🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹ilma koo,Gibxiitti
Nan waamee
➒ αˆαŒ„αŠ•αˆ ከግα‰₯ፅ αŒ αˆ«αˆα‰΅
=Raji_Hoose 11:1
=αˆ†αˆ΄α‹• 11 :1
||***********||

=Goondasa Dubaroo
Maariyaami
= #Raaji_Hoose
βž›#kutaa_3_Ffaa

❖Hoose jechuun
Qoricha jechuudha
❖Abbaan Hoose Beeri
Jedhama
❖Hoosen raajii kan
Dubbate dhaloota
Kiristoos dura
Bara 721 ttii
❖ Kitaabni Hoosen
Bareesse boqonnaa
#14 qaba
====||====
✍gara mata duree
Keenya yeroo deebinuu.

➒Maatewoos akkana
Jedhe bareesseπŸ‘‡
πŸ‘‰Namooni oguuma
sun Erga isaan achii
deemanii booda
Ergamaan Waaqayyo abjuudhaan Yoseefitti
mulatee,Kaiitii #mucichaa fi #haadha isaa fudhadhuutii
gara #Gibxiitti baqadhu

Heroodis mucicha ajjeesuu waan barbaaduuf hamma
ani sitti himutti achuma turi
jedheen

Kanaaf, Yoseef kaee
mucichaa fi haadha
mucichaa fudhatee
#halkaniin gara Gibxii dhaqe

Hamma #Heroodis du'uttis achuma ture Kunis kan tae wanti Waaqayyo karaa
#raajii isaa" #Ani ilma koo
biyya Gibxiitii nan waame jedhee dubbate akka raawwatamuufi
=βž›Maatewoos 2:13-15
******
Hubbadha.Gara biyya
Gibxiitti kan waamee
Eenyu.❓
=biyya Gibxiitti kan
Waame Waaqayyo
Yookin Waaqayyo jechuun
Abbaa jechudha.
=ilma, kan jedhamee immoo
Kiristoos:
🌻maqaan Kiristoos
=~ilma
=~Amaanu'eel
=~Iyyaasuus
=~Gooftaa
Haata’u maqaan isaa
Kuni Kiristoos osoo
Fooni nama iyyuu hin
Qabtni dura iyyuu jira..

βž›ilma jedhee kan
Waame Abba isaa Waani
Taef nuuti ilma jenne
wamana

✍Ergaman Waaqayyo
Yooseefin #mucaa yookiin
#Da'imaa fi haadha mucaa
Fudhi jedhee jira

🌻Kanaafuu Raaji hose
ilma jedhe waamee
Ergamaan immoo da'ima
Jedhe wamee
Jechi #mucaa fi #ilma irratti
Ergama Waaqayyo maalif ilma
Jechu didee mucaa yookiin
Da'imaa jedhee waamee ❓

=ilma kan jedhame Kuni
Addunya dura Abbaa,isaaf
Ilma,Ture..Waaqummaa
Isaan Abbaa isaa wajjin
Waliqixa

➒Ergaman da'ima ykn
Mucaa jedhee kan wamee
Foonni nama,wajjiin Tawudoo
Tau ibsuufi.. jecha kan
Fayyadamne...

✍akkuma Raajiin
isaayaas DubbateπŸ‘‡
βž›Raaji-Isay 9:6

πŸ‘‰ #Mucaan nuuf #dhalateera #ilmis nuuf kennameera
humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira
#maqaan isaa Gorsaa, dinqii, #Waaqayyo-jabaa
abbaa bara baraa
angafa nagaa” in jedhama
β—ˆ #αˆ•αƒαŠ•_α‰°α‹ˆαˆα‹ΆαˆαŠ“αˆαŠ“
#α‹ˆαŠ•α‹΅ αˆαŒ…αˆ α‰°αˆ°αŒ₯α‰ΆαŠ“αˆαŠ“
αŠ αˆˆα‰…αŠα‰΅αˆ α‰ αŒ«αŠ•α‰ƒα‹ αˆ‹α‹­ α‹­αˆ†αŠ“αˆ αˆ΅αˆ™αˆ α‹΅αŠ•α‰… መካር, αŠƒα‹«αˆ
#αŠ αˆαˆ‹αŠ­ α‹¨α‹˜αˆ‹αˆˆαˆ αŠ α‰£α‰΅
#α‹¨αˆ°αˆ‹αˆ αŠ αˆˆα‰ƒ α‰°α‰₯ሎ α‹­αŒ αˆ«αˆ
=αŠ’αˆ³α‹­α‹«αˆ΅ 9:6
βž›Haaluma Kana Ergama
Waaqayyo muca ykn da'ima
Fudhi jedhee jira

πŸ‘‰Abbaan ilma isaa
Sababa maalif gara
Biyyaa Gibxiitti wama ❓

✍biyyi Gibxii saba Israa'el
Waaggaa 430 ofii jalatti
Rakko hedduu irraan geesse.
➒ser.Bau 12:40-41πŸ‘‡
#Barri Israa'eloonni biyya
Gibxii keessa jiraatan
waggaa 430 ture
Dhuma waggaa 430 sanatti guyyaadhuma sana macci #Waaqayyoo hundinuu biyya Gibxii keessaa in ba'an
*****
wanta beekuu qabuu
Qabnu Israa'eloni
Biyya Gibxii keesa
Wagga 215 turan
Biyya karaan keessa
Waggaa 215 turan
=215:+215=430 ta'a

βž›Haata’u malee akkuma
Yero Ilmi laga Yordaanositti
Cuphame Ilmi koo
Kan isaa dhagaa jedhee
Dubbaate...
=Ilmi immoo xalayaa du'a
Laga sana keessa balesse
:Mat 3:17
✍ Haaluma kan Ilmi
isaa biyya Gibxii keessa
Xaawooti kan dua namatti
Fidu,yaa,balleessuu jedhee
#Abbaan isaa, ilma isa
Achiti waamee....

✍Raajiin Kuni xumura kan
Argate sababa,Gondasa
Dubaroo Maariyaami
Ilma ishee Biyya Gibxii
Geessu isheen...........
Yero amma kan biyyi
Gibxii Xaawooti Ishe ammas
Irra deebitee haala gaariin
Itti fufte hojjacha jirti
kanafuu Murti cimaatu
fuula dura Ishe jira..

✍ #kutaa_4_ffaa
~hordofuu yoo barbade~

🌻 @haadha_Waaqa_naJaladha

====||====||====