mukeetii
iddoo biqiltuu gidduu
seenanii fuula Waaqayyo duraa ni dhokatan.
Waaqayyos irra deddeebiee namicha waamuudhaan, โEessa jirta?โ isaan
jedhe.
Dhuma irrattis namichi
โAni iddoo biqiltuu gidduutti sagalee kee dhagaee
qullaakoo waanan
tureef nan sodaadhe;

๐น๐kutaa๐น_ยณยฒffยชยช๐ผ๐ท
โงGaafi fi Deebi
๐คMusiliimota๐ฆ
โงโYohaannis 9:17
isaan ammas namicha #Qaro_dhabeessa ture sanaan, โija kee kan
siif bane isa waan taeef, ati waaee isaa maali jettaโโ jedhaniin. Namichis, โinni #raajii dhaโ jedhe.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โGaaffii isaanii
1=Kiristoos #Raajidha
jedhuโ
--------------------
๐โงDeebii keenya.
โAkka jecha namicha #Qaro_dhabeessa kanatti
ija isaa fayyuun isa kuni #dinqi wanii taโef, yookiin erge dhalate namni iji haaraa Uumee hin jiruu wanii taโef gochaa kana arge #Raajidha/Dinqidha jedhee malee.*Namichi kunis Kiristoos eessa inni dhufee gonkumaa hin beekuu, garuu sababa gochaa dinqisiisaa kana argeefi raajicha jedhe kana dura taโe hin beekuu wani taโef
๐ธRAGAA KITAABA ๐
โต=โYohaannis 9:25
Namichis akkasi jedhe โ inni cubbamaa tauu fi dhiisuu isaa ani #hin_beeku. Wanti ani beeku tokko, ani #Qaro_dhabeessa akkan turee fi amma garuu arguu akkan dandae qofa dhaโ jedhee deebiseef.
โถ=โYohaannis 9:32
#Dur_durii jalqabee namni ija nama #qaro-dhabeessa ta'ee #dhalate akka bane matumaa dhagaamee
hin beeku
โท=โfar_Daawit 40:5
Yaa Waaqa koo Ati wantoota #dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha. Kan #siin_gitu tokko illee hin jiru Ani waa'ee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee, #Lakkoofsi isaanii gita hin qabu.
๐แ แคแฑ แ แแแฌ #แซแฐแจแแธแ แฐแ แแซแต แฅแ แแ แ แณแฅแ แแ แแแ แจแแแตแแ แจแแ #แฃแแซแ แฅแแแญแ #แจแแฅแญ
แแ แ แ =(แแแแญ 40 :5)
โธ=Yohaannis 6:14
Namoonni sun #dinqii Iyyaasuus(Kiristoos)
hojjete yommuu argan, โKun dhuguma iyyuu #Raajicha isa gara addunyaa akka dhufu dubbatame sana dhaโ jedhan.
โน=โ Yohaannis 11:47
#Dura_buutonni
lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii wali_gala walitti qabanii akkana jedhan: โNamichi kun #dinqii_hedduu_hojjechaa waan jiruuf maali goonuโ
โบ=Yohaannis 12:18
#Namoonni hedduun sunis isa simachuu kan dhaqan, inni dinqii kana hojjechuu isaa waan dhagaaniif ture
*****
โงWalumaa galatti wanti
Samuu nama olii yoo,hojjatamee #Israa'el keessaatti dinqii yookiin Raajii jedhama.sababa kanafis namichi Kiristoosiin raaji dha jedhee
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Lakki dirqama Kiristoos Raajii dha, yoo, jedhanii immoo, akkuma Abbaan hojjatu Anis nan Hojadha jedha. Kanafuu Abbaan illee Raajii dha jedhu ta'a.
1โฃ=Yohaannis 5:17๐
inni(Kiristoos) garuu, #Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira;
#Anis nan hojjedhaโ jedhee isaaniif deebise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqaa
hordofuu dandessu๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ โ โ โ โ โจณโจณโจณโ โ โ โ โ

โก๏ธ๐
ฑ kutaa _ 53 ffยชยช โ๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ปGaaffii fi Deebii
๐ ฐMusiliimota๐ท
โ Yohaannis 12:50๐
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บGaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
โjalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo๐
โต๐Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
โถ๐Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati #dubbii_jireenya bara baraa qabda.
โท๐Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
๐โkanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka taโe ibsine jira.
โ Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
โธ๐Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โน๐Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โก๏ธ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
โakkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka taโe guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
โบ๐Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti #Yihudoonni isatti marsanii, โ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiโ isaan jechuu jalqaban
โป๐Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun #Raajicha dhaโjedhan. Kaan immoo, โ #Kun_Kiristoosiโ jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: โKiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii #Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?โ Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โWalumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka taโe beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
โก๏ธ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi
โผ๐Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, #lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa #Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โฝ๐Yohaannis 5:23
Namni #hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
๐บ akkuma Dubbiin Abbaa jireenya taโe kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo ๐
โพ๐Yohaannis 12:45
Namni na #argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
โซ๐Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedhaโ jedhee isaaniif
deebise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ link kan xuqa sena๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณโจณโจณ============