๐ณ โคด๏ธ kutaa -64- ffยชยช โคต๏ธ ๐ณ
๐บ gaafi fi Deebi
๐บMuslimoota
โYohaannis 14:13
Abbaan karaa #Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha
======"||
๐gaaffii isaanii
1=Kiristoos ilma kani jedhamuu akkamu namoota kani ilma jedhanii amanu dha jedhuโโ
========||ร
๐บ Deebi keenya.๐บ๐
Kiristoos ilma kani jedhamuu kani isa kuni gonkuma addaโผ๏ธ
โต.)) Kiristoos qofaatu addunyaa Uumamuu ishee duraa jira
๐Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa ulfina #Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โถ.)) ilma Kiristoos qofatu Waaqayyo biraa turee
๐Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni Waaqayyoon arge hin
jiru #ilma_tokkicha isa taee fi
Abbaa bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
โท.)) Seexanni Kiristoos qofaan ilma Waaqayyo jedhee malee
๐Maarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaoon illee, yommuu isa argan hundatti isa duratti kufanii โAti #Ilma_Waaqayyoo tiโ jedhanii iyyu turan.
โธ.)) Kiristoos ilma Waaqayyo qofa malee eenyu ergamoota erge .namoota walitti qaba
๐Maarqoos 13:27
Innis yeroo sanatti Ergamoota(maleekota) ergee, warra isaaf #filataman_andaara lafaatii hanga andaara samiitti kallattii arfanii #walitti ni qaba.((Mat 25:31)* luq 21:36
โน.)) ilma Kiristoos isaa qofaatu samii irraa dhufee malee.
๐Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu oli bauu yoo argitan maal jettu ree?
โบ.)) ilma Kiristoos qofan jireenyi argama.
๐Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyaasus(kiristoos) dhuguma inni Kiristoosii fi #Ilma_Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
โป.)) ilmi Kiristoos illee ergamoota irraa adda akka taโe
๐Ibroota 1:5
Fakkeenyaaf Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, โAti #ilma_koo ti; ani hara #si #dhalfadheera,โ akkasumas โAni #abbaa isaa nan taa, innis ilma koo ni taaโ jedhee beeka?
โผ.)) Kiristoos #ilma waqayyo jechuu qabu namni hundinuu
๐1Yohaannis 5:5
#Addunyaa mouu kan dandau
eenyu? Isa Iyyasus(Kiristoos) #Ilma_Waaqayyoo tauu isaa amanu sana mitii?
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Kiristoos karaa #foonii ilma #Abrahaam ,ilma #Daawit,ilma Maariyaami jedhama( Mat 1:1)* (Rome 1:3)* (Ibrotaa 2:15).
๐ฒkanafuu iddoo kanatti gara foonii ilma isaanii jedhama malee gara Gooftummaa isaa fi Waaqayyummaa isaani ilma isaani miti.
๐Maatewos 22:41_46
#Fariisonni walitti qabamanii
utuu jiranii Iyyasus(Kiristoos)akkana jedhee isaan #gaafate Waaee #Kiristoos maali yaaddu? Inni #ilma eenyuuti? jedhe Isaanis, #Ilma_Daawitiโ jedhaniin Innis akkana jedhee isaan gaafate: Maarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee #Gooftaaโ jedhee isa waama? Daawit #Waaqayyo_Gooftaa kootiin, โAni diinota kee miilla kee jala hamman siif godhutti ati #mirga koo taaiโ jedheeraโ jedhee dubbateera Maarree #Daawit Gooftaa jedhee
erga isa waamee, akkamitti ilma isaa taa? Sana booda namni tokko illee deebii isaaf kennuu hin dandeenye guyyaa sanaa jalqabees namni gaaffii kan biraa isa gaafachuuf ija
jabaate hin turre
๐ ฐ akkuma Daawitif gara #foonii qofaan ilma taโe ,gara foonii ilma Abrahaami, ilma Maariyaami, ilma Nohii ni jedhama,โ garuu gara gooftummaa immoo ilma Daawit miti ,akkasumas ilma Maariyaami miti โ inni Waaqa fi Gooftaa Maariyaamitti ,Daawitii, Abrahaami malee.
===============
link waldaa keenya xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//==========

๐ฅฅ ๐ค๐๐๐ค๐ก๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ฅฅ๐
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin #ฮฑฮดฮตฮปฯฮฟฮฏฯ (Adelfoiis) jedhama.
๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐ ๐ ๐ช๐ฃ๐ค๐
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....โ
๐ณ Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โAni gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baสผaโ jedhii isaanitti himiโ ishiidhaan jedhe.
๐ฅฅ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐
๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐ก๐๐ฉ๐๐ ๐ค๐๐๐ค๐ก๐ก๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐ค๐ค ๐๐๐๐๐ ๐ข๐โโ
โตโป #๐๐๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐
โถโป๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โทโป #๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น#T๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
โถโปSera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaสผuu qabdu.
โทโปFaarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee #obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.
๐น #L๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐(๐๐๐๐๐)๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ยซ kana ibsuuf akkasii jedhee ยป
โธโปIbroota 2:14
ijoolleenโ sun #foonii fi #dhiiga waan taสผaniif, #innis_foonii fi dhiiga taสผe; kanas kan godhe, duสผa isaatiin Diyaabilos isa duสผa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
โนโปIbroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taสผuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin #obbolootaโ isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
โบโปMulโata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaสผee wantoota kanaa isiniif dhugaa baสผuuf Ergamaa koo ergeera. Ani #hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
โปโปRoome 1:3
waaสผee #Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โผโป1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaสผeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaสผe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
โฝโปRoome 8:29
sababiin isaas, #Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taสผuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.
๐น #S๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
โพโปMaatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, โHaati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faสผi?โ jedhe. Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: โKunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana! Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
โฌโฌโฌโฌโฌ
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos ยซ #samii irraa irra dhufee ยป kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
โตโปYohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
โถโปYohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: โ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti; #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.
๐ฅฅrajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
๐๐ค๐๐ฏ๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)