πΊβ‘οΈ kutaa _54 ffaa πΊπΊπΉ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πGaaffii fi Deebii
πmusiliimotaπ
βYohaannis 13:13
isin #Barsiisaaβ fi #Gooftaaβ jettanii na waamtu; anis akkuma sana waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊ Gaaffii isaanii
1=Kiristoos qofa miti, Gooftaan #namoota baay'eedha, kanafuu Kiristoos sababa Gooftaa jedhamef Waaqayyo yoo, taβe namoonni hundi Waaqayyo ta'u qabuu jedhuu.....β
βοΈRagaa isaanii immoo
A)).#Abrahaami_gooftaa jedhama jedhuu
.1Pheexiroos 3:6)
B)). #Museen_Gooftaa jedhama jedhuu
.seraa.Bau 32:22)
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDeebii keenya
π₯ Abrahaami fi Musee qofa dhisii #addunyaa kuni hundi Gooftaa osoo taβe iyyuu baay'ee nuuti tola. (akkasumas nu hin dinqisiisu.π«²
πΉkanafuu Jechi Gooftaa jedhuu dhuguma hundi wali qixa jechu yoo, ta'e. Muslimoonni dogoggora keessa jiruu
βFakkeenyaaf Waaqayyo #Gooftaa jedhamee jira
πΉπSeera Bau 34:23π
Dhiironni kee hundinuu waggaatti si'a sadii ana Waaqayyo #gooftaa, Waaqayyo isa kan Israa'el duratti haa argaman
*Thrice in the year shall all your men children appear before the #Lord_GOD, the God of Israel (Exodus 34:23).
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
isaa kani akkamii gootu erga jecha Gooftaa jedhu qofa ilaalani murteessuu taβe Waaqayyo gooftaa yoo, jedhamuu fi Abrahaami fi museen gooftaa yoo,jedhamu tokko jechudha ββjennee musiliimota gaafachuu qabna.
Deebii isaanii #lakki gargarummaa qaba jedhuu
Yeroo isaanii akkasii jedhanii immoo Kiristoos #Gooftaa yeroo jennuu adda wani ta'ef
β‘οΈ Kiristoos Gooftaa yeroo jennuu goonkumaa kani isaa kuni adda dha, akkasumas Waaqayyo ta'u ibsa.
πΊ #Ragaa_kitaaba
A.)) πKiristoos Qofaani #Ergamoonni Gooftaa jedhanii.
namni bira gonkumaa hin jiruu.
β΅βLuqaas 2:11π
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos #Goofticha dha.
B.))π Toomaas Kiristoos qofaan Gooftaa koo,Waaqa koo,jedhee
Toomaas nama biraa gonkumma hin jennee
βΆβYohaannis 20:28π
Toomaasis deebisee, #Gooftaa ko, Waaqa ko!β jedheen.
C.))π cuuphaan tokko #Gooftaan tokko kani jedhee Phawuloos Kiristoosiin qofa
β·βEfesoon 4:5π
#Gooftaa_tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;
D.))π #gaarummaa fi #nagaan goofta Kiristoos fi Abbaa biraa qofa jedhe Phawuloos malee nama biraan gonkumaa hin jennee.
βΈβGalaatiyaa 1:3π
Waaqayyo #Abbaa keenyaa fi
#Gooftaa Iyyaasuus Kiristoos biraa #gaarummaa guddaanii fi #nagaan isiniif haatau.
E.)) πFayisaa fi Gooftaa samii irraa dhufee Kiristoos qofa jedhee Phawuloos
βΉβFiliphisiiyus 3:20π
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna
F)).π Gooftaa tokkicha Kiristoos fi Abbaa tokkicha beeka jedhee jedhee Phawuloos kanafuu Jechi tokko jedhuu maali ibsa
βΊβ1Qorontos 8:6π
nuuf garuu isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane #Waaqa tokkicha Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkicha isa wantoonni hundi karaa
isaa argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus #Kiristoos qofatu jira
G.)) πLubbuu namoota harka isaa keessa kani jiratuu Gooftaa Kiristoos qofa Isxifaanos Kiristoos qofaan jedhee namaa biraa gonkumaa hin jennee
β»βHoji.duka .buota 7:59π
Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii #Isxifaanos, βYaa #Gooftaa Iyyaasus Kiristoos hafuura(lubbu)) koo fudhadhuβ jedhee kadhate.
