๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒป Erga Herodis du'e
Galiilaa keessa kan turan,
Ammas
#waggaa 6 fi jia 7 erga guute ayyaana
Faasikaa kabajuuf yeroo
Ilmi Ishee dubatti hafee
Waggaa 12 ta'a
=5.5+6.7=12
โž›kan Maariyaami immoo
hanga Yeroo sanatti
=21.2+6.7=27.9
waggaa 27 fi jia 9 ta'a

โ– kan booda Ilmi Ishe
Waaggaa 30 tti cuuphame
Kan jechun, erga ayyaana
Sanati waggaa 18 Ture
Jechuudha
=12+18=30
โž›kan Maariyaami immoo
=27.9+18=45.9
waggaa 45 fi ji'a 9 tati

โž›Kiristoos kan
#barsiisa
immoo waggaa 3 fi jia 3
Ture...
=kan ilma hanga fannootti
=30+3.3=33.3.
Waggaa 33 fi jia 3 ta'a
โž›kan
#Maariyaami hanga
Fannooti 45.9+3.3=49
Waggaa 49 ta'a

Isaa booda duuka bu'aa
#Yohaannis wajjin
Wagga 15 jiratee
Akkuma ilma Ishe
guyyaa 3 ffaatti gara
mirga ilma
Isheeti olii baatee.
Walumaagalatti
Kan haadha isaa
=49+15=64
waggaa 64 ffaatti gara
Samitti olii baatee
Kan ilma Ishe immoo
Wagga 33 fi 3 ttii
Boola keessa gara
Samitti Oli bahee jira

โ—ˆ Kiristoos ergaa
Awwala keessa olii
Bahe booda deebi'ee
Duuka bu'oota isaa
Barsise jira fakkeenya
Guyyaa 40 guutuu
Isaan wajjin Ture jira

Kan biraa erga Affuurri
Qulqulluun duuka
bu'oota Buee booda
Kiristoos Kallatidhan Phaawuloosit Mulate Phaawuloos gorsee
Jira

โž›kanafuu umurii
Isaa Maaliifi
Wagga 33 fi jia 3
Qofan ibsan
Kan jedhuu irratti
Yookin maalif guyyaa 40
Sana,hin dabalee kan
Jedhuu irratti

โž›Namni tokko
Erga du'e booda
Umuri hin lakkaawwamu

โž›garuu immoo kristos
Erga du'e foonii,
Isaan guyyaa 3 ffaatti
Kae jira,

โž›hundumaa
Oli garuu Waaqayyo
Du'u akka hin deenyee
Ta'u isati,,, sababa Kanaafi
#inni du'a ka'ee

โœraji-inbaqoomi 1:12๐Ÿ‘‡
Yaa Waaqayyo ati
kan durii durii mitii reeโ“

Yaa Waaqayyo ko
yaa isa qulqulluu
ati hin
#duutu ati kattaa
keenya Isaan kana firdiif
kaafte, adabaafis
isaan dhaabde

แ‹•แŠ•แ‰ฃแ‰†แˆ 1:12
แŠ แ‰คแ‰ฑ แ‹จแ‰ฐแ‰€แ‹ฐแˆตแˆ… แŠ แˆแˆ‹แŠฌ แˆ†แ‹ญ
แŠ แŠ•แ‰ฐ แŠจแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŒ€แˆแˆฎ
แŠ แˆแŠแ‰ แˆญแˆ…แˆแŠ•โ“

แŠฅแŠ› แŠ แŠ•แˆžแ‰ตแˆ แŠ แ‰คแ‰ฑ แˆˆแแˆญแ‹ต
แˆ แˆญแ‰ฐแŠธแ‹‹แˆ แˆˆแ‰ฐแŒแˆฃแŒฝแˆ
แŠ แ‹ตแˆญแŒˆแŠธแ‹‹แˆ
====||====
Haaluma kan Waani
Taef yeroo ilmi Ishe fi
Haati isaa biyya
Gibxii deemanitti Kiristoos
#Da'imaa waggaa 2 akka
Tae beeka.......
โž›yeroo gara Itoophiyaa
Dhufan immoo
#Kiristoos da'ima
Waggaa 5 fi ji'a 5 akka
Tae ni hubbaana
===||====||===

