🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌻 #nagaa uumee wantoota
lafa irra jiranis tae
wantoota
#samii
keessa jiran kaan
#hunda ofitti araarse
β—ˆ α‰ αŠ₯ርሱም α‰ αŠ©αˆ
#α‰ αˆ˜αˆ΅α‰€αˆ‰
#α‹°αˆ αˆ°αˆ‹αˆ αŠ α‹΅αˆ­αŒŽ α‰ αˆα‹΅αˆ­
α‹ˆα‹­αˆ
#α‰ αˆ°αˆ›α‹«α‰΅ α‹«αˆ‰α‰΅αŠ• #αˆαˆ‰ ለራሱ αŠ₯αŠ•α‹²α‹«αˆ΅α‰³αˆ­α‰… αˆα‰…α‹ΆαŠ αˆαŠ“
=α‰†αˆ‹αˆ΅α‹­αˆ΅1:20
βž›Akkuma Daawiti
Jedhe Waaqayyo
Lafa walii qixee irratti
Qoricha rawwatee jedhee
Haala kan turee.
βž›namni firii bilqituu
Irra akka soorata argatu
Namni kamiyyuu fannoo
Kiristoos irra nageenya
Argaata.

βž›kanaafu bilqitoonni maalif
Bita mirga baala baasuu jennee
Gaafi itti finna nuuti jalqabaa dura
=fakkeenya isaa maali
Jechuu dha jenne‼️
βž›kitanni Qulqulluun yeroo
Baaye fakkeenya ni barsisa
=fakkeenya tokko
Kitabaa Qulqulluu keesaa
Qabeenyi nama marga yookiin
Bilqituun ni fakkeeffama
=Yaaqoob 1:9-11πŸ‘‡

Haa tau malee obboleessi hiyyeessi oli qabamuu isaatti haa gammadu
akkasumas, inni
#sooressi akka #daraaraa bakkee waan
darbuuf gad qabamu
isaatti haa gammadu
Sababiin isaas akkuma yommuu
#aduun baee hoa isaatiin waxalee #biqiltuu #coolligsu, #abaaboon isaa harcauu fi bareedinni isaa
alaan mulatu badu, namni sooressis
#jireenya isaatiif utuu asii fi achi kaatuu bada


🌹=
#kutaa_2_ffaan
___________