🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸšΉπŸ’’ DubbisaaπŸ’’πŸ‘‡πŸŒ€πŸŒ€
Haatau malee,
#raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa
#iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.

Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, β€˜Inni
#maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!’ hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.”

β“Έ=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: β€œYeroon isin guyyoota
#Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.

Namoonnis, β€˜Kunoo
achi jira!’ yookiin β€˜Kunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.

Akkuma
#bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu,
#guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.


πŸ₯€gaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.

⏩=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.

Yaa
#ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira.
#Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, β€˜Isin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessan’
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.

Akka isin
#wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa

⏩=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, β€œYaa Gooftaa eessa dhaqxa❓” jedheen. #Iyyaasuus deebisee, β€œBakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buuta”
jedhe.
#Pheexirosis, β€œYaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kenna” jedheen.

⏩=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis
#iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.”
β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£
🌹yeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.

β“΅=Mul’ata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi teesοΏΎsoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis
#baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.

β“Ά=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis
#iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas
#maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
🌹link kan fayyadamaπŸ“
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====🌼🌼🌼=====