🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹Akkami jirtu Nageenyi
Dhifamni,fi jalali waaqayyon isinif haata'u"
#Bagaa||🍂|| geessan=16
➜ kadhannna fi jalali
Haadha keenya isinifi
Haata'u hunduma keessanif

❖ kitaba raajicha
Milkiyasi irra🌺

Waaqayyo Ani isiin
nan jaalladhe” jedha
isin garuu, “Attamitti nu jaallate? jeetu

#Esaawuu obboleessa
Yaaqoob mitii ree?” jettanii in gaafattu; Waaqayyo immoo, “Ani amma iyyuu
Yaaqoobi nan jalladhe
Esaawuu nan jibbee jedha.
(=Miilkiyaas Raajichaa 1:2)
▬▬▬▬▬▬▬
ammas yoo, ta'e.
Namni Addunya kan
Irra jirtu bakka lamati
Qodama,...
➜inni #1ffªª =kan
Waaqayyo jalatu yoo
Ta'u
🌹fakkeenyi isaa
Yaaqoobi yoo, ta'u
➜inni #2_ffªª Kan
Waaqayyo jibbu
Yoo, ta'u
🌹fakkeenyi isaa
Essawuu dha.
▬▬▬▬▬▬▬
➜fakkeenyuma kan
🅰 haati Goofta keenya
Addunya kan irra
Namoota ni jallati
➜akkasumas addunya
Kan irra namoota
Jibbituu ni qabdi..
%▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸%
akkuma waaqayyo
Namoota inni
Jallatu fedhi isani
Guuttu
=haati waaqa keenya
Nama jalatufi fedhi isani
Guutti.
➜ akkuma kitabni
Qulqullunni jedhu
Namni ifa barbadu
Gara ifa yaa, dhufu
Jedhu, namni
Haadha waaqa jalatu
Gara ishe haa, dhufu

Yohannis 3:20-21👇
Wanta hamaa #hojjechuu
kan amaleeffate hundi
#ifa ni jibba
hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

Wanta #dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
#fedhii Waaqayyoo
wajjin kan wali-simu
ta'uun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.

# ክፉ የሚያደርግ ሁሉ ብርሃንን
ይጠላልና፥ ሥራውም እንዳይገለጥ
ወደ ብርሃን #አይመጣም

#እውነትን የሚያደርግ ግን ሥራው በእግዚአብሔር ተደርጎ እንደ
ሆነ #ይገለጥ ዘንድ ወደ #ብርሃን ይመጣል
=ዮሐንስ 3 :20-21
△△△△△△△△△
Afaan #Giriki inni
Dura immo hiika
Kan nuufi keena.

Κάθε άνθρωπος που πράττει #έργα φαύλα μισεί το φως και δεν έρχεται στο
φως, γιατί φοβάται μήπως αποκαλυφθούν τα έργα
του και κριθούν.

#Όποιος όμως κάνει πράξεις σύμφωνες με την αλήθεια του Θεού, αυτός έρχεται στο #φως· έτσι θα φανεί πως οι πράξεις του έχουν γίνει από υπακοή στο Θεό».
▬▬▬▬▬▬▬
🌾Ayyanna||gaari isinif haata'u
🌺yaada yoo qabtan
Link kan xuqa👇
🅰 👉 @Gutema123
🅱 👉 https://t.me/Haaqa_bot
▸yookin @Haaqa_bot
kan jedhu xuqa
====||====||====