🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.35K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌷kutaa-7-ffaa:
Gaaffii fi Deebii Muslimoota.

✍Maarqoos 1:15
innisβ€œBarri sun gaΚΌeera(xumurame) mootummaan Waaqayyoo dhiΚΌaateera; qalbii jijjiirradhaatii wangeelatti amanaa!” jedhe

➊=Gaaffii isaanii Kiristoos mootummaa hin qabu inni iyyuu mootummaa Waaqayyo lallabaa jedhuu.❓
βž‹=Kiristoos wangeela lallabee jedhee barumsa akkamitti jedhuu ❓

πŸ•ΉDeebi keenya. =1=
Eeyyee Kiristoos mataan isaa iyyuu #Mootummaa qaba

β“΅βž›2Pheexiroos 1:11
akkasiin gara #mootummaa bara #baraa kan #Gooftaa keenyaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.

β“Άβž›Efesoon 5:5
Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen yookiin namni xuraaΚΌaan yookiin namni sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taΚΌe raawwatu #Mootummaa_Kiristoosii fi #Mootummaa_Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.

β“·βž›2 ximotewos 4:1
Waaqayyo durattii fi Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulΚΌachuu isaa fi #Mootummaa_isaatiin warra jiranii fi warra duΚΌan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen kana si ajaja:

πŸ’§π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘Žπ‘“π‘’ π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘šπ‘œπ‘œπ‘‘π‘’π‘šπ‘Žπ‘Ž π‘žπ‘Žπ‘π‘Ž ❣
⚜inni Mataa isa waee mootummaa isaa labsee ❝ jechi Β« #bari Β» xumurame yookiin barri sun ga’ee jedhe ❞
kani Raajonni durii dubbachaa turan xumura irratti Kiristoos ni dhufaa kani jedhuu ture

πŸ•ΉDeebii lamaffaa =2=
wangeela Kiristoos lallabee kani akkamii ture isaa jedhuu immoo. barattoota isaa gaafachuu qofaa deebiin isaa.

πŸ…° tokkooffaa Kiristoos isaanii gaafadha jedhee jira. π‘€π‘Žπ‘›π‘‘π‘Ž π‘Žπ‘›π‘– π‘‘π‘’π‘π‘π‘Žπ‘‘β„Žπ‘’ π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘π‘’π‘’π‘˜π‘’ π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Žπ‘‘π‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’. π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘Žπ‘‘π‘œπ‘œπ‘›π‘›π‘– π‘–π‘šπ‘šπ‘œ π‘–π‘ π‘Žπ‘Ž π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’π‘ π‘ π‘Žπ‘›π‘– π‘—π‘–π‘Ÿπ‘’πŸ’―

β“Έβž›Yohaannis 18:21
Ati maaliif na gaafatta? #Warra waan #Ani isaaniin jedhe dhagaΚΌan gaafadhu. Kunoo #isaan waan ani jedhe #beeku.

β“Ήβž›Maatewos 10:26-27
Kanaafuu isaan hin sodaatinaa. Wanni haguugamee utuu hin mulΚΌifamin hafu yookaan wanni dhokfamee utuu hin beekamin hafu tokko iyyuu hin jiruutii. Waan #ani dukkana keessatti isinitti himu guyyaa adiin odeessaa; waan gurratti isinitti hasaasan, bantii manaa irraa #labsaa.

β“Ίβž›1Yohaannis 1:1
Nu waaΚΌee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan #dhageenye, kan #ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina.

πŸ…± inni lamaffaa immoo Kiristoos ogummaa barattoota isaatti wani Kanaafi : barattoota isaa wanta hunda bareessani.

β“»βž›Luqaas 21:15
Anuu afaanii fi #ogummaa diinonni keessan tokko iyyuu dandaΚΌanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.

πŸ†‘ sadaffaa Afuura Qulqulluun barattoota wani gargaruuf wanta hundumaa hubbachisa.

β“Όβž›Yohaannis 16:13-14
#Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti #isin_geessa. Inni waan dhagaΚΌu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin dubbatu; waan dhufuuf jirus isinitti hima. Inni sababii #waanuma_koo fuudhee isinitti beeksisuuf ulfina naa kenna.

β“½βž›Yohaannis 15:26
Jajjabeessaan ani Abbaa biraa isinii ergu, jechuunis Hafuurri Dhugaa inni #Abbaa keessaa baΚΌu sun yommuu dhufutti waaΚΌee koo dhugaa baΚΌa.

𝙭π™ͺ𝙒π™ͺ𝙧𝙖 π™žπ™§π™§π™–π™©π™ž
Kani Β« #π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘ Β» lallabaa ture fi kani isaa dura ta’e hunda sababa Kanaafi dukaa bu'oonni Kiristoos barreessanii.πŸ’―πŸ’―πŸ’―

π‘˜π‘’π‘‘π‘Ž-6-π‘‘π‘’π‘π‘π‘–π‘ π‘Ž :π‘™π‘–π‘›π‘˜ π‘˜π‘Žπ‘›π‘Ž π‘₯π‘’π‘žπ‘Ž.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/1010

=dhugaan jiru kanuma yaa Muslimoota.