πΉπkuta-24ffΒͺΒͺππ
βGaaffii fi Deebii β
πMusiliimootaπ
----------------------------
β Yohaannis 8:21
Kiristoos akkasi jedhe
β #Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus #cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessanβ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..β
β erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....βjedhuu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duβu
β©Kiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif
πRagaa kitaaba
β΅=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanβ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?β jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: βisin #gadi irraa ti;
ani garuu #olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani #cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
= #inni dhufu
sun #Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu
βΆ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: β #Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa #addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.β
β·=Yohaannis 12:34-41
Achiis #namoonni
hedduun sun deebisanii, βNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti #ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?β jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: βIfni
sun yeroo #gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin #liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin #ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti #amanaa.βKiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti #Isaayyaas raajichi, βYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?β jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
βIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan #hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.β
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
βΈ=Yohaannis 5:40
isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.
βΉ=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin #moone
βΊ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa #keessa ture, addunyaanis
karaa isaa #argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.
#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.
β»=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.
βIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.
Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin #murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,
#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.

πΉkutaa-33ffΒͺΒͺ πΈπΎπ
=Gaafii fi Deebi
𧡠Musiliimotaπ§΅
β Yohaannis 9:41
Iyyaasus(Kiristoos) akkasi jedhe Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu hin qabdan turtan. Amma
garuu, βNi arginaβ jettu, kanaaf #cubbuun keessan isiniif #hin_dhiifamuβ
isaaniin jedhe
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πβGaaffii isaanii
1=Namoonni kuni cubbuu isaanii hin dhifamu erga tae ⨳ Kiristoos cubbuu keenya yoomi balleessee ree...βjedhuu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β§ Deebi keenya'
β Kiristoos cubbuu keenya balleessee jira
inni, Cubbuu karaa Adaami dhufee sana namoota hundumaa fayyisee jira.
πΉakka jecha kanatti Yohaannis 9:41 #hiika isaa namni Kiristoos dhugumaa cubbuu keenya balleessuuf hin dhufnee jedhe Amanuu yoo, jiratee *Namni kuni Eeyyee cubbuu isaan ni du'a, malee hin fayyuu
β Sababiin isaa namni kuni cubbuu Adaami irraa iyyuu yoo, fayyee garuu Kiristoos erga hin Amanee nama kanafi bu'aa isaa maalidha..β.
kanafuu namoonni kuni wani itti hin amaneef cubbuu isaaniittin ni du'u
π=Ragaa kitaaba π
1=β Yohaannis 3:14_18
Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise, #Ilmi namaas fannifamuu
qaba; kunis, isatti kan #amanu_hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi. βIsatti kan amanu hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera. Sababin isaas, Waaqayyo Ilma
isaa gara #addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
β Isatti kan amanu
hundi itti hin murteeffamu. Isatti kan hin amanne hundi, maqaa Ilma
Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin amanneef, #ammuma iyyuu itti murteeffameera.
2=βYohaannis 8:24
#Ani_cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas, #inni dhufu sun #Ana tauu koo hin amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu
3=βYohaannis 15:22
#Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
#cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πKiristoos namoota hundaa fayyisuufi kan dhufe kuno Raga keenya
1=Maraqoos 10:45
#Ilmi namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi #lubbuu isaa namoota #hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.β
( α₯αα²α #α¨α°α αα α αα«ααααα #ααα±α αα₯ααα½ α€α αα°α₯ α₯αα α₯αα²α«ααααα΅ α ααα£α (αααα΅ 10:45)
2=Rome 5:19
Akkuma ajajamuu diduu #nama tokkootiin namoonni hedduun cubbamoota taan, ajajamuu nama #tokkootiin
namoonni hedduun Qulqulloota tau.
3=Yohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, βKana booda waan ati #dubbatteef qofa #amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra namni kun dhuguma #fayyisaa_addunyaa tauu isaas beekneerraβ jedhan
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink kan xuqaa
hordoffu dandeessuπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====β=====