🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.61K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
‼️Akkuma #Abbaan
keessan gara laafessa
tae, isinis gara
laafeyyii ta'aa.
= αŠ α‰£α‰³α‰½αˆ αˆ­αŠ…αˆ©αŠ… αŠ₯αŠ•α‹°
αˆ†αŠ αˆ­αŠ…αˆ©αŠ†α‰½ αˆαŠ‘
βž›Luqaas 6:36
βž›αˆ‰α‰ƒαˆ΅ 6 :36
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β—ˆ Namni Tokko akkamitti
Garaa laafesaa jedhama ❓
=Qabxiwwaan muraasa nama garaa laafessa isaa godhuu
Fakkeenyaaf namnii tokko garaa laafessa yeroo jennuu

1= Diinota jaallachuu
qaba

2=warra jibbaniif
gaarii gochuu qaba
yeroo hundumaa

3= warra isaa abaaran
eebbisuu qaba

4=warra arrabsaniif
kadhachuu qaba
yeroo hundumaa

5= Nama maddii isa
tokko kabaluuf
maddii isa kan biraas
itti qabu ta'u qaba

6= nama uffata isa
irratti uffattu fudhatuuf
uffata isa jalatti uffattu
kennuuf ta'u qaba

7=Nama kadhatu
hundumaaf kani
kenuu ta'u qaba

8=namni qabeenya
isaa jalaa fudhatus
akka sii deebisu hin
gaafanne ta'u qaba

9=wanta namoonni
akka isaaf godhu
barbaaddu innis
akkanuma isaaniif
godhuu ta'u qaba

10= warra isaa jaallatan
qofa kan hin jaallane
Ta'u qaba

11= cubbumota illee
wali qixaa kan
jalatu ta'u qaba

12=Warra wanta gaarii
isaaf godhaniif qofa
oso hin tane namaa
wanta gaarii hin goone
illee jallachuu qaba

13=nama naa,deebisa
jedhe osoo hin tanee
liqeessuu ta'u qaba

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
sababaa Kanaaf
Akkuma Abbaan keessan
Garaa laafessa ta’e, isins
Garaa laafessa ta'a jedhee

♨️Akkuma kunoo
Kitaabni Leewwii jedhuu
Sana
πŸ‘‰ Ani Waaqayyo gooftaan keessan Qulqulluu
akkuman ta'e isinis
immoo qulqulloota
ta'aa
(Seera-Lewwootaa 19:2)

β—ˆPheexiroos Qulqulluun
jedhee turee
πŸ‘‰akkuma Isa
Qulqulluu isin
waame sanaa
isinis amala
keessan
#hundumaan
qulqulloota ta'aa

πŸ‘‰sababiin isaas
Ani Qulqulluu
waanan taeef isinis
#Qulqulloota tauu
qabdu” jedhamee barreeffameera
(βž›1 Phex 1:15-16)

✍ Nama Qulqulluu ta'uf
Qabxiwwan gara olii
Kaaraa sitti argisiisan
Gaaraa laafessa yoo,
Taate malee, Akkamiti
Qulqulluu ta’un
dandama
=Luqaas 6:27_35
====//=====//===

🌹Galani Waaqayyof
Haata’u Ameen

✍ link kan xuqaπŸ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha