๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAmantiin keessan
#Ogummaa namootaa
irratti utuu hin tain humna Waaqayyoo irratti kan
hundaae akka ta'uu.

๐Ÿ‘‰ แŠฅแˆแŠแ‰ณแ‰ฝแˆแˆ
แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠƒแ‹ญแˆ แŠฅแŠ•แŒ‚
#แ‰ แˆฐแ‹ แŒฅแ‰ แ‰ฅ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแˆ†แŠ•

โžข1 Qor 2:5
โžข1 แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 2:5
=====||======
โ–
#Bagaa_Geessaan

โ€ข Muddee 24
โ€ข Ayyaanna qulqulluu
#Taklaymanotti guyyaa
dhaloota isaani

โ€ข Akkasumas boqonna
Aginixiyosi

๐ŸŒป
#sirna_Qidasee
(sirna galatoo)
guyyaa kani Dubbifamu
โ€ข Efe 4:11-17
โ€ข 1 Phex 1;13-xum
โ€ข HDB 19:11-21
โ€ข Far 8;2
โ€ข Mat 18;1-12
โ€ข Sirna galatoo
duuka buโ€™oota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– "Phawuloos" irraa
Kan dhageenye "


โ– kan ani dubbadhee fi
kan ani isiniif lallabes
jechoota #ogummaa
warra nama sossobaniin
utuu hin tain
#Afuuraa fi
humna Waaqayyoo mulisuudhaan ture

โ– kana kan ani godhes amantiin keessan
ogummaa namootaa
irratti utuu hin
tain humna Waaqayyoo
irratti kan hundaae akka
tauufi

โ– Ammas namoota
bilchaatan gidduutti
ogummaa dubbanna,taus
kan dubbannu ogummaa
sirna kanaa yookiin
ogummaa bulchitoota
sirna kanaa warra
baduuf jiranii miti

โœ Kanaa mannaa
ogummaa Waaqayyoo isa
karaa iccitii Qulqulluu mulifame, jechuunis
ogummaa Waaqayyoo
isa dhokataa isa inni
sirna kana dura ulfina
keenyaaf dursee
murteesse sana dubbanna

โœ
#Bulchitoota sirna
kanaa keessaa
ogummaa kana kan
beeke tokko illee
hin turre,utuu beekaniiru
taee silaa

#Gooftaa isa ulfina
qabeessa tae sana
hin fannisan turan

๐ŸŒปHaatau malee akkuma โ€œWantoota Waaqayyo
namoota isa jaallataniif qopheesse, iji hin argine
gurris hin dhageenye
yookiin garaan namootaas
hin yaadneโ€ jedhamee barreeffame tae

โœ Waaqayyo karaa
#Affuura isaa wantoota kana nutti muliseera,sababiin isaas Affuurri wanta hundumaa jechuunis wantoota
Waaqayyoo warra gadi
fagoo taan illee ni
#qora

โœ
#Yaada nama tokko
keessa jiru Affuura
namicha sana keessa
jiru malee, namoota
keessaa eenyutu
beekuu dandaaโ“

๐Ÿ‘‰ Haaluma wal-fakkaatuun
#Afuura_Waaqayyoo
malee, yaada Waaqayyoo
#namni beekuu dandau
hin jiru

โœ Ammas nuti
wantoota Waaqayyo gaarummaadhaan nuu kenne beekuu akka dandeenyuuf, Afuura
#addunyaa utuu
hin tain
Afuura isa kan
#Waaqayyoo fudhanneerra
Kana malees, wantoota
kana kan dubbannu
#jechoota ogummaa
namootaa irraa baranneen miti

๐ŸŒนkanaa mannaa
#dhimmoota Afuuraa jechoota
Afuuraatiin yommuu ibsinu dubbii Afuura irraa baranneen dubbanna.

โœHaatau malee
wantoonni kun
nama fooniitiif
gowwummaa waan
ta'aniif, namni akkasii

wantoota Afuura
Waaqayyoo irraa dhufan
hin fudhatu,Afuuraan kan qoraman waan taaniifis
inni isaan hubachuu
hin dandau

โœ
#Namni Afuuraa
garuu waan hundumaa
qora taus ofii isaatii
nama kamiin iyyuu hin
qoramu

โœ
#Kitaabni Qulqulluun
โ€œAkka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Waaqayyo beekeโ“โ€ jedha.

#Nuti garuu yaada
Kiristoos qabna
---- 1Qor 2:4-16------
""""""""""""""""
โœEenyutu bishaanota
harkaan hammaaree safareโ“
โœEenyutu samiwwan taakkuudhaan safareโ“
โœEenyutu biyyoo lafaa guubootti naqee fixuu
danda'aโ“
โœEenyutu tullootaa fi gaarota madaalii irra kaa'aโ“
โœEenyutu humna
#Afuura Waaqayyoo shallaguu
danda'aโ“
โœEenyutus Waaqayyoon
#gorsee barsiisuu danda'aโ“
โ€ผ๏ธinni eenyuun gorsa
gaafataโ“
โ€ผ๏ธYaada ogummaa eenyu
irraa argataโ“
โ€ผ๏ธ Karaa qajeelaa eenyutu
isa barsiisaโ“
โ€ผ๏ธBeekumsa ittiin hubatus
Raji-isay 40:12-14

๐ŸŒป
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• แˆ˜แŠ•แˆแˆต แ‹ซแ‹˜แ‹˜ แ‹ˆแ‹ญแˆต แŠ แˆ›แŠซแˆช แˆ†แŠ– แ‹ซแˆตแ‰ฐแˆ›แˆจแ‹
แˆ›แŠ• แŠแ‹โ“
โœแ‹ˆแ‹ญแˆต แŠจแˆ›แŠ• แŒ‹แˆญ แ‰ฐแˆ˜แŠซแŠจแˆจโ“ แ‹ˆแ‹ญแˆต แˆ›แŠ• แˆ˜แŠจแˆจแ‹? แ‹จแแˆญแ‹ตแŠ•แˆ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ›แŠ• แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆจแ‹โ“

๐ŸŒปแŠฅแ‹แ‰€แ‰ตแŠ•แˆต แˆ›แŠ• แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆจแ‹โ“ แ‹จแˆ›แˆตแ‰ฐแ‹‹แˆแŠ•แˆต แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ›แŠ• แŠ แˆณแ‹จแ‹โ“
"Xumuraa irratti"
โ—‰ Galani Waaqayyof
Haataโ€™u Ameen.

โœ
@haadha_Waaqa_naJaladha

===||=====||===