๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒบ kutaa_50 ffยชยช โคต๏ธ                
  ==================
โžก๏ธ Gaaffii fi Deebi
โžก๏ธ musiliimota.
โœ Yohaannis 12:44
Iyyaasuus(kiristoos) sagalee isaa guddisee,
#Namni Anatti Amanu, isa Ana erge sanatti Amana malee, anatti Amana #miti.* แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŒฎแŠธแฅ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ…แˆ แŠ แˆˆแฆ #แ‰ แŠฅแŠ” แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• แ‰ แˆ‹แŠจแŠ แˆ›แˆ˜แŠ‘ แŠแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ แ‰ แŠฅแŠ” แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆ(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต12:44)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaafii isaani
A.)) kani itti Amanamu Abbaa qofa ykn kani ergee sanatti malee .Kiristoositti hin Amanamu...โ“
B.)) kunoo Kiristoos Anati hin Amanana jedhe jedhuu.....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ Deebii keenya
A.)) Lakki lamaanitti iyyuu ni Amanama.
๐ŸŒบRagaa keenya.โฌ‡๏ธ

โ“ต=๐Ÿ‘‰Yohaannis 14:1
Kiristoos itti dabalee akkana jedhe: โ€œGaraan keessan hin raafamin.
#Waaqayyotti Amanaa, #Anattis amanaa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžžErga lamanuu itti Amanuu taโ€™e maalif Kiristoos ,Abbaati Amana jedhee ree.?
โ–ฌ Deebii isaa
Kiristoos gara olitti yihudoota dubbachaa turee isaanii garuu Kiristoos Amanuu yeroo didanii akkasii jedhee ยซKeeyyataan  lakkoofsa 44(12:44)) oli kanuma ibsaa Fakkeenyaaf.

โ“ถ=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:37-43
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete taus, isaan garuu isatti
#hin_amanne kunis kan tae, wanti #Isaayyaas
raajichi, โ€œYaa waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu? Irreen Waaqayyo hoo eenyutti mulifame?โ€ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture.
Sababii isaan amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheeraโ€œIsaan
#ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii, akka hin deebinee fi anis akka isaan hin fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera; garaa isaaniis jabeesseera.โ€

#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate,
#ulfina isaa waan argeef ture; waaee isaas dubbateera.Taus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti #amananii turan; haatau malee, mana sagadaa keessaa akka hin ariamneef sababii Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa ifatti hin dubbatan turan;
sababiin isaas, ulfina Waaqayyo biraa argamu caalaa, ulfina namoota biraa argamu waan jaallataniif ture.
๐ŸŒบakka dubbisaa kanatti Kiristoos Amanuu isaanitti rakkoo yeroo ta'u ,Kiristoos immoo kanuma isaan beekan Abbaatti iyyuu yoo, Amananii jedhetti.

๐ŸŒนkanaa jechuun immoo kani Abbaa kani taโ€™e kani ilmatti,kani ilma kani taโ€™e hundi kani Abbaatti.(Yohaannis 16:15))

โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10.
wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadhee

โžžkanafuu namoonni kuni Abbaatti ykn ilmatti yoo ,Amananii rakkoo tokko hin qabuu *sababa kanafi Kiristoos Abbaati Amana jedhe.

โ“ธ=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:45
namni na argu
#hundi, isa na erge Sanas ni arga.
แŠฅแŠ”แŠ•แˆ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ญ แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ• แ‹ซแ‹ซแˆ
(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 12:45))
โžก๏ธ kana jechuun Abbaa fi ilmi tokkummaa wani ta'aniif akkasii jedhe ,ati Abbaa ati amantee jechuun ilmatti illee Amantee jedhu ta'a.
๐ŸŒบ lakkoofsa gara gadi irratti immoo Kiristoos maali
jedheeโ“

โ“น=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:46
Namni anatti
#amanu hundi #dukkana keessa akka hin jiraanneef, ani ifa taee gara addunyaa dhufeera.

๐Ÿ”ณYaadaa xumura๐Ÿ”ณ
โ“บ๐Ÿ‘‰1Yohaannis 5:12-13
Namni
#Ilma sana qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya
kana hin qabu.
Ani wantoota kana kanan isiniif barreessu, isin warri maqaa
Ilma Waaqayyootti
#amantan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniifi.

#แˆแŒ แ‹ซแˆˆแ‹ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ แˆˆแ‹ แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแŒ… แ‹จแˆŒแˆˆแ‹ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‹จแˆˆแ‹แˆ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‰ณแ‹แ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแŒ… แˆตแˆ แˆˆแˆแ‰ณแˆแŠ‘ แ‹ญแˆ…แŠ• แŒฝแŒแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆ(1แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 5:12-13))
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบlink waldaa kani kunoo
Namni barbaduu hundaaf๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ
๐Ÿ“๐Ÿƒ kutaa _ 58 ffaa ๐Ÿƒ๐Ÿ“
  โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
โžฉGaaffii  fi Deebi
โšซ๏ธ musiliimota
โœ Yohaannis 14:1
Iyyaasus(Kiristoos) itti dabalee akkana jedhe: 
#Garaan keessan hin raafamin. #Waaqayyotti amanaa, #Anattis amanaa.
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
โžฉgaaffii isaani
A))* Abbaa akka
Waaqayyotti
       itti Amanuudha jedhu
B))* Kiristoos immoo akka
      Raajitti itti Amanudha jedhu
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–
๐ŸŒบRagaa isaanii fidanii
โžฉBara durii raajoota fi
Waaqayyotti Amana kani jedhu jira jedhuu
๐Ÿ‘‰Ser.Bau 14:31
Sabni Israa'eli Waaqayyo irree isaa isa guddaadhaan warra Gibxii irratti waan hojjete yommuu argan, isa in sodaatan;
#isaan_Waaqayyoon, #Musee garbicha isaa in amanan
๐Ÿ…ฐโžฉDeebii keenya iddoo
kana irratti
Dubbii kana kani dubbatee Musee moo, saba Israa'eliโ“
Lakki museen yoomi Waaqayyo ofii qixeesse Ana fi
Waaqayyotti Amana jedhe.

Garuu Israa'eloonni gochaa Waaqayyo gara Musee raawate arganii Waaqayyo karaa harka Musee dinqii wani hojjateef. Kuni dhugumaa jedhanii Waaqayyo fi museetti Amanani.
Malee isaan Waaqayyo fi museen Aangoo tokko qabanii jedhanii miti.โŒ

โ™จ๏ธRagaa lammaffaa isaanii dhiyeessan
๐Ÿ…ฑ2seena bara 20:20
Isaanis guyyaa itti aanu
ganama barii kaanii gara lafa
onaa Teqoohaa dhaqan. Utuu
deemaa jiraniis
#Yoshaafaax
dhaabbatee, โ€œYaa Yihudaa, isin
jiraattonni iyerusaalemis, na
dhagaaa! Jabaattanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, Waaqa keessan
Waaqayyoti amanaa.
Raajota isaatti amanaa; milkaaina ni argattu.โ€
๐Ÿ…ฑDeebi keenya iddoo
kana irratti
Yoshafaxi jedhee malee
warra yihudaa fi iyerusalemin.Waaqayyo fi raajoota Amana jedhee
Haataโ€™u malee yoshafax mataa isaa iyyuu rajoota jedhee Waaqayyo irraa gargari basee jira,
โžฉRaajoota keessa immoo eenyu ree? Ana fi Waaqayyo Amana kani jedhee โ“lakki gonkumaa hin jiruu.โŒ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบGara Deebi keenya

kallattiidhaan Yohaannis 14:1 irraa kan jiruu ilaala
#Lakkii Kitaabni iddoo kana irratti Abbaa akka Waaqayyotti ,ilma immoo akka raajiitii itti Amana hin jennee (Yohaannis 14:1)โŒ


๐Ÿ…พ akkamitti Qaama lamani kanatti Amanama. Yeroo jette immoo
#jechi_Amana jedhuu Kiristoos fi Abbaadha wali qixadha.

๐Ÿ…ฐโžฉ.Abbaan Waaqayyo jette yoo, amantee
๐Ÿ…ฑโžฉ.Kiristoos illee Waaqayyo jettee itti Amanu qabda
๐Ÿ…ฐโžฉ.Kiristoos fayyisaadha yoo, jettee amantee
๐Ÿ…ฑโžฉ.Abbaan illee fayyisadha jetee Amanuu qabda.
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
kanafuu Kiristoos,Abbaa fi Anati Amana Jedhee
โœณ๏ธ Qabxiiwwan armaan gadii Kiristoos fi Abbaa qofa ilaalta

โ“ตโžฉYohaannis 12:45
Namni
#Aa argu hundi, isa na erge Sanas ni arga
โ“ถโžฉYohaannis 14:9
Iyyaasus(Kiristoos)akkana jedheen: โ€œYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na hin beeknee? Namni Ana arge
#hundi Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, โ€˜Abbaa nutti argisiisiโ€™ jetta?
โ“ทโžฉYohaannis 5:17
#Inni(Kiristoos) garuu, #Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira; #Anis nan hojjedhaโ€ jedhee isaaniif deebise.
โ“ธโžฉYohaannis 5:21
Akkuma
#Abbaan namoota #duan kaasee jireenya isaaniif kennu, #Ilmis nama barbaadeef #jireenya ni kenna.
โ“นโžฉ 1Yohaannis 5:12
Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni
Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya
kana hin qabu.
โ“บโžฉ2Yohaannis 1:9
Namni barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi Waaqayyoon hin qabu. Namni barumsa
kanaan jiraatu, inni Abbaa fi Ilmaqaba
โ“ปโžฉYohaannis 10:30
Anii fi Abbaan tokko dha.
โ“ผโžฉYohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha,
#isattis ifatti of nan mulisa.
โ“ฝโžฉYohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: โ€œNamni na jaallatu
#hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa jaallata, #nutis gara isaa dhufnee bakka jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โ“พโžฉYohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒธ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒธ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒธ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
Link waldaa keenya xuqa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