🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
46 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
β€ΌοΈπŸŒΌβ€ΌοΈ 9πŸ‘‰2Qor 4:10-11
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
jireenya
#Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
πŸ‘Œkuni immoo rakkoo yeroo inni foonii dhufe sana ibsaa jira

10πŸ‘‰ Ibr 2:14-17
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
♨️Kanaaf, β€œ
#ijoolleen” sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;

♨️akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan
#bilisa baasuufi
♨️Sababiin isaas inni
#sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
♨️ Kanaaf, inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti
#luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin β€œ #obboloota” isaa fakkaachuu qaba ture..
♨️ Inni mataan isaa yeroo
#qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa

🌼 1➧sababa Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame
#Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
🌼 sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka ta’e ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
♨️Kiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee inni lubba Waaqayyoti,
➧lubbaa Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee

🌼 lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma Waaqayyo malee jira garaa
#lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu
#Kiristoos Waaqayyo jechudha


♨️ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu
#Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos

πŸ‘‡Kiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka ta’e, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha

πŸͺ€πŸ“
#gama hundumaatiin β€œ #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture

πŸ–•πŸ–•
#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadhaπŸ–•πŸ–•πŸ–•πŸ–•
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1➧obboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2➧obboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu

🌹akkamitti Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo

1πŸ‘‰akka namatii nyaachuudhaan
2πŸ‘‰akka namatii kadhachuudhaan
3πŸ‘‰ akka namatii dadhabuudhan
4πŸ‘‰akka namatti soomuudhan
5πŸ‘‰akka namati rafuudhan
6πŸ‘‰akka namatti calisuudhan
7πŸ‘‰akka namatti gadi ofii qabudhan
8πŸ‘‰akka namatti adeemudhan
9πŸ‘‰akka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10πŸ‘‰ akka namatti ergama ta’e
11πŸ‘‰akka namatii raaji ta’e
12πŸ‘‰ Haata’u malee akka namoota jiratee garuu inni akka
#nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne

11πŸ‘‰1Phex 2:21-25
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Dhugaa dubbachuuf isin
#jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan
#fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
πŸ‘‰ inni
#cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
🌹Nuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni ofuma isaatiin cubbuu keenya
#qaama isaatiin #fannoo irratti baate. β€œIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.” Sababiin isaas isin
akka
#hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
πŸ‘‰......πŸ“πŸ“ jalate dhiistee
πŸ‘‰......πŸ“πŸ“ murti Kiristoos
jala hin baatu