โก๏ธ๐
ฐ kutaa-43 ffยชยช ๐ธ๐ธ
๐ธGaaffii fi Deebii
๐ผMusiliimota
๐คโฌ๏ธ Yohaannis 11:34
kiristoos akkas jedheโ #Eessa isa keessan?โ jedhe. Isaanis, โYaa Gooftaa, kottuu ilaaliโ jedhaniin #แแดแต แ แแซแฝแแต? แ แแแฅแแญแฑแ แแณ แแญแฅ แแฅแฐแ แฅแญแก แ แแต(แฎแแแต 11:34)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ปGaafi isaanii
1=Kiristoos maalif iddoo #Alaazaari itti awwaalamee walale jedhuu..๐
*Eessa isaa keessan jedhee maaliif gaafata jedhuu.
๐Waaqayyo wanta hundumaa beeka ,erga inni Waaqa taโe jedhuu.โโ
๐ด kanafuu inni Waaqayyo miti jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โช๏ธDeebi keenya
#Lakki Kiristoos Waaqayyo wanta #hundumaa_beeka kan jedhuu ta'a'.
โRaga_kitaaba
โก๏ธ=Yohaannis 21:17๐
Ammas sia sadaffaadhaaf Yaa Simoon ilma Yonaa baayee na jaallattaa?โ jedheen. Pheexiros, Iyyaasus(Kiristoos) sia
sadaffaadhaaf, โBaayee na jaallattaa?โ jedhee waan isa gaafateef ni gadde. Kanaaf Pheexiros, โYaa Gooftaa,
#ati_waan_hundumaa_beekta akka ani baayee si jaalladhus
beektaโ jedheen.Iyyaasus(Kiristoos)
akkana jedheen: โIlmoolee hoolaa koo eegi jedhee
โkana booda #hiika kitaaba ilaala.โฌ๏ธ
โต=Ser.Uum 3:9
Waaqayyonis #Adaami waamee #Eessa jirta?โ isaan jedhe
โถ=Ser.Uum 4:9
#Waaqayyo Qaayeelin โObboleessi kee Abeel #eessa
jira? jedhee gaafate; innis, โAni
hin beeku. Ani eegduu obboleessa kootii tii?โ jedhee deebise
โก๏ธ kanafuu #jechi Eessa jedhuu
#Amala_Waaqayyo akka taโe ni ibsaa ,
โWaaqayyo Adaami eessa jirta jedhee kani gaafatee iddoo Adaami jiruu walale miti
โWaaqayyo Qaayeelin obboolldessi kee,eessa jira jedhe kani gaafatee iddoo #Abeeli jiruu walale miti.
โฌkunoo ragaa keenya๐
โท=Far.Daawit 139:7
Afuura kee jalaa eessattan
miliquu dandaa?
#Fuula kee duraa hoo eessattan baqachuu dandaa.
โธ=Kitaaba fakkeenya 15:3
#ijji Waaqayyo bakka hundumaa jira Namoota hamoos namoota
gaariis ni ilaala.
โน=Ibroota 4:13
#Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru; kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi #ifatti kan saaxilame dha
โก๏ธ Waaqayyo wanta hundumaa ni arga ,Kiristoos wanta laphee nama keessa jiruu hundumaa ni beeka.
โคด๏ธWaaqayyo yaadaa laphee nama keessa jiruu ni beeka ,isaan gaafachuu hin barbachisu.
โบ=Far.Daawit 139:1-2
Yaa Waaqayyo , ati akka
gaariitti na qorte, na
beektas.Yommuun taauu fi yommuun kau ni beekta #Yaada koo fagoodhaa ni hubatta
โป=Yohaannis 2:25
Kiristoos wanta #nama_keessa jiru waan beekuuf,eenyu illee waaee namaa akka isaaf dhugaa bau isa hin barbaachisu ture.
โก๏ธ Waaqayyo erga wanta #hundumaa_beekee maalif eessaa jirta jedhe gaafata
ree..โ
โDeebii
Keessa namoota(nama) sana , #Qulqulluu fi #jalaa ta'u isaa namoota ifa gochuuf =eessaa jirta, eessaa isaa keessan jedhee.
โผ=Luqaas 16:15
kiristoos akkana isaaniin jedhe #Isin namoota duratti Qulqulloota akka taatan dubbattu, #Waaqayyo garuu #laphee keessan beeka. Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.
โคด๏ธsababa maaliif #Kiristoos eessa isaa keessan Alaazaari jedhee ๐
โก๏ธSababa #Tokkoffaa keessa namoota sana ifaa gochuuf
Malee wanta biraf mitii.
Osoo isaan hin gaafane inni beeka turee.(Yoh 2:25)
โก๏ธ sababa #lamaffaa Kiristoos maalif eessa isa keessan jedhee , #Abbaa isaa wajiin #qixa ta'u ibsuuf ,akkuma bara durii #Adaami essaa jirta jedhee
Qaayeelin obbolleessi kee,eessa jira jedhee
Kiristoos immoo dubbii kan fayyadame jira.๐
โฝ=โก๏ธ Ibroota 1:3
Inni(Kiristoos)ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae แฅแญแฑแ #แจแญแฅแฉ_แแแธแฃแจแ แ_แจแฃแแญแฉ แแณแ แแแฅ แแแ แ แตแแฃแ แแ แฅแจแฐแแแฅ แแขแ แณแฝแแ แ แซแฑ #แซแแป แ แแ แ แฐแแซแต แ แแญแแ แแ แฐแแแ
(แแฅแซแแซแ 1:3))
โ Kiristoos #eenyummaa Waaqayyo ni ibsa wanii taโe eessa isaa gootan jedhee.
Kiristoos addunyaa dura akka turee immoo kunoo๐
โพ=Ibroota 13:8
Iyyasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis isuma sana
โkan jedhuun bara Adaami fi Qaayeeli kan dubbatee Kiristoos jedhuudha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Link kan xuqaa ๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=========

๐นkutaa-96-ffaa๐๐
โปGaafi Deebi Muslimoota.
โ=๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐(๐๐๐๐๐๐) ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐(๐ข๐๐ 1:1) : โยซ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ suni Kiristoos hin ibsuu Waaqayyo qofa tokkichuma sana malee jedhuu โ
##Ragaa isaanii.
Galatiyaa 2:5
Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
Raajii_Dani'eel 2:22
Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulสผisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
โฌโฌโฌ
๐ท #Deebii_keenya ๐ซธ
jecha bira yookaan Waaqayyo wajjiin ture jechuu afaanii Giriikii yaa ilaaluu.
โ.Wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiru ๐ #ฯฯแฝธฯ ๐
โ.Ergaa Galatiyaa 2:5 irraa kani jiru ๐ #ฯฯแฝธฯ ๐
โ.Rajii Dani'eel 2:22 irraa kani jiruu ๐ #ฮผฮตฯ ๐
โฃ๏ธkana booda jechoota Giriikii kana fayyadamne akka galumsa isaatti ilaala deemnaa
โปjechaโป(ฮผฮตฯ) Meti jechuun Oromiffaan = #wajjin jechudha
โโปsera.Uumama 3:6
#Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. #Dhirsi ishees ishee #wajjin_ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
โ๏ธ#Dubartii_wajjin kani ture eenyu โ
Adaami๐ฏ =Kanaafuu #qaama_lamatu jira isaaniis Adaam fi hewwani
โฃamma jecha ฯฯแฝธฯ prosi Oromiffaa sii wajjiin jechudha kunis
โโปSeera.Uumama 6:18
#Si_wajjin garuu kakuu nan gala; atis doonii seenta; atii fi ilmaan kee, niitiin keetii fi niitonni ilmaan keetiis ni seentu
๐ทEenyuu wajjiin Kakuu gala Waaqayyo โ
Nohii wajjin=ok
=kanafu #qaama_lamatu jira isaaniis Waaqayyo fi Nohi
๐นKanaafuu Haaluma walii fakkaata wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiruu qaamaa lama malee tokko miti. Isaanis Kiristoos fi Abbaa dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฃ๏ธmee ammaa immoo Galatiyaa 2:5 irraa kani jiruu ilaala iddoo sanatti akkasii jecha ยซ Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
โปakka dubbisaa kanatti qaama meeqatu jira meeโ
Qaamaa lamatuu jira malee tokko miti.
Qaamni tokkoffaan Namaa jira
Qaamni inni bira immoo misiraachoo Kitaabni ofii irraa qabuu kani namni fudhatuu.
=Kanaafuu qaama lamatuu jira isaaniis namaa fi misiraachoo Kitaabni ajajuu kani namni ittiin bullu.
โโปRaji isaayaas 52:7
#Miilli warra #wangeela fidanii,
kan nagaa labsanii, kan oduu #gammachiisaa fidanii,
kan fayyina labsanii, kan Xiyooniin,โWaaqni kee moสผeera!โ jedhanii tulluuwwan irratti akkam miidhagaa dha!
โปmiili kani namatti yookaan namaa jechuudha.
โปOddu gammachisa immoo wangeela.
Kanaafuu qaama lamatu jira.
โโป1Pheexiroos 1:25
#dubbiin Gooftaa garuu bara baraan ni jiraata.โ
Dubbiin kunis #wangeela #isinitti lallabame sana
โปDubbin wangeela
โปkani itti lallabamee eenyu nama .
=kanafuu yoo xiqqaate qaama lama isaa oli ibsaa
โฌโฌ
Raajii Daani'el 2:22 irraa kani jiru ilaala Innis akkasii jedha ยซ inni waan gadi fagoo fi waan dhokfame ni mulสผisa;

โปinni kani jedhame Waaqayyo
โปifni isaa wajiin jirata jedha
Iddoo kanatti wanta lama ibsaa tokkoffaan Waaqayyo, lamaffaa immoo #Amala_Waaqayyo kani taโe ifa jechudha.
โkanaafi Waaqayyo ifa jedhe 1Yohaannis 1:5

= #Waaqayyo_ifa_jechuun immoo # dhugaa qabeesa kani taee jallinna tokko kani hin qabnee jechuudha.
Fakkeenyaaf
โโปKitaaba fakkeenya 13:9
#Ifni nama #Qulqullu akka #gaarii ifa #ibsaan nama #hamaa garuu ni dhaama
=suni Qulqulluu wani taโefi Qulqulluu ta'uf immoo jallina irraa fagachuudha. Kanafu namni Qulqulluun suni akka ifu kani godhee maalidha reeโdhugaan jiradha miti ree.
Ifa nama Qulqulluu yeroo jennuu =dhugaan warra jiratanii dhugaa dubbatani jedhuudha