🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.35K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Amanta Muslima dura biyya Araba kessatti Waaqni waaqeessa ture inni jalqaba ❝ #Hubal ❞ jedhama
➻Hubal kuni immoo #obboolleetti dubartoota sadi(3) qaba* yookiin immoo isaa afanii Ingiliffatiin (daughters ) jennu.
Maqaan dubartoota sadan immoo isanii kanaπŸ‘‡
❢➻Allat
βž‹βž»Al-Uzza
➌➻Manat.


✍ yeroo Amma Muslimoonni maqaa Allat jettu sana xumura irraa qubee takka balleessaan Allah jedhuu.

Inni jalqaba=AllatπŸ‘ˆ
Inni lamaffa=AllahπŸ‘ˆ

Kanafuu Allah jechuun maqaa durii kani dubartii Allat irraa dhufee malee gara bira eessaa iyyuu hin dhufne.

Kanaafu Allah dubartii dha😜🐐

Fakkeenyaaf maqaa kana Allah eessaa fidee jeete osoo Muslimaa gaafate iddoo inni fidee hin beeknuu siin jedhuu 😜

Maqaa dubartii lamaffaa immoo Al-uzza jedhama kuni immoo Qubee ❝ #Al ❞ jedhuun jalqabaa.
Maqaan Allah 99 keessa tokko

المانِع - Al-Mani#

kana jedhun Al + Mani jechudha
Kani dubartii sana immoo
Al-Uzza=Al+ uzza jechudha.

Kanafuu Qubee Al jettu kuni eessa dhufte osoo Muslimaa gaafatee deebii isaa hin jiru😜

Link kana xuqaa dubbisa mee