🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ‘‰Dubbisa :- Mee

πŸ•Ήkitaaba lalaba 12:6-8
Utuu #funyoon meetii hin citin,
yookaan utuu #waciitiin warqee hin cabin isa yaadadhu;
utuu #okkoteen burqaa biratti hin caccabin,
yookaan utuu #geengoon ittiin bishaan warraaban
boolla bishaanii biratti hin cabin

utuu #biyyoon lafa turetti hin deebiΚΌin,utuu hafuurris Waaqa isa kennetti hin deebiΚΌin isa yaadadhu.

Lallabaanis, β€œWanni hundi #faayidaa hin qabu!
Faayidaa hin qabu! Wanni hundi faayidaa hin qabu!” jedha.

πŸ•ΉNamoonni dubbistan galatoomaa 🀝🀝🀝

πšπšŠπš›πšŠ πšπšŽπš•πšŽπšπš›πšŠπš–πšŠ πš”πš˜πšπšŠπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha