๐นkutaa-5-ffaa ๐~
โ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐ก๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐.
โMaarqoos 1:13
#inni guyyaa afurtama #Seexanaan_qoramaa gammoojjii keessa ture. Inni bineensota wajjin ture; ergamoonnis isa tajaajilan.
1=๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ยซ ๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐๐ง๐๐ ๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค๐ค ๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐ข๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐จ๐๐๐ญ๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ ๐ฆ๐ค๐ง๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ชโ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นDeebii keenya-
โปKiristoos nuuf qoramee fakkeenya ta'uf malee Seexanaa sodate yookiin Seexanaa balleessu dadhabe miti โ
โถโงIbroota 2:18
#Inni mataan isaa waan dhiphina keessatti #qorameef warra qoramaa jiran #gargaaruu ni dandaสผa.
โโงIbroota 4:15
Nu luba oli aanaa #dadhabbii #keenya keessatti garaa nuu hin laafne hin qabnuutii; garuu kan waan hundaan #akkuma_keenya_qorame qabna; taสผus inni cubbuu hin hojjenne
โปkanafuu hanga ammaatti Kiristoos fakkeenya nuuf ta'uf akka qoramee sirriitti hubbanne jira๐ฏ
๐ yoo fakkeenya nuuf ta'u qofa Qorame malee Seexanni Kiristoos fuula isaa dhabatee hin beekuu.
โโงYaaqoob 2:19
Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! #Hafuuronni hamoon iyyuu waan kana ni amanu; #sodaadhaanis ni hollatu
โโงMaarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaสผoonis yeroo isa argan #fuula isaa duratti #kufanii, โAti Ilma Waaqaa ti!โ jedhanii iyyu turan.
โโงMaarqoos 7:26
Dubartittiinis nama Giriik, kan biyya Sooriyaa keessatti Finiiqeetti dhalatee dha. Isheen akka inni intala ishee keessaa hafuura hamaa sana baasuuf Yesuusin kadhatte.
โโงMaarqoos 9:20
Isaanis gurbicha isatti fidan. Hafuurichis akkuma Yesuusin argeen gurbicha dhidhiitachiise; gurbichis lafa dhaสผee hoomacha afaaniin baasee gangalate.
๐ Kiristoos Aangoo isaattin humna isaatiin Seexanaa basuu isaa
โโงLuqaas 4:36
Namoonni hundinuu dinqifatanii, โMaal barsiisni akkanaa! Inni taayitaadhaan, humnaanis hafuurota xuraaสผoo ni ajaja; isaanis ni baสผuโ waliin jedhan.(Maarqoos 1:27)
๐นNamootaaf Seexanaa akka basanif Kiristoos Aangoo kenuu isaa.
โโงMaarqoos 3:14-15
Innis akka isaan isa wajjin jiraatanii fi akka lallabaaf isaan erguuf namoota kudha lama muudee barattoota jedhee moggaase; akka isaan hafuurota hamoo baasaniifis taayitaa kenneef.
Namoonni immoo maqaa Kiristoos Seexanaa basuu isaanii.
โพโงLuqaas 10:17
Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuudhaan deebiสผanii, โYaa Gooftaa, hafuuronni hamoon iyyuu maqaa keetiin nuu ajajamaniiruโ jedhan.
=โป๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐โ๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐ก๐๐ : ๐๐๐๐๐๐ข๐ข #๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ _๐ค๐๐๐๐๐ฏ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ฆ๐ช๐ง๐๐ฃ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐จ๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐๐๐จ๐จ๐๐ฉ๐.
1=๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐.
2=๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐
ุญูุฏููุซูููุง ู ูุญูู ููุฏูุ ุฃูุฎูุจูุฑูููุง ุนูุจูุฏูุฉูุ ุนููู ููุดูุงู ู ุจููู ุนูุฑูููุฉูุ ุนููู ุฃูุจููููุ ุนููู ุงุจููู ุนูู ูุฑู ู ุฑุถู ุงููู ุนููู ุง ู ููุงูู ููุงูู ุฑูุณูููู ุงูููููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู " ุฅูุฐูุง ุทูููุนู ุญูุงุฌูุจู ุงูุดููู ูุณู ููุฏูุนููุง ุงูุตูููุงูุฉู ุญูุชููู ุชูุจูุฑูุฒูุ ููุฅูุฐูุง ุบูุงุจู ุญูุงุฌูุจู ุงูุดููู ูุณู ููุฏูุนููุง ุงูุตูููุงูุฉู ุญูุชููู ุชูุบููุจู "โ. " ูููุงู ุชูุญูููููููุง ุจูุตููุงูุชูููู ู ุทููููุนู ุงูุดููู ูุณู ูููุงู ุบูุฑููุจูููุงุ ููุฅููููููุง ุชูุทูููุนู ุจููููู ููุฑููููู ุดูููุทูุงูู "โ. ุฃููู ุงูุดููููุทูุงูู. ูุงู ุฃูุฏูุฑูู ุฃูููู ุฐููููู ููุงูู ููุดูุงู ู.
Narrated Ibn `Umar:Allah's Messenger (๏ทบ) said, "When the (upper) edge of the sun appears (in the morning), don't perform a
prayer till the sun appears in full, and when the lower edge of the sun sets, don't perform a prayer till it
sets completely. And you should not seek to pray at sunrise or sunset for the sun rises between two
sides of the #head of the #devil (or #Satan).
Afaanii Oromottin hikaa isa
Ergamaan alaha muhammad akkasii jedhee ยซ ganama yeroo biiftuu Baatuu kadhannaa hin godhin ,galgalaas yeroo biiftuu lixuu kadhannaa hin godhin " yeroo sana biiftuun mataa ykn addaa Seexanaa irratti baatii jedhe ยป (Sahih al-Bukhari 3272)
๐kanafuu Seexanni hanga guyyaa kanatti Namoota fi Allaha kadhannaa dhorkee jira.
Kuni qorumsa Seexannati๐
๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