🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
✍jechi #sulamaxi jedhu Afani  #Ibrayisxiitti irraa dhufee  kunis (Χ©ΧΧ•ΦΌΧœΦ·ΧžΦ΄ΦΌΧ™Χͺ ) hikaa isa #Nageenya_qabeettii jechudha
➻ ishin tuni #Mariyaami dha #Gabrael nagenyi siif Hatau jedheni
➊.kitaba weduu 6:13
Yaa #Sulamaxittii debi'i debii akka nu si ilaalluuf deebii  deebii Isin akkuma nama sirba #Mahanayiim ilaluutti
maaliif Sulamaxittii ilaaltu
βž‹.Luqas 1:28
Ergaman Waaqaa sunis gara #ishe dhaqe Yaa ishee kenna argatte #nagaan siif haa taΚΌu Gooftan si wajjin jira jedhe

➧ jechi #Mahanayiim afanii Ibrayisxiitti (ΧžΦ·Χ—Φ²Χ ΦΆΧ” #buufta_lama jedhudha

✍buufta lama kani jedhame #Galiilaa fi biyya #Gibxii
Kunis #Maariyaami Galiilaa irraa kaate Gibxii keessa qubachuu ibsa.
➌.Mat2:14
Yoosef kaΚΌee mucicha fi #hadha isaa halkanin fudhatee #Gibxitti qajele
➍.Mat 2:22
Arkelawos bakka Herodis abba isaa biyya Yihuda bulchu akka jalqabe waan dhagaeef achi dhaqu sodate Kana males Waaqayyo abjudhaan akeekkachiisa waan isaaf kennef gara #Galiila deme
➻ #π‘ π‘œπ‘šπ‘Ž π‘”π‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘– 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 β„Žπ‘Žπ‘‘π‘Žπ‘’β£
π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž π‘‘π‘’π‘™π‘’π‘”π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘Ž π‘˜π‘œπ‘‘π‘ŽπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha