🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Audio
🌹 Orthodoksi fi Muslimaa
➻mataduree mormi
Maqaa Kiristiyaanaa  jedhuu irratti.
➸hoji-duka-buota 11:26
Erga isa argee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin walda(gumii )keessatti walitti qabaman;
namoota hedduus ni barsiisan; barattoonnis yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti #Kiristiyaanota” jedhaman

🌹Luqaas 11:28
Inni garuu
#Lakki_gammadoon
illee
#namoota_dubbii Waaqayyoo #dhagaanii_hojii irra oolchani dha jedhe.
❀️kanafuu nutti Qajelfama Waaqayyo dhageenye
dubbii Waaqayyo hojji irraa olchine ,dubbii suni immoo akka nutti Kiristiyaanaa jedhamnu Waaqayyo biraa nuuf dhufe, kanafuu nuuti isaa dhageenye hojii irraa olchine.

πŸ‘‰ koota na,duuka bu'aa jedhe Kiristoos ,kanafuu Kiristiyaanaa ta’a fakkeenya kiyyaa hordofa jedhu isaatti.

Maatewos 5:19
#Kottaa_na_duukaa buaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha” isaaniin jedhe.
β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±
1➻
#orthodoksi irraa
     Gutema Gelana
2➻
#Muslimaa irraa
     Abbuu.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