๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฐ kutaa-66-ffยชยช โคต๏ธ
     ๐Ÿ—ณgaaffii  fi  deebi
     ๐Ÿ“ฅ Musiliimota
โœ Yohaannis 14:24
Namni na hin jaallanne hundi
#dubbii_koo hin eegu. Dubbiin
isin dhagaaa jirtan, kan
#Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan #koo_miti
===========//
โžฉ gaaffii isaanii.
1=Dubbiin kani Abbaatti malee kana Kiristoos mitii jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ//
โ–ฒDeebi keenyaa.๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ณ Dubbiin kani
#lamaan isaaniitti .
๐Ÿšฏ ragaa keenya ๐Ÿšท
โ“ตโž›Yohaannis 17:10
#Wanti kan #koo tae hundi kan kee ti; wanti kan #kee tae #hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
๐Ÿ“ amma immo dubbii Kiristoos ta'u isaa mirkaneessina.
โ“ถโž›Maatewos 7:28-29
Iyyaasus(kiristoos) yommuu
#dubbii_isaa kana xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise
baayee dinqisiifatan sababiin
isaas inni akka
#barsiisota seeraatti utuu hin tain, akka #Nama_Aangoo qabuutti isaan barsiisa ture
๐Ÿ‘‰ Dubbii isaattif Aangoo qaba,isa ibsaa.
โ“ทโž›Maatewos 8:8
Ajajaan dhibbaa sunis akkana jedhee deebiseef Yaa
#Gooftaa ati baaxii mana koo jala seenuun kee kan anaaf malu miti; akka inni fayyuuf wanta tokko #qofa_dubbadhu, tajaajilaan koos ni fayya.
๐Ÿ‘‰Dubbii tokko qofaa dubbadhu jedhee ,kani dubbatee eenyu Kiristoos kanafuu dubbi isaa ta'u ibsa.
โ“ธโž›Maatewos 13:34-35
Iyyaasus(Kiristoos) wantoota kana hunda
fakkeenyaan namoota sanatti #dubbate Fakkeenyaan malee isaanitti
hin dubbatu ture; kanas kan
godhe wanta
#raajichi, โ€œAni fakkeenyaan dubbachuuf #afaan_koo nan saaqqadha #uumamuu addunyaatii jalqabee wantoota dhokfaman
nan labsaโ€ jedhee dubbate raawwachuufi
๐Ÿ”ณ kanafuu isayaasiti kani dubbate eenyu bara durii Kiristoos jechuudha.
โ“นโž›Farfannaa 78:1-2
Yaa saba
#koo_seera koo
dhaga
#Gurra kees gara #dubbii_afaan kootti qabi.
#Fakkeenyaan_afaan koo nan
banadha.wanta dhokta bara duriis nan dubbadha.
๐Ÿ‘‰แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 78:2
แŠ แŒแŠ•
#แ‰ แˆแˆณแˆŒ แŠฅแŠจแแ‰ณแˆˆแˆ แŠจแ‰€แ‹ตแˆž แŒ€แˆแˆฎแฅ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ•แˆ แ‰ฐแˆแˆณแˆŠแ‰ต แŠฅแŠ“แŒˆแˆซแˆˆแˆแข
โžก๏ธ erga xumura raji kana taโ€™e ,jalqabaa duraa iyyuu Kiristoos Waaqayyo akka taโ€™e ifa,godhee jira, Dubbiin kuni kani isaatti.
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
Gara mataa duree keenya koota.amma immoo.
๐Ÿ“Kiristoos Aangoo isaa Abbaa wajjin qixa ta'u erga ibsee booda ,Dubbiin kani Abbaatti jedhee, kuni immoo Abbaa isaaf kabaja kennuuf turee.
โฌ‡๏ธ Aangoo isa fi,Abbaa tokko ta'u kani ibsu ยซ Ani fi Abbaan wajjin dhufnaยป
โ“บโžฉYohaannis 14:23
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee deebiseef Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega, Abbaan koos isa jaallata,
#Nutis_gara isaa dhufnee bakka #jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โžฉDubbii kuni kani Abbaatti jechuun isaa immoo Kabaja Abba ibsuuf.
โ“ปโžฉYohaannis 17:4
#Ani_hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree_lafarratti irratti #ulfina sii kenneera.
โžก๏ธ Abbaan immoo Kiristoos dhaga,dubbii isaa jedha.
โ“ผโžฉMaatewos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge duumessicha keessaas
#sagaleen tokko, โ€œKun #Ilma_koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha. #Isa_dhagaaaโ€ jedhe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ
#Link_waldaa kana xuqa hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
========//============
๐ŸŒทkutaa-99-ffaa ๐Ÿ‘‡
โžง gaafii fi Deebii Muslimoota
โœYohannis 1:14
sagalichi #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1=gaaffii isaanii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumame jedhuu.โ“
Ragaa isaanii๐Ÿ‘‡
โ“ต.Farfannaa 33:9
#Inni ni dubbate, wanti inni dubbates ni #Taโ€™e; Inni ni ajaje, wanti inni ajajes jabaatee dhaabbate.
โ“ถ.Farfannaa 148:5.
#Inni_ajajuu isaatiin waan #uumamaniif, Isaan maqaa Waaqayo haa jajatan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿฅฅ Deebii keenya๐Ÿ‘‡
Lakkii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee hin jenneeโŒ
๐Ÿฅฅ inni bira osoo hoomtuu hin Uumamni dura iyyuu Kiristoos jira ture ยซ Kanaafuu jidduu kanatti maaltu dhufe re ยปโ“
๐ŸŒทkani Farfannaa Daawit 33:9 fi Farfannaa Daawit 148:5 irraatti #dubbachaa jiru iyyuu #mataan isaa #Kiristoos ยป
โžง wanta hundumaa kani Uumee Kiristoos.
โœ #Tokkoffaa_Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu ยซ Kiristoos #Uuma_wanta hunda ta'u
isaatti ยป

