🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹=1=biiftuun maalif
dukkaanofte❓
=deebi isaa (4)
βž›1βž›
#kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
✍ Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
βž›αˆ˜α‹αˆ™αˆ­ 19:1
#αˆ°αˆ›α‹«α‰΅ የαŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­αŠ• #ክα‰₯ር α‹­αŠ“αŒˆαˆ«αˆ‰α₯ α‹¨αˆ°αˆ›α‹­αˆ #ጠፈር የαŠ₯αŒαŠ• αˆ₯ራ α‹«α‹ˆαˆ«αˆ

2=fakkeenyi biiftuu
#Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
✍ser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, β€œAni #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadan”jedhee obboloota isaatti hime.

Achiis abjuu kana
#abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
β€œHiikni abjuu kee kanaa maali
dha❓
#Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaa❓” isaan jedhe.
β—ˆ
#fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
βž›Fakkeenyi
#addeessa "Raahel"
βž›Fakkeenyi
#urjii ijoollee Yaaqoobi
βž›fakkeenyi
#yoseefii Kiristoos
✍Luq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: β€œKunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa

eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.”
πŸƒJechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti

=3= inni bira dubbiin
#rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
✍Raaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma
#hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni
#cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.

#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
✍Raaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.

=4=Kiristoos yeroo
#lamaffaa
Yero dhufu
#biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
✍Mat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana
#aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu,
#urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti
#mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹Gaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmate❓
πŸƒ=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii
#kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
πŸŒΌβž›Fakkeenyi biraa
#addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
βž›isaan guyyaa sana bayee
Akka akka
#Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
βž›kan akka
#Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹gaafi 3ffaa
3βž›laftii Maalif sochate❓
βž›jalqabaa dura
#Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni
#dubbatee
✍ iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree ❓

🌹 lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
βž›lafatti fakkeenya
#namatti
(Mat 13:1-7)

✍Raaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: β€˜ #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa
#gogaa nan #sochoosa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Link kan xuqaa hordofaπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha