๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒผkutaa+27ffยชยช.๐Ÿ‘๐Ÿ“
=gaaffii fi deebii
โŒ MuslimootaโŒ
โœYohaannis 8:40๐Ÿ‘‡
Amma garuu ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo irraa dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu. Abrahaami kana
hin goone.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงgaafi isaani
Kiristoos Ani Nama
ofiin jedhee jira
kanafuu inni nama
malee Waaqa
mitii jedhuu โ“
โ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ต
โžงDeebii keenya
lakki inni Waaqa.

Raga kitaaba
โ“ต=โœYohaannis 1:1
Jalqaba logoosi (jecha) ture logoosi (jechi) Waaqayyoo wajjin ture;
logoosi (jechi) waaqayyo ture.
โžงlogoosi (jecha) kani
jedhame Kiristoos.
๐Ÿ’’ Kitaabni Yohaannis
kuni jalqabaa dura Afaani
Giriikiitiin bareffame
=hiika logoosi jechu achi irraa fudhe,
๐Ÿ‘‰
#ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚๐Ÿ‘ˆ
Jechi kuni Qube 5 qaba
โžงAfaan Ingiliffaatiin immoo
word jedhama.
โžงgaruu kuni immoo
dogoggora ture
maalif
#word jechuun
afaanii Giriikiin immoo
leksi jedhama
๐Ÿ‘‰
#ฮปฮญฮพฮท๐Ÿ‘ˆ
kanafu logoosi
yeroo jennu jecha qaama
qabu ta'u qaba.

yoo,*akkasii taโ€™e malee
hiika jedha leksi fi logoosi
jedhu wali hin madaluu.

โ“ถ=โœLuqaas 21:14-15
akkamitti falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa
sababiin isaas,
#Ani_dubbii fi #ogummaa mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu hin dandeenye #isiniif_nan_kenna.
โžงoggummaa kani
nama keenuu Waaqayyo
qofaa kanafuu Kiristoos
Waaqayyo dha.

๐Ÿ“โœ iyyob 12:13

#Ogummaanii fi guddinni isa bira jira;
Inni
#Waaqa kaayyoo ti, hubannaas qaba.
แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‹˜แŠ•แ‹ต
#แŒฅแ‰ แ‰ฅแŠ“ #แŠƒแ‹ญแˆ แŠ แˆˆแค แˆˆแŠฅแˆญแˆฑ แˆแŠญแˆญแŠ“ แˆ›แˆตแ‰ฐแ‹‹แˆ แŠ แˆˆแ‹
=(แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 12 :13)
๐Ÿ“โœ 1Motoota 4:29

#Waaqayyos_ogummaa fi
hubannaa guddaa, Akkasuma gara balina akka cirracha qarqara galaanaa tae
#Solomooniif ni kenne.
โžœ kanafuu Kiristoos Waaqayyo dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค๏ธ๐Ÿ“Waaqni nama hin
tauu jedhu

โœRaajii_Hose 11:9
Ani dheekkamsa
koo isa bobau hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,
Sababiin isaas
#Ani_Waaqa
dha malee #nama_miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu
jiru dha;Aariidhaan
sitti hin dhufu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงkanafuu Waaqayyo Ani
Waaqa malee nama mitii
ergaa jedhe, Kiristoos immoo Ani nama
jedhe jira, akkamitti inni
Waaqa ta'a jedhuu โŒ

โžœdeebi akka Jecha Raji hoseti, ani Waaqa malee nama miti jedhe male
#Ani_Foonii hin uffachu
hin jennee,

โœsababa immoo Ani Waaqa malee nama
mitii jechuun isa
yaada nama fi Waaqayyo
gargarii wanii taโ€™efi

๐Ÿ’’ Ragaa kitaaba
โ“ท=โœRaaji isayaas 55:8-9
#yaanni koo yaada keessanii wajjin,
#Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko mitiโ€ jedha Waaqayyo

Akkuma samiin
lafa irraa olii fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.

โ“ธ=โœYohaannis 8:14-15
#Kiristoos akkasi jedhee
isaanif deebisee โ€œAni eessaa akkan dhufee fi Eessa akkan dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, dhugaa baiinsi koo dhugaa dha.

#isin garuu Ani eessaa akkan dhufee fi eessa
akkan dhaqu hin beektan. Isin akka ilaalcha
#fooniitti_murteessitu;
ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงkanafu Jechi raajii hose dubbatee Ani Waaqayyo male,namatti inni jedhuu fi
isin akka ilaalcha fooniitti murtesitu jedhu.
maali ibsa yeroo jenu Waaqayyo fi Nama jidduu
garagarummaa jirudha

kanafuu Kiristoos Ani akka fooniitti hin murtessuu ergaa jedhee Kiristoos Waaqayyo jechudha.

โžงdeebii salphaa ani Waaqayyo malee nama
mitii jechuun. sadarkaa yaadan akka taโ€™e ifa,

๐Ÿ“๐Ÿ’’
#sababa Kiristoos foonii nama uffateef wanti inni akka waaqa hin tanee dhowwuu gonkumaa
hin jiruu

โžงsababa inni foonii nama uffatefi innii Waaqa mitii
kan jedhuu kitaaba keessa
gonkumaa hin jiruu

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค๏ธ๐Ÿ“โžงkanafuu Kiristoos sababa maaliif
#nama ofiin jedhe ree,โ“yeroo jennu

โž›inni foonii nama uffachu isaa
#Afaan isaan dubbatee ragaa bahuuf.
โžงakkuma Phawuloos
dubbate ๐Ÿ‘‡

โžœnamoonni tokkoo tokko lakki inni foonii nama hin uffane jedhanii akka mormii hin Uumneef
jala muree dubbate. akkasumas namni kaamiyu shakkii male dhugumaa Kiristoos fooniin nama uffata jedhanii akka Amaniniif.

โ“น=โœIbroota 2:14-16
Kanaaf, โ€œijoolleenโ€ sun
#fooni fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi
dhiiga
#tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi;

akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒธlink kan xuqaa ๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
*******