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
Kanafuu yaa, musiliimota maali isin waaya reeβ ammaa ππ
π³π³π³π³π³π³π³π³π³
Qaabxiwwaan 7 kana irratti
Musiliimonni ragaa gonkumaa fiduu hin dandaniπ
ππππππ
Erga nuuti Musiliimootan jennu
Kitaaba kana dubbisa
π °π1 Qorontos 12:3
Namni Afuura Waaqayyootiin, #Iyyaasus Kiristoosin abaaramaa dhaβ jedhee dubbatu tokko illee akka hin jirre, akkasumas #namni #Afuura_qulqulluutiin yoo tae malee, #Iyyaasus Kiristoos #Gooftaa dhaβ jechuu dandau tokko illee akka hin jirre akka beektan nan barbaada.
π ±π1Qorontos 16:22
#Namni Gooftaa hin #jaallanne kami iyyuu abaaramaa haatau. Yaa #Gooftaa keenya kottu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊ waldaa keenyaf fedhii kee,yoo,taβe kootu miseensa tai
yeroo tokko xuqi gadiππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
ππππππππππ

βBagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin ΧΦ·ΦΌΧΦ°Χ¨Φ΄ΧΧΦ΅Φ‘Χ ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufeeΧΦ·ΦΌΧΦ°Χ¨Φ΄π πΧΧΦ΅Φ‘Χ
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #ΞΞ±Ξ²Οιὴλ (GabriΔl) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.
β #Gabriel Nama baay'ee #jalata
π³ragaa keenyaπ
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayΚΌee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taΚΌu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhuβ naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhuβ nan jedhe.
β»Ergamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
β»Dani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
β¬β¬
πjalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
πβπ¨ ππ¦π¦ππππ ππππ ππ ππππ βππ‘ππ’.
β π€ππ―π π±π’π©π’π€π―ππͺπ βοΈ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

βjechi #sulamaxi jedhu Afani #Ibrayisxiitti irraa dhufee kunis (Χ©ΧΧΦΌΧΦ·ΧΦ΄ΦΌΧΧͺ ) hikaa isa #Nageenya_qabeettii jechudha
β» ishin tuni #Mariyaami dha #Gabrael nagenyi siif Hatau jedheni
β.kitaba weduu 6:13
Yaa #Sulamaxittii debi'i debii akka nu si ilaalluuf deebii deebii Isin akkuma nama sirba #Mahanayiim ilaluutti
maaliif Sulamaxittii ilaaltu
β.Luqas 1:28
Ergaman Waaqaa sunis gara #ishe dhaqe Yaa ishee kenna argatte #nagaan siif haa taΚΌu Gooftan si wajjin jira jedhe
β§ jechi #Mahanayiim afanii Ibrayisxiitti (ΧΦ·ΧΦ²Χ ΦΆΧ #buufta_lama jedhudha
βbuufta lama kani jedhame #Galiilaa fi biyya #Gibxii
Kunis #Maariyaami Galiilaa irraa kaate Gibxii keessa qubachuu ibsa.
β.Mat2:14
Yoosef kaΚΌee mucicha fi #hadha isaa halkanin fudhatee #Gibxitti qajele
β.Mat 2:22
Arkelawos bakka Herodis abba isaa biyya Yihuda bulchu akka jalqabe waan dhagaeef achi dhaqu sodate Kana males Waaqayyo abjudhaan akeekkachiisa waan isaaf kennef gara #Galiila deme
β» #π πππ πππππ ππ ππππ βππ‘ππ’β£
ππππ π‘ππππππππ πππ‘ππ