#Kadhanna inbaaqoomi
keessatii immoo wa'ee
Nama fayyisuu Kiristoos
Dhufe akka jedhee jira
Wanta hundumaa irraa
Fayyisu Kiristoos yeroo
Hubbatu inbaaqoomi
Baayee gammadee

โ—ˆ Raji-inbaaqomi 3:17-18
โœ1=mukti harbuu yoo
daraaruu dhisee iyyuu
โœ2=mukti waynii firii
godhachuu yoo
dhisee iyyuu
โœ3=mukti ejersaas yoo
firii godhachuu
dhisee iyyuu
โœ4=maasiin midhaan yoo
baasuu dhisee iyyuu
โœ5=hoolonni mana keessa
yoo jiraachuu dhisan iyyuu โœ6=saawwanis dallaa
keessa yoo jiraachuu
Dhisaan iyyuu

#Ani Waaqayyotti nan
ililcha Waaqayyo isa na
#fayyisutti nan gammada

แ‹•แŠ•แ‰ฃแ‰†แˆ 3:17-18๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰1=แˆแŠ•แˆ แŠฅแŠ•แŠณ แ‰ แˆˆแˆตแˆ แ‰ฃแ‰ณแˆแˆซ
แ‰ แ‹ˆแ‹ญแŠ•แˆ
๐Ÿ‘‰2=แˆแˆจแŒ แแˆฌ แ‰ฃแ‹ญแŒˆแŠ
๐Ÿ‘‰3=แ‹จแ‹ˆแ‹ญแˆซ แˆฅแˆซ แ‰ขแŒแ‹ตแˆ
๐Ÿ‘‰4=แŠฅแˆญแˆพแ‰ฝแˆ แˆ˜แ‰ฅแˆแŠ• แ‰ฃแ‹ญแˆฐแŒก
๐Ÿ‘‰5=แ‰ แŒŽแ‰ฝ แŠจแ‰ แˆจแ‰ฑ แ‰ขแŒ แ‰
๐Ÿ‘‰6= แˆ‹แˆžแ‰ฝแˆ แ‰ แŒ‹แŒก แ‹แˆตแŒฅ แ‰ฃแ‹ญแŒˆแŠ™

โœ แŠฅแŠ” แŒแŠ• แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ
#แ‹ฐแˆต แ‹ญแˆˆแŠ›แˆ แ‰ แˆ˜แ‹ตแŠƒแŠ’แ‰ด แŠ แˆแˆ‹แŠญ
แˆแˆคแ‰ต แŠ แ‹ฐแˆญแŒ‹แˆˆแˆ
===||===||===

#kutaa_2_ffaa
keessatti immoo
#Godaansa dubaroo
Maariyaami fi
ilma ishee wajjin
Rajji
#Ermiyaas
Maali Akka jedhee
ilaala ๐Ÿ‘‡

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒปRaahel ijoollee ishiitiif
ni boosse :
โœ แˆซแˆ”แˆ แˆตแˆˆ แˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŠ แˆˆแ‰€แˆฐแ‰ฝ
---Maatewoos 2:18
----แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 2:18
====:===:===
โž›Gondansa Dubaroo
Maariyaami #Raaji_Ermiyaas
แขkan dubbatee akka
#xumuramuuf

