๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAfaan nama
Qulqullu Namoota
hedduu ni soora,

#Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ŸŽ‹
#แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แŠจแŠ•แˆแˆฎแ‰ฝ
แ‰ฅแ‹™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝแŠ•
#แ‹ญแˆ˜แŒแ‰ฃแˆ‰
#แˆฐแŠแŽแ‰ฝ แŒแŠ• แŠจแˆแ‰ฃแ‰ธแ‹
แŒ•แ‹ตแˆˆแ‰ต แ‹จแ‰ฐแŠแˆฃ แ‹ญแˆžแ‰ณแˆ‰.
โ—ˆfakkeenya 10:21
โ—ˆแˆแˆณแˆŒ 10:21
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–Gorsa,kan
Irraa maali hubbachu
Dandeessan, hunduma
Isaa dubbisa ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ…ฐ ilmi ogeessi
#abbaa
isaa ni gammachiisa
ilmi gowwaan garuu
#haadha isaa ni gaddisiisa

๐Ÿ…ฑ Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,
Qajeelummaan garuu
dua irraa nama oolcha

๐Ÿ…ฐ Waaqayyo namni
Qulqulluun akka #beelau
hin godhu,
Namoota hamoo garuu
wanta hawwan ni
#dhowwata

๐Ÿ…ฑ Harki hojii hiike
#hiyyummaa fida,
Harki jabaatee hojjetu garuu
#sooruma argamsiisa

? ilmi hubannaa guddaa
qabu
#waqtii bonaatti
midhaan walitti qabata
ilmi nama qaanessu garuu,
yeroo
#makaraatti_hirriba
cimaa rafa

๐Ÿ…ฐ
#Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira,
Afaan nama hamaa garuu
jeequmsa dhoksee qabata.

๐Ÿ…ฑ Yaadannoon nama
Qulqulluu
#eebba argamsiisa
#Maqaan nama hamaa
garuu tortoree bada

๐Ÿ…ฐ Namni
#garaa(laphee) ogeessa tae qabu qajeelfama
ni fudhata
#Namni gowwummaadhaan
dubbatu garuu ni hafa

๐Ÿ…ฑ Namni garaa Qulqulluudhaan
deddeebiu
#sodaa
malee deema
Namni karaa isaa jalaa
godhu garuu ni
#qabama

๐Ÿ…ฐ
#Namni hammina
yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida
Namni gowwummaadhaan
dubbatus ni badaa

๐Ÿ…ฐ Afaan nama Qulqullu madda
#jireenyaa ti
Afaan nama hamaa garuu
#jeequmsa dhoksee qabata

๐Ÿ…ฑ
#Jibbi falmii kakaasa,
#Jaalalli garuu balleessaa
hundumaa ni haguuga

๐Ÿ…ฐ Ogummaan afaan
nama hubataa irra jira,
Uleen garuu dugda nama hubannaa hin qabneef ta'a

๐Ÿ…ฐ Ogeeyyiin
#beekumsa ni kuufatu,Afaan nama hamaa garuu badiisa waama

๐Ÿ…ฑ Qabeenyi sooressaa isaaf
magaalaa dallaa dhagaa
qabdu dha.
Badiisni hiyyeessotaa garuu
hiyyummaa isaanii ti.

๐Ÿ…ฐ Hojiin nama Qulqulluu
gara
#jireenyaatti geessa;
Oomishni nama hamaa garuu gara
#cubbuutti geessa

๐Ÿ…ฐ Namni
#adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti
geessu dha,
Namni
#sirreeffama tuffatu
garuu warra kaan karaa irraa
ni badaa

๐Ÿ…ฐ Namni
#jibba isaa
dhoksu soba dubbata
Namni oduu hamaa
babalisus gowwaa dha

๐Ÿ…ฑ Dubbiin yoo
#baayate dogoggora hambisuun
hin dandaamu
Namni
#arraba isaa to'atu
hundi garuu
of eeggataa dha

๐Ÿ…ฑ
#Arrabni nama Qulqullu akkuma #meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
#Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu

๐Ÿ…ฑ
#Afaan nama Qulqullu namoota hedduu
ni soora,
Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a

๐Ÿ…ฐ
#Eebbi Waaqayyo
sooressa nama godha

๐Ÿ…ฑ
#Nama_gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma
#taphaa ti,
#Ogummaan garuu kan
nama hubannaa qabuu ti

๐Ÿ…ฑ Namni
#hamaan wanti
inni sodaate isa irra ga'a
Namoonni
#Qulqulluun garuu
hawwiin isaanii isaaniif
#guutama

๐Ÿ…ฑ Bubbeen yommuu darbu,
namni hamaan hin jiraatu
#Namni Qulqulluun garuu
bara baraaf buuura dha

๐Ÿ…ฐ Akkuma wanti dhangaggaaaan ilkaan
Balleesuu, Aarris ija
dheekkamsiisu,
Dhibaaaanis nama isa
ergate ni dheekkamsiisa

๐Ÿ…ฐ Waaqayyo
#sodaachuun umurii dheeressa.
Umuriin hamootaa
garuu ni
#gabaabbata

๐Ÿ…ฑ Wanti Qulqullooni eeggatan
#gammachuu argamsiisa,
#Abdiin hamootaa
garuu ni bada

๐Ÿ…ฑ
#Daandiin Waaqayyo
nama balleessaa
hin qabneef
#dahoo dha.
Warra hammina hojjetaniif
garuu
#badiisa dha

๐Ÿ…ฐ Namni
Qulqulluun
matumaa akka kufu
hin godhamu,
Namoonni hamoon garuu
lafa irra jiraachuu isaanii
itti hin fufan..

๐Ÿ…ฐ
#Afaan nama Qulqulluu #ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan garuu ni
#cita.

๐Ÿ…ฐ Arrabni nama Qulqulluu
#wanta nama
gammachiisu beeka,
Afaan hamootaa
garuu
#jalaa dha
(fakkeenya 10:1-32)
------------------------------
Galani Waaqayyof
Haataโ€™u Ameen.
----------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
||๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ||
๐ŸŒน๐Ÿ€kutaa_15ffยชยชโ˜˜โ˜˜๐ŸŒบ
๐Ÿ’ฃ Gaafi fi Deebi
โ–โŒ MusilimootaโŒโ–

โœ Yohaannis 6:38๐Ÿ‘‡
#Ani samii irraa kanan
dhufe,
#fedhii isa na erge
sanaa
#raawwachuuf
malee, fedhii
#ofii _koo raawwachuuf miti
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…พ Muslimooni akkasii
jedhanii,
#Kiristoos_Ergamadha.
Osoo
#Waaqayyo taโ€™e jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....โ“
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒผ=Deebi.......๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
๐Ÿ…พ ๐Ÿ‘‰Yoh 6:38๐ŸƒYoh 3:13๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ…พ

๐ŸŒนAbbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.

๐ŸŒน Kiristoos Ani
#fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa

๐Ÿ…ฐ osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu taโ€™e, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.

๐ŸŒนKitaabni
#Qulqulluun
akkasii Jedha,"

โœYohaannis 8:39๐Ÿ‘‡
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: โ€œisin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.

๐ŸŒน akkuma
#namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.

๐Ÿ…พ Haaluma
#walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba

โœYohaannis 5:19๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน
#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise:
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge
#qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas
#waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.

โœYohaannis 6:38๐Ÿ‘‡
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu

โœ Yohaannis 6:40
Amma garuu
#ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœYohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: โ€œ #Ani nyaata jireenyaa ti. ๐Ÿ‘‰Namni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.

Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.

Warri
#Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
๐Ÿ‘‹ Kiristoos Waaqayyo
Wani taโ€™efi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa

๐Ÿ– osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,โ“

๐Ÿ‘‹ Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
๐ŸคŒmee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,๐ŸคŒ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœYohaannis 16:15๐Ÿค
Wanti Abbaan qabu
#hundi
kan koo ti.
#inni wanta kan
koo ta'e irraa
#fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.

โœYohaannis 6:27-29๐Ÿ‘‡
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.โ€

isaanis, โ€œ
#Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna reeโ“โ€ jedhaniin
Iyyaasuus โ€œHojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dhaโ€ jedhee
isaaniif deebise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ Link kan xuqaa
hordofaa...๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŸข๐ŸŒผโšซ๏ธ๐ŸŒผ๐ŸŸค๐ŸŒผ๐ŸŸค๐ŸŒผ๐Ÿ”˜๐ŸŒผ๐Ÿ”ด