๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.35K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนkutaa-6-ffaa =
๐Ÿ•นGafii fi Deebii Muslimota๐Ÿ‘ˆ

โœ Maarqoos 1:14
Erga Yohannis mana hidhaatti galfamee booddee, Iyyaasuus(Kiristoos) #wangeela #Waaqayyoo lallabaa Galiilaa seene.

โถ=gaafii Muslimoota kana irratti Kiristoos wangeela hin qabuu ofii isaa iyyuu wangeela Waaqayyo Lallaba jedhuu.โ“

โœDeebii keenya Kiristoos illee wangeela qaba kani jedhuu ta'a.

โถโžปMaarqoos 1:1
Jalqaba #wangeela_Iyyaasuus Kiristoos Ilma Waaqaa.

โž‹โžปGalaatiyaa 1:7
#wangeelli biraa illee hin jiru. Garuu namoonni isin dogoggorsanii #wangeela_Kiristoos jalสผisuu yaalan tokko tokko jiru.

โžŒโžป2 Tasaloonqee 1:7-8
isin warri rakkinni irra gaสผe, Gooftaan keenya Iyyaasus yeroo #maleekota isaa humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulสผatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna  inni samii irraa kan mulสผatu #ibidda #bobauun yeroo taสผu, warra Waaqayyoon hin beeknee fi waee #wangeela_Gooftaa keenya Iyyaasuus #ibsuuf hin ajajamne irratti haaloo ni baสผa

Ragaa dabalataa dubbisaa Rome 15:19* Filiphisiiyus 1:17*  2Qor 9:13
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ wangeela Waaqayyo yoo jennee fi wangeela Kiristoos yoo jennee Tokkummaa malee wanta biraa miti. ยซ wangeela Kiristoos kani taโ€™e hundi kani Abbaati, wangeela Abbaa kani taโ€™e hundi kani Kiristoos ยป

โžโžปYohaannis 17:10
wanti kan koo taสผe hundi kan kee ti; wanti kan kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera

๐™ž๐™—๐™จ๐™– ๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™–.
jechi โ #wangeelaโž jedhu kaaku dura fi Kakuu haaraa keessatti bareeffame ni argama Fakeenyaf kitaaba kaaku durii isaa Afaanii Ibraayisxiitti irraa gara Afaanii Giriikiitiin bareefame keessatti ni argatu.

kitaaba Raaji isayaas 52:7๐Ÿ‘ˆ
kitaaba Raaji Nahomi 1:15๐Ÿ‘ˆ

kaakuu haaraa keessatti immoo jechi wangeela jedhuu

Maarqoos 1:1๐Ÿ‘ˆ, 1:14๐Ÿ‘ˆ
Maatewos 4:23๐Ÿ‘ˆ

kitaaba kaaku haaraa keessa iddoo baay'ee jira,  afaanii kamiyyuu ni argama

๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™ฌ๐™–๐™ฃ๐™œ๐™š๐™š๐™ก๐™– ๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ค๐™ค ๐™ก๐™–๐™ก๐™ก๐™–๐™—๐™š๐™š ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™ฃ ๐™ฌ๐™–'๐™š๐™š ๐™ž๐™จ๐™–๐™– ๐™™๐™ช๐™—๐™–๐™ฉ๐™š ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™™๐™๐™–.

โžŽโžปYohaannis 16:15
Wanni Abbaan qabu hundinuu kan koo ti. Inni #waanuma_koo #fuudhee isinitti beeksisa jechuun koos kanumaaf

โžโžป2Qorontos 2:12
Yeroo ani #wangeela_Kiristoos lallabuuf Xirooสผaas dhaqee Gooftaan balbala naa banetti


๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐šž๐šž ๐š’๐š“๐š˜๐š˜๐š•๐š•๐šŽ๐šŽ #๐š–๐šž๐šœ๐š•๐š’๐š–๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐šœ๐šž๐šž๐š๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ ๐š’๐š•๐šŠ๐šŠ๐š•๐šŠ ๐š–๐šŠ๐š•๐šŽ๐šŽ ๐š˜๐š•๐š’ ๐š๐šŠ๐š๐š’ ๐š๐šŽ๐šŽ๐š–๐š๐šŠ๐š—๐š’ ๐š‹๐š˜๐šš๐š˜๐š—๐š—๐šŠ ๐š˜๐š๐š’ ๐š‘๐š’๐š— ๐š๐š‘๐š˜๐š›๐š”๐š’๐š—๐šŠโŒ
๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ก๐‘’๐‘™๐‘’๐‘”๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘˜๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐Ÿ‘‡
๐‘™๐‘–๐‘›๐‘˜ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘ข๐‘ž๐‘Ž.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha