๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐ŸŒบkutaa_49 ffaa ๐ŸŒบ๐ŸŒน
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii fi Deebii
๐Ÿ”บmusiliimota
โœ Yohaannis 12:36
isin ilmaan ifaa akka taataniif,
#yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti amanaa.โ€ Iyyaasus(Kiristoos)wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni #dhokate.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaaffii isaanii.
โ“ต=Kiristoos jala miliqe yookiin jalaa dhokatee jira,yihudoonni eessatti isaa arganii fanifisaani jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Deebii keenya.
Jala miliqe yookiin jala dhokatee yoo,jedhamee hin fanifamne jechudha hiika isaaโ“Lakki akkasii miti.

โœ inni jala kani dhokatee sa'aatiin isaa wanii hin geenyefi malee wanta biraa mitii.

Ragaa_kitaaba
โ“ต=Yohaannis 12:27
Amma ani dhiphadheera, maali
jechuun dandaa โ“Yaa Abbaa,
#saaatii kana irraa na oolchi. Haatau malee, #Ani saaatii kanaafan dhufe.
โžžKiristoos Ani dhiphadheera yeroo jedhuu Aangoo dhiphina balleesssu dhabee osoo hin tanee ยซduubbi rajjoota akka rawwatamufยป Kiristoos nuuf jedhee rakkoo keenya baatee haala kanani ibsuuf. ANI dhiphadheera jedhee.

โ“ถ=Raaji_isaayaas 53:4
Inni garuu dhugumaan
#dhiphina_keenya of irra in kaa'e, muddama keenyas in baate; nuyi garuu akka waan Waaqayyo dha'icha isatti fidee, akka waan inni isa rukutee gad isa deebisettis in lakkoofne

โžก๏ธ jecha Kiristoos ani sa'aatii kanaafi dhufee jedhuu yeroo isaa wani gaheef.

โ“ท=Yohaannis 12:32_33
Ani garuu lafa irraa yoon oli kaafame, akaakuu namootaa hunda ofitti nan harkisa.โ€ Kana kan dubbate,
#inni_dua akkamii duuuf akka jedhu argisiisuuf turee.

โ“ธ=Luqaas 13:31_33
#Saaatii sanatti Fariisonni tokko tokko dhufanii, โ€œHeroodis si #ajjeesuu waan barbaaduuf asii baiitii deemiโ€ jedhaniin innis akkana isaaniin jedhe: โ€œDhaqaatii jeedala sanatti, โ€˜Kunoo ani #haraa fi #boru jinniiwwan nan baasa, namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, guyyaa #sadaffaattis_hojii koo nan xumuraโ€™ jedhaatii itti himaa.Haatau malee, #raajiin iYerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
โžžKiristoos sababa raajii itti jedhamee yeroo gaafii fi Deebi kitaaba Luqaasi ilaaluu haala gaariin ibsama.hanga sanatti nuu,eeggaa.

โœKutaa+48 ffaa Dubbisa.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/506

แ‹ญแˆ…แŠ•แˆ แ‹จแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจ แŠจแˆซแˆฑ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แ‰ แ‹šแ‹ซแ‰ฝ แ‹“แˆ˜แ‰ต แˆŠแ‰€ แŠซแˆ…แŠ“แ‰ต แŠแ‰ แˆจแŠ“ แŠขแ‹จแˆฑแˆต แˆตแˆˆ แˆ•แ‹แ‰ก แˆŠแˆžแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆˆแ‹ แ‰ตแŠ•แ‰ขแ‰ต แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจแค

แˆตแˆˆ แˆ•แ‹แ‰กแˆ แˆแˆ‰ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ•
#แ‹จแ‰ฐแ‰ แ‰ฐแŠ‘แ‰ตแŠ•_แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ•_แˆแŒ†แ‰ฝ แ‹ฐแŒแˆž #แ‰ แŠ แŠ•แ‹ตแŠแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแ‰ แˆตแ‰ฃแ‰ธแ‹ แŠแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚แข((แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:51-52))
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Link group keenyaa hordofuu yoo,fedha qabatee.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=======//===//=========