#Kuta_2_ffaa
โœ Ermiyaas jechuu
Ifa Waaqayyo bira Dhufe
Jechudha
๐Ÿ‘‰Abbaan isa kilqiiyaa
๐Ÿ‘‰iddoo dhaloota isa Anaatota
โœWaaggaa 40 guutuu raji
Kan dubbate yoo,ta'u
โœkunis dhaloota Kiristoos
Dura waggaa 626 tti
โœErmiyaas kitaabaa
#5 barreesseera
1=kitaaba jalqabaa
Isaa boqonnaa 52 qaba
maqaa isaa raji #Ermiyaas
Jedhama
2=kitaaba lamaffaa isa
Boqonna 5 qaba
Maqaan isa kitaaba
#Baaroki jedhama
3=kitaaba sadaffaa isa
Boqonna 5 qabda
Maqaa isa kitaaba
#Saqoqaa jedhama
4=kitaaba Afurafan(4)
boqonnaa 6 kan qabuu
Yoo,taโ€™u kitaaba saqoqaa
Kanatii ane,jiru, boqonnaa
Ja'a irra,eeggala
maqaan isaa #Tarafa
Ermiyaas
Jedhama
5=kitaaba shanaffaa
Boqonna 5 qaba
Maqaa isaa #Tarafa_Baaroki
Jedhama.
===:===:==
gara #mataa duree
Keenya yoo,deebinuu
โ—ˆWalumaagalatti
Jechi akkana jedha๐Ÿ‘‡

โœAchiis #Heroodis
namoonni #urjii lakkaaan
sun akka isa #gowwoomsan yommuu hubatetti baayee
aare
kanaaf, yeroo namoota
urjii lakkaaan sana irraa
sirriitti mirkaneeffatetti fayyadamee, namoota erguudhaan #ijoollee_dhiiraa
umuriin isaanii waggaa
lamaa fi isaa gadi tae Beetaliheemii fi kutale ishii keessa jiraatan hunda
Ni ajjeesise

Yeroo kanatti wanti karaa #Ermiyaas raajichaa akkana
jedhamee dubbatame ni #raawwatame
#Sagaleen booichaa fi wayyoo guddaan tokko magaalaa #Raamaa keessaa ni dhagaame

#Raahel ijoollee ishiitiif ni boosse; isaan waan dhumaniifis jajjabaachuu hin dandeenye
=matewoos 2:16-18
=Raji-Ermiyaas 31:15
โžขjalqabaa dura Raaheli
Yero jennuu Raajeli
Eessa dhuftee boose.โ“
๐Ÿ‘‰Ijooleen Raaheli Eenyu
fa'a Turanโ“
๐Ÿ‘‰Ijoolee Raahel kan
ajjeesee Eenyuโ“
๐Ÿ‘‰Raaheli bara mooti
Herodis jirti moo,hin
Jirtuโ“
๐Ÿ‘‰magaalaa Raama
Yero jennuu,Raaman
Qofati maalif dhahame
Sagaleen Raaheli
๐Ÿ‘‰Maali Raama eessa jirtiโ“
๐Ÿ‘‰ dubaroo Maariyaami
Fi Raaheeli wanti walii
Fakkeessuu Maalidhaโ“

โ™จ๏ธyaadoota kan Deebi
isaa yoo, ibsamuu
Akkana Ture.

โœ#Raahel kan jedhamtee
intala laaba yookiin haadha
Mana Yaaqoobi
=ser.Uum 29:6
โž›Yaaqoobi ijoollee 13 qaba
Ijoolee 13 keessa 12 dhira
Isheen 1 immoo dubartii dha
โž›Yaaqoobi ijoollee 13 kani
Argate hadhaa 4 qaba
โœhaadha manaa
Yaaqoobi 4 keessa
Tokko Raaheli jedhamiti

โœRaheel immoo Yaaqoobiifi
Ijoolee lama deessee
1=Yooseef
2=biiniyaami
=ser.Uum 35:24//46:19
โ—ˆHaataโ€™u malee
Raahel kan boqatte ilma
Biiniyaami jedhamu yeruma.deessu,sana,Ture
โž›Raahel ijoollee isheetti
Bosee kan jedhamuu Tokko
Isaa kan Ture:
=ser.Uum 35:16-18

โ—ˆHaataโ€™u malee Raahel
Osuma deemtu akka
#Karaa irratti boqote
Gadan boqotte jirti
โ—ˆijoollee Ishe ammalee
Rakkoo yeroo addaan addaan
Akkuma dhuma turan
Ni beekama Ture....
Haaluma kana dhaloota
Gara dhalootan hanga
Yeroo Kiristoos dhaltuu
Ijooleen Ishe eeggani jiru

Raahel bara mooti
Herodis foonii jirachuu
Osoo hin tanee Affuura
Isheen jirti....
Ijoolee Herodis ajjeesse
Sanyi ijoollee Addaami
Ykn sanyii Yaaqoobi
Ajjeessaan Waani taโ€™ef

๐ŸŒนmaatewos Waa'ee
Raahel fi Goondasa
Dubaroo Maariyaami
Akkamiti walitti fidee kan
Jedhuu irratti.
Wali fakkeenya tokko
Qabu....

=ser.Uum 35:16-17

Isaan #Bet'elii ka'anii in adeeman; biyya #Efraataa ga'uudhaaf amma illee waa hafe utuu jiruu, #Raahel #da'uudhaaf in #ciniinsifatte, ciniinsuun ishees jabaa ture. Utuu isheen da'uudhaaf ciniinsuu jabaa sana keessa jirtuu, deessiftuun ishee, โ€œAmmas immoo #ilma dabalachuuf waan jirtuuf hin sodaatin!โ€ ittiin jette
โž›kana Raahel Kana fakkata

โœkan #Maariyaami
immoo ilaala๐Ÿ‘‡
โž›Mulโ€™ata Yohaannis 12:1-2
Wanti guddaan dinqisiisaan tokko, waaqa keessatti in argame
#dubartiin biiftuu uffattee, ji'a miilla jala kaa'attee, gonfoo urjoota kudha lamaa mataa ishee irraa qabdu tokko in mul'atte

#Isheen #ulfa turte #ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in #iyyite

โžขRaahel ilma
Dhira deessee
๐ŸŒนilma koo,Gibxiitti
Nan waamee
โžข แˆแŒ„แŠ•แˆ แŠจแŒแ‰ฅแ… แŒ แˆซแˆแ‰ต
=Raji_Hoose 11:1
=แˆ†แˆดแ‹• 11 :1
||***********||

=Goondasa Dubaroo
Maariyaami
= #Raaji_Hoose
โž›#kutaa_3_Ffaa

โ–Hoose jechuun
Qoricha jechuudha
โ–Abbaan Hoose Beeri
Jedhama
โ–Hoosen raajii kan
Dubbate dhaloota
Kiristoos dura
Bara 721 ttii
โ– Kitaabni Hoosen
Bareesse boqonnaa
#14 qaba
====||====
โœgara mata duree
Keenya yeroo deebinuu.

โžขMaatewoos akkana
Jedhe bareesse๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Namooni oguuma
sun Erga isaan achii
deemanii booda
Ergamaan Waaqayyo abjuudhaan Yoseefitti
mulatee,Kaiitii #mucichaa fi #haadha isaa fudhadhuutii
gara #Gibxiitti baqadhu

Heroodis mucicha ajjeesuu waan barbaaduuf hamma
ani sitti himutti achuma turi
jedheen

Kanaaf, Yoseef kaee
mucichaa fi haadha
mucichaa fudhatee
#halkaniin gara Gibxii dhaqe

Hamma #Heroodis du'uttis achuma ture Kunis kan tae wanti Waaqayyo karaa
#raajii isaa" #Ani ilma koo
biyya Gibxiitii nan waame jedhee dubbate akka raawwatamuufi
=โž›Maatewoos 2:13-15
******
Hubbadha.Gara biyya
Gibxiitti kan waamee
Eenyu.โ“
=biyya Gibxiitti kan
Waame Waaqayyo
Yookin Waaqayyo jechuun
Abbaa jechudha.
=ilma, kan jedhamee immoo
Kiristoos:
๐ŸŒปmaqaan Kiristoos
=~ilma
=~Amaanu'eel
=~Iyyaasuus
=~Gooftaa
Haataโ€™u maqaan isaa
Kuni Kiristoos osoo
Fooni nama iyyuu hin
Qabtni dura iyyuu jira..

โž›ilma jedhee kan
Waame Abba isaa Waani
Taef nuuti ilma jenne
wamana

โœErgaman Waaqayyo
Yooseefin #mucaa yookiin
#Da'imaa fi haadha mucaa
Fudhi jedhee jira

๐ŸŒปKanaafuu Raaji hose
ilma jedhe waamee
Ergamaan immoo da'ima
Jedhe wamee
Jechi #mucaa fi #ilma irratti
Ergama Waaqayyo maalif ilma
Jechu didee mucaa yookiin
Da'imaa jedhee waamee โ“

=ilma kan jedhame Kuni
Addunya dura Abbaa,isaaf
Ilma,Ture..Waaqummaa
Isaan Abbaa isaa wajjin
Waliqixa

โžขErgaman da'ima ykn
Mucaa jedhee kan wamee
Foonni nama,wajjiin Tawudoo
Tau ibsuufi.. jecha kan
Fayyadamne...

โœakkuma Raajiin
isaayaas Dubbate๐Ÿ‘‡
โž›Raaji-Isay 9:6

๐Ÿ‘‰ #Mucaan nuuf #dhalateera #ilmis nuuf kennameera
humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira
#maqaan isaa Gorsaa, dinqii, #Waaqayyo-jabaa
abbaa bara baraa
angafa nagaaโ€ in jedhama
โ—ˆ #แˆ•แƒแŠ•_แ‰ฐแ‹ˆแˆแ‹ถแˆแŠ“แˆแŠ“
#แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ…แˆ แ‰ฐแˆฐแŒฅแ‰ถแŠ“แˆแŠ“
แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแˆ แ‰ แŒซแŠ•แ‰ƒแ‹ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ แˆตแˆ™แˆ แ‹ตแŠ•แ‰… แˆ˜แŠซแˆญ, แŠƒแ‹ซแˆ
#แŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŠ แ‰ฃแ‰ต
#แ‹จแˆฐแˆ‹แˆ แŠ แˆˆแ‰ƒ แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‹ญแŒ แˆซแˆ
=แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 9:6
โž›Haaluma Kana Ergama
Waaqayyo muca ykn da'ima
Fudhi jedhee jira

๐Ÿ‘‰Abbaan ilma isaa
Sababa maalif gara
Biyyaa Gibxiitti wama โ“

โœbiyyi Gibxii saba Israa'el
Waaggaa 430 ofii jalatti
Rakko hedduu irraan geesse.
โžขser.Bau 12:40-41๐Ÿ‘‡
#Barri Israa'eloonni biyya
Gibxii keessa jiraatan
waggaa 430 ture
Dhuma waggaa 430 sanatti guyyaadhuma sana macci #Waaqayyoo hundinuu biyya Gibxii keessaa in ba'an
*****
wanta beekuu qabuu
Qabnu Israa'eloni
Biyya Gibxii keesa
Wagga 215 turan
Biyya karaan keessa
Waggaa 215 turan
=215:+215=430 ta'a

โž›Haataโ€™u malee akkuma
Yero Ilmi laga Yordaanositti
Cuphame Ilmi koo
Kan isaa dhagaa jedhee
Dubbaate...
=Ilmi immoo xalayaa du'a
Laga sana keessa balesse
:Mat 3:17
โœ Haaluma kan Ilmi
isaa biyya Gibxii keessa
Xaawooti kan dua namatti
Fidu,yaa,balleessuu jedhee
#Abbaan isaa, ilma isa
Achiti waamee....

โœRaajiin Kuni xumura kan
Argate sababa,Gondasa
Dubaroo Maariyaami
Ilma ishee Biyya Gibxii
Geessu isheen...........
Yero amma kan biyyi
Gibxii Xaawooti Ishe ammas
Irra deebitee haala gaariin
Itti fufte hojjacha jirti
kanafuu Murti cimaatu
fuula dura Ishe jira..

โœ #kutaa_4_ffaa
~hordofuu yoo barbade~

๐ŸŒป @haadha_Waaqa_naJaladha

====||====||====