🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌺 Deebi isaa kunoπŸ‘‡

πŸ‘‰Namoonni tokko tokko warri orthodoksi sirri mitti jedhu Β« kunis warri Amanta orthodoksi maalif balbala mana Amanta dhugaatuu afaani isaanittin nuun jedhu❓❓❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹nuuti sababa lama gurguddoo qabnaa.
❢➻Tokkoffaa balbala keenyaa dibata Qulqulluu ni dibana. Waaqayyo immoo akkasii jedhe jira πŸ‘‡

Seera Bau 30:29
Hundumaa caalaa qulqulluu akka taΚΌaniif ati isaan ni qulqulleessita.
#Namni isaan tuqu kam iyyuu qulqulluu taΚΌuu qaba.

1Yohaannis 2:20
Isin isa
#qulqulluu sanaan #dibamtaniittu, hundi keessanis beekumsa qabdu.
➻ iddoo kanati kitaaba Musee fi Kitaabni Yohaannis jecha tokko fayyadamni jiru .
Kani Musee πŸ‘‡
ΞΊΞ±ΞΉ Ξ‘Ξ±ΟΟŽΞ½ τους υιούς αυτού
#χρίσΡις ΞΊΞ±ΞΉ αγιάσΡις αυτούς ιΡρατΡύΡιν ΞΌΞΏΞΉ

Kani Yohannis πŸ‘‡
ΞΊΞ±α½Ά ὑμΡῖς
#χρίσμα ἔχΡτΡ αΌ€Ο€α½Έ τοῦ ἁγίου· οἴδατΡ πάντΡς.
➻ jechi Musee ➻
#χρίσΡις
➻jechi Yohannis➻
#χρίσμα
✍kanafuu nuuti balbala fi mana Kiristiyaanaa kani dhuganu Qulqulluu ta’u fi beekumsa argachufi.

❷ lamaffaan immo balballi dhugan
#Kiristoos wani ta’ef
Yohanis 10:9πŸ‘‡
Ani balbalicha