🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
βž‘οΈπŸ…± kutaa_37ffΒͺΒͺπŸ₯₯βš οΈπŸ‘‡

➑️Gaaffii fi Deebi β™ˆοΈ
🐧MusiliimotaπŸ”
✍Yohaannis 10:29
Abbaan koo inni anaf kenne isaan kana hundumaa ni
#caalaa homtuu harka abbaa koo keessaa isaan basu hin danda'u
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”” Gaaffiiin isaan Abbaan Kiristoos ni caalaa jedhuu...πŸ€β“.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➧Deebii keenya
kuni dogogora isaanitti akka
#hiika iddoo kanati Abbaan hunduma ni caala kan jedhe kiristoos Abbaa fi #Uumamtoota kani wali bira qabe malee, wanta bira mitti *

πŸ”Ό Ragaa_kitaaba

πŸ…Ύ kanafu Abbaan koo,hundumaa ni caalaa yoo,jedhee Kiristoos kuni sirriidha β€œ kanafuu kabajaa Abbaa ibsaa jira iddoo kana irratti
β“΅=πŸ₯₯ Yohaannis 17:4_6
Ani hojii akkan hojjedhu Anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina(kabaja)sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina #Ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.

β€œAni namoota ati addunyaa keessaa anaaf kennitetti
#maqaa kee
muliseera. Isaan kan kee turan; ati anaaf isaan kenniteetta; isaanis dubbii kee eeganiiru.
✏️Abbaa hunda ni caalaa jedhuun guutummaatti kabaja yookiin ulfina Abbaa ibsuuf ture, Jechi
#maqaa ke Ani mul’iseera jedhuu kanuma ture.

🌸 Jechi immoo Ani lafaa irratti kabaja//ulfina siif kenne jedhu kuni illee akkamitti ibsa yoo,jedhamee β€œ Abbaan koo, hundumaa caala kan jedhuu kana ta'a malee wanta biraa maali ibsa:ree.β€œΒ»
πŸ””Jechi immoo
#Addunyaa keessatti maqaa kee,mulise jedhuu
Addunyaa kan jedhame nama malee biyyaa Israa'el ykn biyyaa Amerikaa ykn biyya Ethiopia miti.
kuni kallattiin namoota ibsa jechudha. Abbaan koo,hundumaa ni caalaa jechuu namoota//Uumamtoota akka caaluu ibsuuf akkasii jedhee.(Yohaannis 3:17)

πŸ…± Haata’u malee qofa kabaja barbaachisaa akka hin jennee Kitaabni sii,dhorkaa hubbachu Kiristoos illee kabajni ni barbaachisaa.
πŸ””Yohaannis 5:23
#namni_hundi akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina
hin kennu.
((
#kutaa_30_ffaa dubbisa waee ulfina Abbaa fi Kiristoos maali akka ta’e))

πŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…Ύ
βž›Kiristoos fi namoota lafa kana (Uumamtoota wali biraa qabu hin dandeessuu

maalif yoo, jennee
#Kiristoos immoo samii irraa akka dhufee nutti garuu samii irraa hin dhufne, akkasumas addunyaa dura hin turee. πŸ‘‡
➁=Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa
#ulfina Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati #ofii biratti ulfina anaaf kenni
βž›osoo namni, ergamoonni, lafa fi samiin hin Uumamni kabajin ykn ulfinni Kiristoos maali turee..... πŸ₯₯
➧ kanafuu Kiristoos addunyaa kan dura turee.

β“·=1Qorontoos 15:47
#Namni inni #jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame; #namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe

β“Έ=Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli
bae tokko illee hin jiru.

βž„=Ibroota 1:3
#Inni_ulfina_Waaqayyoo
ni
#calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan #hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni #cubbuu keenya erga
qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.

((
#αŠ₯ርሱም α‹¨αŠ­α‰₯ሩ #αˆ˜αŠ•αŒΈα‰£αˆ¨α‰…αŠ“ α‹¨α‰£αˆ•αˆ­α‹© ምሳሌ αˆ†αŠ–α₯ #αˆαˆ‰αŠ• α‰ αˆ΅αˆαŒ£αŠ‘ α‰ƒαˆ αŠ₯α‹¨α‹°αŒˆαˆα₯ #αŠƒαŒ’αŠ α‰³α‰½αŠ•αŠ• α‰ αˆ«αˆ± ካነጻ α‰ αŠ‹αˆ‹ α‰ αˆ°αˆ›α‹«α‰΅ α‰ αŒαˆ­αˆ›α‹ #α‰€αŠ α‰°α‰€αˆ˜αŒ βž§(α‹•α‰₯αˆ«α‹α‹«αŠ• 1:3)

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž›kanafuu Walumaa galatti Abbaan hundumaa caalaa kan jedhu kabaja Abbaa ibsuudhaaf Kiristoos kana dubbate iddoo kana irrati kani jedhu ta'a.
⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️
➧link kan xuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//==