🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
48 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌻 Waaqayyo kuno
Duumeessa Ariftaan gara
biyya Gibxi Ni dhufa:
πŸ‘‰αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ α‰ αˆαŒ£αŠ•
α‹°αˆ˜αŠ“ αŠ₯α‹­α‰ αˆ¨αˆ¨ α‹ˆα‹°
ግα‰₯ፅ α‹­αˆ˜αŒ£αˆ
=Raji-Isaayyaas 19:1
=αŠ’αˆ³α‹­α‹«αˆ΅ 19:1
🌾========🌾
=
#kuta_4_Ffaa
Goondasa:Maariyami
πŸ‘‰Isaayyaas jechuun
Qoricha jechuudha.
πŸ‘‰Abbaan isaayaas
Amoosi jedhama
πŸ‘‰bara inni Raaji dubbatee
Dhalota Kiristoos dura
Bara,688-740 tti
πŸ‘‰Kitaaba Tokko qofaa
Bareesse.Kitaabni
kuni boqonna 66 qaba
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Waaqayyo
#Dumeessa
Ariftaan gara,biyyaa
Gibxii ni Dhufa yeroo jennuu
❖ jalqabaa dura Waaqayyo
Maalif,Arifachuu isaa
Barbachise_____❓

❖ Kitaba
#hosee irratti
Abbaan ilma isaa
Gara,Gibxii akka wamee ni
Beekama,(hose 11:1)

❖ haali inni gara Gibxi
itti deemu immoo
dumeessani

✍Waaqayyo jedhee kan
Wamame amma immoo
Ilma ykn Kiristoos'
=akkuma hoseen ilma
Jedhe, Isaayyaas immoo
Waaqayyo jedhee
=ilma=Waaqayyo
Jechun Tokkuma Kuni
Aangoo Waaqummaa isatti

✍Dumeessa kan jedhamtee
#Maariyaamadha
Sababiin isaa haati fi mucaa
Fudhi deemi jedhamee.

🌹dumeessa
#Ariftaa kan
Jedhu Hiika akkana qaba
✍=1: Tokkoffan Ergama Waaqayyo, Herodis jala
Akka deeman yeruma sana
Tau ibsa
sababii isaa
#halkanii Waani
Deemanif (Mat 2:14)
✍=2:Lamaaffan guyyaan
#fayyina amma wani jedhameef
Kiristoos dafee iccitii hundumaa rawwachuu qaba,
Isaan keessa dubbi
rajoota Jechudha
=2Qor 6:2:Luq 4:19-20
✍ Sadaffaan Maariyaami haati Kiristoos wanta hunda ariitiidhaan kan rawwatuu ta'u Ishe ibsuuf
=Luq 1:39:Yoh 2:1-8.
====||====||===
🌹Waaqayyo maalif samii
irraa iyyuu
#xawoota biyya Gibxii balleessuu hin danda'u
maalif dumeessan dhaquun barbaachise____ ❓

β—ˆjalqabaa dura Waaqayyo
Tessoo isaa
#samii irra
Inni bira immoo dumeessi Waaqayyo
#gaditti
#lafa olitti Argama:

➒Kuni jalqabaa irratti
Wa'ee haadha isaa
#kabaja
ishee ibsuuf.
Dubaro Maariyaami
#Namoota kani olitti
#Waaqayyo gaditti jechuu ibsa

🌻Dumeessan biyya Gibxii
Qofa deemee malee biyya
Biraa dumeessan hin deemnee
Kuni immoo Guutumati
Dubaroo Maariyaami ilma
Ishee waliin akka deemtee
Ibsuuf......
Kanaafuu kan shakkii tokko
Male Amanun dirqama

✍ Akkuma
#Eliyaas dumesaa xinnoo fayyadamee Roobaa
Gaarin Roobee bilqilche
1mot 18:45:Yaaqoobi 5:16-17

=fakkeenyummaa kan Ilmi
Ishe dummeessa dhugaa fayyadamee xaawooti
Gibxii balesse.

🌹Waaqayyo sami tae osoo
jiru Xaawooti biyya Gibxi balleessu hin dandau kan
jedhu irraati..❓

✍Ser.Uum 11:5πŸ‘‡
ijoolleen Addaami kan
hojjatan magaala
#ijaarsa isaani ilaaluuf Waaqayyo
#gadi bu'e
πŸ‘‰ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­αˆ α‹¨αŠ α‹³αˆ αˆαŒ†α‰½ α‹¨αˆ αˆ©α‰΅αŠ• αŠ¨α‰°αˆ›αŠ“ αŒαŠ•α‰₯
αˆˆαˆ›α‹¨α‰΅
#α‹ˆαˆ¨α‹°
=α‹˜ααŒ₯αˆ¨α‰΅11:5
✍Haaluma kan Waaqayyo ammas cubbuu biyya Gibxii balleessuuf dhaqee

Yakki biyya Gibxii fi yakki
biyya Baabilon
#tokkummaa kan jechuun kallattii
kamiyyuu yoo Tae cubbuun,cubbuuma‼️
✍Fakkeenyaaf
#sobaan cubbuu yoo,hojjate cubbuma
✍haatuun cubbuu yoo
hojjatee kunis cubbuuma
garuu fulaa duraa
Waaqayyotti murtii irratti
Gargaruma qaba =mut 22:12

🌻biyyi Gibxii fi Babiloon
Wali fakkeenya qabuu akkasumas gargarummaas qabuu.

⛳️ Walumaagalatti yaadaa
Kan ni xumura..
⛳️ wa'ee Dumeessa qabxii
Kan qofa osoo hin tanee
Kan bira illee akka jiruu
Beekamadha..
||~~~
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha

====||====||=====