โžŠโžปYohaannis 1:3
#Wanni_hundinuu isaan taสผe; waan taสผe hunda keessaas wanni isa #malee taสผe #tokko iyyuu hin #jiru.
โž‹โžปYohaannis 1:10-11
#Inni_addunyaa keessa ture; addunyaan isaan #uumame; addunyaan garuu isa hin beekne. #Innis gara #saba isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin #fudhanne
๐Ÿฅฅ inni kuni eenyu yaa Muslimoota gara biyya lafa kan dhufee Kiristoos
โžŒโžปMulata Yohanis 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
โžโžปFarfannaa 102:27
#Ati garuu sanuma #waggoonni kees matumaa dhuma hin qaban.
โžŽโžปFarfannaa 115:15
Waaqayyo samii fi
lafa Uume sun isin haa eebbisu
๐ŸŒน#lammaffaa Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu ยซ isa kana๐Ÿ‘‡
โžโžปMatewos 22:41-44
Fariisonni walitti qabamanii utuu jiranii #Iyyaasuus akkana jedhee isaan gaafate:
Waaสผee #Kiristoos maal yaaddu? Inni #ilma eenyuu ti?โ€ Isaanis, #Ilma_Daawitiโ€ isaan jedhan. Innis akkana jedhee isaan gaafate: โ€œMaarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee akkamitti #Gooftaa jedhee isa waama?
โ€†โ€˜Gooftaan Gooftaa kootiin:
โ€œHamma ani diinota kee
miilla kee jala siif galchutti
gara mirga koo taaสผiโ€ jedhe
๐Ÿ‘‰amma Iddoo kanatti #Kiristoos_Ani_Gooftaa_Daawiti jedhu isaatti.
โœ iddoo Daawit itti dubbate immoo hafuuraan๐Ÿ‘‡
โžโžปFarfannaa 110:1
#Waaqayyo_Gooftaa kootiin:
Hamma ani diinota kee ejjeta miilla keetii godhutti,
karaa mirga koo taaสผiโ€ jedhe.
โžงKanaaf Daawit Kiristoosiin Waaqayyo Gooftaa koo jedhee jira , kanaafu Daawit #dubbacha kani ture Kiristoos.

โž‘โžปMatewoos 13:34-35๐Ÿ‘‡
#Iyyaasuus wantoota kana hunda #fakkeenyaan namoota sanatti dubbate. Eeyyee, fakkeenyaan malee isaanitti hin dubbatu ture; #kanas kan godhe #wanta_karaa_raajichaa, โ€œ#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; wantoota jalqabumaa kaasee dhokfaman nan labsaโ€ jedhamee dubbatame #raawwachuufi.
๐Ÿ‘‰iddoo kanatti Fakkeenya kani dubbate Kiristoos, kana jechuun bara durk Kiristoos Daawitiin anii fakkeenyan nan dubbadha jedhee wani itti himeef Daawit dubbii kana kitaaba isaa irratti bareesse
โพโžปFarfannaa 78:2
#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; waan durumaa jalqabee dhokfames nan dubbadha.
๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
๐Ÿ‘‰๐š ๐šŠ๐š—๐š๐šŠ ๐š‘๐šž๐š—๐š๐šž๐š–๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐šž๐šž๐š–๐šŽ๐šŽ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ
๐Ÿ‘‰๐š๐šŠ๐šŠ๐š ๐š’๐š๐š’ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šž๐š‹๐š‹๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šŠ ๐š๐šž๐š›๐šŽ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ
๐Ÿ‘‰๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐šž ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ๐š–๐š’๐š๐š๐š’ ๐šŠ๐š–๐š–๐šŠ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐šœ๐šŠ๐š๐šŠ๐š•๐šŽ๐šŽ๐š— ๐šœ๐šŠ๐š—๐šŠ๐š—๐š’ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐šž๐šž๐š–๐šŽ๐šŽ ๐š“๐šŽ๐šŒ๐š‘๐šž ๐š๐šŠ๐š—๐š๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŠ๐š— ๐šœ๐š’๐š’๐š•๐šŠ ๐šž๐šž๐š–๐šŠ๐š— ๐š ๐šŠ๐š—๐š๐šŠ ๐š‘๐šž๐š—๐š๐šŠ๐šŠ ๐š’๐šข๐šข๐šž๐šž ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š–๐šŠ๐š๐šŠ๐šŠ ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐šŽ๐š›๐š๐šŠ ๐š๐šŠ๐šŽ.๐Ÿคโ“

๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šŠ๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha