๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒนkutaa _ 51 ffยชยช  ๐ŸŒธ
------------------------------------
๐ŸŒพ Gaaffii fi Deebi
๐Ÿƒmusiliimota.๐Ÿƒ
โœYohaannis 12:45
namni na argu hundi, isa na
#erge Sanas ni arga
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaaffii isaanii
1โž›Kiristoos Ergama jedhuโ“
========:============
๐ŸŒบ Deebii keenya.
Jechii
#erge yookiin ergamee yookiin ergama jedhu Abbaa biraa dhufu qofa ibsaa.kanafuu Qaamni Abbaa biraa dhufee yookiin argame kuni Eenyuu.โ“

A.))๐Ÿ“jalqabaa dura Kiristoos
#addunyaa kan dura jirachuu isaa qabxiiwwan ibsuu
โ“ต๐Ÿ‘‰Mulโ€™ata Yohaannis 22:13
Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:5
yaa
Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka
dura turetti utuu ol bauu yoo argitan maal jettu ree?

B.))๐Ÿ“Kiristoos
abbaa biraa dhufu isaa kunis samii irraa dhufu kan i ibsudha

โ“ตโž›Yohaannis 8:42
Iyyaasuus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: โ€œAni
#bakka kana kanan dhufe #isa_biraa waan taeef, Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan. Isatu na erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โ“ถโž›Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa #koo_wajjin_turetti argen dubbadha;isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu .
โ“ทโž›Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin
jiru;
#ilma_tokkicha isa taee fi #Abbaa_bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
โ“ธโž›Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli bae tokko illee hin jiru.
โ“นโž›1qorontos 15:47
Namni inni jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas biyyoo irraa hojjetame; namni inni lammaffaan garuu
#samii irraa dhufe.

C.))๐Ÿ“ gara biyya lafaa kani ergamee kuni eenyu.
Iyyaasuus Kiristoos โž›Kiristoos immoo ilma Waaqayyo.
โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaaniif,
si isa
#Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasus_Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu

โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 11:27
Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos_Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu
sana akka taate nan amanaโ€ jetteen

โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:69
Nuti ati
#Ilma_Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ€

D.))๐Ÿ“Ilmi Waaqayyo kuni dubbii(logos) Waaqayyo turee
Ilmi Waaqayyo immoo Waaqayyo turee.
โ“ตโž›Yohaannis 1:1
Jalqaba Dubbichatu (logosi) ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
โ“ถโž›Yohaannis 5:18
Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin tain, sababii
inni Waaqayyo
Abbaa isaa akka tae dubbatee, #Waaqayyoo_wajjin_of_qixxeesseef Yihudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadu turan.

โ“ทโž›Qolosaayis 1:17
Akkasumas inni wantoota hundumaa
#dura dha; wantoonni kaan hundi karaa isaa #uumaman;

โ“ธโž›Filiphisiiyus 2:5-6
Isinis ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa inni
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin yaadne.
โ“นโž›Ibroota 1:3
Inni
#ulfina_Waaqayyoo_ni_calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli Aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.

E.))๐Ÿ“Kiristoos yookiin Ilmi Waaqayyo kuni,yookiin Waaqayyo kuni booda foonii nama uffaate.hojii Seexanaa balleessee.
โ“ต๐Ÿ‘‰Ibroota 2:14-16
ijoolleenโ€ sun
#foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
Sababiin isaas inni sanyii
Abrahaam gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

โ“ถ๐Ÿ‘‰1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee
cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguudhaaf akka mulifamu godhame
โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ
๐ŸŒบlink kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณ===========
๐Ÿ…ฑ kutaa-74-ffยชยช.๐Ÿ…ฑ
๐Ÿ‘‰gaafii fi deebi
๐Ÿ‘‰Muslimoota
โœYohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 17:8
แ‹จแˆฐแŒ แŠธแŠแŠ•
#แ‰ƒแˆ แˆฐแŒฅแ‰ปแ‰ธแ‹‹แˆˆแˆแŠ“ แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แ‰ฐแ‰€แ‰ แˆ‰แ‰ตแฅ #แŠจแŠ แŠ•แ‰ฐแˆ_แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ˆแŒฃแˆ แ‰ แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠ แ‹ˆแ‰แฅ แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ #แˆ‹แŠญแŠธแŠ แŠ แˆ˜แŠ‘.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉgaaffii isaanii.
1๐Ÿ‘‰ dubbii Kiristoosi
Abbaa irraa fudhatee barattoota isaati keena, inni ofi hin beeku
jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ.
๐Ÿ‘‰ Deebii keenyaa.
Lakkii Kiristoos wanta hunda beeka
โ“ตโžธYohaannis 16:30
Ati wanta
#hunda akka #beektuu fi #eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati #Waaqayyo_biraa akka dhufte #amanneerra.โ€
โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป
๐Ÿ‘gara hiika jechoota
ilaalaa Yohaannis 17:8 irraa
maali ibsaaโ“
๐Ÿ‡A))๐Ÿ‘‰ dubbii ati naafi keenite Ani isaanii keenera jedha.
=dubbii isaa kami kennefiโ“laata Kiristoos.
๐Ÿ‘‡deebii isaa idduma kanatti ibsee jira Kiristoos, dubbi kani jedhame isaa kana โKiristoos
Abbaa bira dhufuu #beekuu fi Amanuudha, gara biyya lafaa eegame dhufu isaatti"โž
๐Ÿค sababiin isaa Jechi
#Fudhatanii jiru jedhuu kanuma ibsa wani taโ€™ef.
๐Ÿ‘‰kunoo Kiristoos jechoota sani dubbii kee,jedhee malee dubbi
bira mitii, โž โŒ
๐Ÿ‘†barattoonni Kiristoos isaa kana
#Amananii fudhatanii jiru jechuudha.
โ“ถโžธYohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
โžฉRagaa Dabalataa.
โ“ทโžธYohaannis 16:27
isin waan na jaallattanii fi Waaqayyoon
bira akkan #dhufe waan #amantaniif, Abbaan ofii isaatiif iyyuu isin ni jaallata.
โžฉJechi
#Amanuu jedhuu immoo Yoh 17:8 irratti ibsamee jira. Kaayyoo inni *
โ“ธโžธYohaannis 11:27
 Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, Ati Kiristoos,
#Ilma Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan #amanaโ€ jetteen.
โ“นโžธYohaannis 8:24
Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
#inni dhufu sun ana taสผuu koo hin #amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu.โ€
โ“บโžธYohaannis 6:68
Nuti ati Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ€
๐Ÿ‘‰jecha
#beekuu ๐Ÿ‘†jedhu immoo ilma Waaqayyo ta'u beekuudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡B))โžฉJechi Ani
Abbaa biraa dhufee jedhuu hoo,maali ibsaโ“
๐Ÿ‘‰Kuni immoo Kiristoos
#qofti Abba bira jirachuu ibsa.
โ“ปโžธYohaannis 6:46-47
Isa
Abbaa biraa dhufe sana malee #namni_tokko illee Abbaa hin argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Anatti kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba.
โ“ผโžธYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru
#ilma_tokkicha isa taสผee fi #Abbaa_bira jirutu waaสผee Isaa nuu ibse.
๐ŸŒนkanafuu Kiristoos qofti erga
Abbaa biraa turee ,inni Kiristoos Waaqa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡C))โžฉKiristoos maalif Ergamee โ“ namoota fayyisuu.
โ“ฝโžธYohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, โ€œKana booda waan ati dubbatteef qofa amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra; namni kun dhuguma
#fayyisaa_addunyaa taสผuu isaas #beekneerraโ€ jedhan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡D)โžฉKiristoos erga namoota fayyisee booda hoo, eessa deemaa.
๐Ÿ‘‰kara Tessoo isaa, isaa irratti dhufti deebi'a.
โ“พโžธYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu oli baสผuu yoo argitan
maal jettu ree?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฃโ—Š waligaltii dubbii kee, kani jedhamee Kiristoos
Abbaa biraa dhufuu isa kani ibsu ta'u,hubbannee jira, fedhiin Abba namoonni akka fayyanii ,akkasumas #fedhiin_Kiristoos namoonni akka fayyaniif fi du'a jala akka miliqanif.kunis fedhii Kiristoos isaa Kiristoos dhufee hojjin mirkaneenesse jira
๐Ÿ…พ,Yohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo namni #Ilma_beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; Anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ€
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
โžค link waldaa keenyaa kana xuqaa hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