๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…พ Deebi guutuu sagaleen
Kan jiruu sana ilaala ๐Ÿ…พ
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚
โœ ser.Uum 3:15
Anis sii fi dubartittii gidduutti,
#sanyii keef fi
#sanyii ishii gidduuttis diinummaanh akka jiraatu
nan godha.
Inni
#mataa kee ni buruqsa,
ati immoo koomee isaa ni madeessita.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Mulโ€™ata 12:9
Kanaaf jawwee guddaan
sun, jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi #Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadi darbatame; inni gara lafaatti gadidarbatame; maleekonni isaas isaa wajjin gadi darbataman
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Mulโ€™ata 20:1-2
Anis maleekaan furtuu qilee
qabuu fi funcaa guddaa harka
isaatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buu nan arge. Innis jawwee sana qabee waggaa 1,000 hidhe; jawween kun isa Diyaabilosii fi
Seexana tae, jechuunis bofa isa jalqabaa ti.

2 Pheexiroos 2:4
Dhugaa dha, Waaqayyo maleekota warra
#cubbuu hojjetan adabuu
irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa Inxoroxoos keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee murtiidhaaf
isaan kaaeera.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Maatewoos 12:25-26
Iyyaasuus yaada isaanii kana beekee akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Mootummaan wali qoqqoodu hundinuu ni bada; magaalaan yookiin manni wali qoqqoodu hundinuus jabaatee hin dhaabatu.
Haaluma wal fakkaatuun,
#Seexanni Seexana
kan baasu yoo tae, wal qoqqoodeera jechuu dha; maarree
mootummaan isaa akkamitti jabaatee
dhaabachuu dandaaโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Maarqoos 5:9-13
#Iyyaasuus maqaa kee eenyu?โ€ jedhee isa gaafate. Innis, โ€œNuti #baayee waan taaneef
maqaan koo โ€˜
#Leegewooniโ€™โ€ jedhee deebiseef.
Namichis Iyyaasuus
#hafuurota sana biyya sana keessaa akka hin ariine irra deddeebiee kadhate.

Yeroo kanatti booyyee hedduun hoomaan tokko gaara tokko
irra ni dheedu turan. Hafuuronni xuraaoon sunis, โ€œGara hoomaa
#booyyee sanaatti akka gallu isaanitti nu ergiโ€ jedhanii isa kadhatan.

Innis isaaniif heyyame. Hafuuronni xuraaoon kunis baanii booyyota sanatti galan; booyyonni gara #2,000 taanis qarqara hallayyaa irraa
didichanii galaanicha keessa lixanii liqimfaman.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1 Qorontoos 8:5
โ€œ
#waaqayyoliiโ€ hedduunii fi โ€œ #gooftoliiโ€ hedduun jiru;
taus,
#samii irrattis tae #lafa irratti #waaqayyolii kan jedhaman yoo jiraatan
iyyuu
1 แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 8:5
#แˆ˜แ‰ผแˆ_แ‰ฅแ‹™_แŠ แˆ›แˆแŠญแ‰ตแŠ“ แ‰ฅแ‹™ #แŒŒแ‰ถแ‰ฝ แŠ แˆ‰แค แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• #แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ญ แˆ†แŠ #แ‰ แˆแ‹ตแˆญแˆ แˆ†แŠ แŠ แˆ›แˆแŠญแ‰ต แ‹จแ‰ฐแ‰ฃแˆ‰ แˆแŠ•แˆ แ‰ขแŠ–แˆฉ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Efesoon 6:12
#qabsoon keenya
#dhiigaa fi foonii wajjin miti; kanaa mannaa
mootummoota, abbootii taayitaa, bulchitoota addunyaa isa dukkanaaaa kanaa fi
#humnoota hafuurota #hamoo iddoo #samii keessa jiranii
wajjini dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1 ximotewos 1:20
#Hemenewoosii fi Iskindiris
jara kana keessa jiru; isaan
#adaba irraa #baratanii #Waaqayyoon arrabsuu
irraa akka of qusataniif ani
#Seexanatti dabarsee isaan kenneera
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Maatewoos 25:41
#mootichi warra karaa
bitaa isaa jiraniin akkana jedha: โ€˜Isin abaaramoo nana
gara ibidda bara
baraa isa Seexanaa (
#Diyaabilosii) fi maleekota
isaatiif qophaaetti ana irraa deemaa.
โž›Qol 2:14-15
Seericha isa harkaan barreeffame, isa ajajawwan qabatee fi nu, mormu sana nuu
haqe. Fanno irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa nuu kaase. Fanno
sanaanis
#mootummootaa fi #abbootii taayitaa boojiee qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›link kan fayyadama๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//======