🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
✍ yaada Muslimaa‼️
β—ˆijoollee Muslimaa fi hordoftoonni
#Muslimaa
akkasii jeeti 😁

=kitaaba Yohaannis
irraa dubbisaani
=Kiristoos
#Raajii dha
Jedhuu❌

βž›Yohaannis12:44πŸ‘‡
✍
#Iyyaasuus(Kiristoos)
garuu sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
β€œ
#Namni anatti amanu
hundi, anatti
#qofa utuu
hin tain isa na
#ergettis ni amana

β—ˆ=jecha na, ergee jedhuu
Kan fudhanni inni
#ergamaadha yookiin #raajiidha jedhuu
β—ˆkan Ergu suni immoo
#Waaqa jedhuu
=Deebii________‼️❓
✍ kallattiidhaan
Jechuma kan osoo ilaalee
Akka Kiristoos raajii hin
Tane nuuf ibsaπŸ‘‡
akkamitti yoo,jeennee
✍
#Namni anatti amanu
hundi, anatti
#qofa utuu
hin tain isa na
#ergettis ni amana
β—ˆhiika jecha Amanu
Jechu irratti
1=Anittis Amana

2=ana qofaa osoo hin tanee
Abbaatis Amana jedha
=iddoo jecha Amanu jedhuu irratti Abba fi ilmi waliixa jechuudhaa
β—ˆerga Akkasi ta’e maali
Jeete amanta=
βž›raajii jeete moo❓
βž›Waaqayyo jeette ❓
β—ˆ=yoo,raajiidha jeette Kiristoos
Qofti maalif raajii ta'a ree,Abbaanis raaji ta'u qaba
β—ˆ=yoo immoo Abbaan waaqa jeete, Amante Kiristoos
waaqa
Jeete Amanuu qabdaa
=//kana irratti ragaa tokko illee hin qabni jalqaba dura jecha kitaaba adda baafachuun dirqama.

✍kan bira jecha
#ergamee
jedhuu yoo,ilaalu
βž›kani ergee hunma guddaa
Akka qabu godhanii ilaalu
βž›kan ergee immoo isaa
Gadii godhanii ilaaluu.

βž›jalqabaa dura Oso
#Kiristoos foonii nama hin
Uffaatni
β—ˆWaaqayyo ofuma
isa ergamee ta’e gara nama
Dhufe moo, hin dhufne ❓
Kan jedhuu hubbachun
Dirqama nuuti ta'a
β—ˆDeebi=_____❓
isaa Eeyyee Waaqayyo
Ofuma ergama ta’e gara
Nama Dhufe jira

✍Fakkeenyaaf yeroo
Addaam irra lafee harkan isaan fudhe bakka lafee sana foonii
Guute kan akkasii godhee
Waaqayyo mitti

β—ˆ Addaami
#lafa irraa
jiracha turee malee
#samii
irra mitti,,,,kanafuu ofuma isa
Ergama godhee samii irraa
Kan Dhufe Waaqayyo erga
Ta'e
=ammas Kiristoos samii irra
Yoo,ergama ta’e Dhufe
Maali jedhuu dandeessa

✍fakkeenya biraa immoo
βž›yeroo Waaqayyo ofuma
Gara nama Dhufe ni argina
=yeroo mana Abrahaam seenee
Sana hoo❓
=Waaqayyo mana Abrahaam yeroo jiru,,, kabaja isaa irraa
Xiqqaate jechuudhaa
Mitti Akkasi mitti...
βž›Kanaafuu Kiristoos
Gara Namoota yookiin garac
Addunya kan yoo,Dhufe maaltuu isaa irraa hirita ree
Hoomtu hin hiritatu

🌹rakkoo Muslimaa
Akkaana turee
‼️wanta hundumaa samuuti
Hin qabatanii
β—ˆFakkeenyaaf Kiristoos
Kan dhaltee dubaroo Maariyaami irra akka ta’e ifa
Gara samii bahee Abbaa biraa
Kan ergamee immoo akkamitti
Yoo,jeenne gaaffii itti finnu
Immoo deebi tokko illee hin qabnaan

β—ˆKiristoos foonii dubaroo Maariyaami irra
Amaluma Waaqummaan Abbaa irra dhaltee jechuudhaa
=Kanaafi qaama lama irraa
Qaama tokko, Amala lama irraa
Amaala tokko ta’e

β—ˆ yeroo sana Kiristoos
Namootati mul'achuu kan
Jiruu qaama foonii qofaa
Inni dubbachaa kan abba biraa
Dhufe jecha jira
=Abbaan irraa immoo qaama fooniin hin dhalne, dirqama abbaa irraa kan dhaltee qaama Waaqummaa qofa malee
β—ˆHaaluma kana Abbaan
Akkamiti qaama Waaqummaa isaa ofii caalu danda'a ree❓

=Fakkeenyaaf wanti tokko
Qaama isaa irraa, amma qaama sana gahee kan bahuu irra gonkumaa caaluu hin danda'u.........

✍ mee,amma immoo
Yoh 12:34-35πŸ‘‡
🌹Achiis namoonni
hedduun sun deebisanii
#Nuti_Kiristoos bara #baraan akka jiraatu #Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti ilmi namaa ol kaafamuu qaba jetta?
Ilmi namaa kun
hoo eenyu?” jedhaniin
🌹 Kanaaf
#Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana isaaniin jedhe:
β€œ
#ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf dukkanni sun akka
isin hin liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa

namni dukkana keessa
deemu hundi, garamitti
akka deemu hin beeku
β—ˆ ijoollee ortodoksii
Hundi keessan hubbadha
Kiristoos bara baraa akka
Jiratu seera irraa dhageenye
Jedhuu =
β—ˆnamoonni sunii yeroo
Sana Kiristoos isaa hin
Beekne jechuudhaa
=garuu jecha seera ni
Beeku erga Kiristoos seera
Keessati bara baraan akka
Jiratu bareeffame
β—ˆKiristoos Waaqayyo jechuu
Wanti sii,rakkisuu maaltuu jira