🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ”Šβ™¨οΈ Qophii "Kuta-3_ffaa

β—ˆnamni fedhi qabu
hordofuu ni dandeessu,πŸ‘Œ

♨️Luqaas 16:10πŸ‘‡
✍Namni wanta
#xinnoo irratti
amanamaa tae,
wanta
#guddaa irrattis amanamaa ta'a

#namni wanta xinnoo
irratti amanamaa
hin taane, wanta
guddaa irrattis
amanamaa hin ta'u...

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
#αŠ¨αˆαˆ‰ α‰ αˆšα‹«αŠ•αˆ΅ α‹¨α‰³αˆ˜αŠ
α‰ α‰₯α‹™ α‹°αŒαˆž α‹¨α‰³αˆ˜αŠ αŠα‹
αŠ¨αˆαˆ‰ α‰ αˆšα‹«αŠ•αˆ΅αˆ
α‹¨αˆšα‹«αˆα… α‰ α‰₯α‹™ α‹°αŒαˆž
#α‹“αˆ˜α€αŠ› αŠα‹
=αˆ‰α‰ƒαˆ΅ 16:10
-----------------------------------------
#ΞŒΟ€ΞΏΞΉΞΏΟ‚ Ρίναι Ξ±ΞΎΞΉΟŒΟ€ΞΉΟƒΟ„ΞΏΟ‚ στα λίγα, Ρίναι Ξ±ΞΎΞΉΟŒΟ€ΞΉΟƒΟ„ΞΏΟ‚ ΞΊΞ±ΞΉ στα πολλά· ΞΊΞΉ ΟŒΟ€ΞΏΞΉΞΏΟ‚ Ρίναι άδικος στα λίγα, Ρίναι άδικος ΞΊΞ±ΞΉ στα πολλά.

πŸ…° Namni kana fudhachuu
dandau haa ,fudhatu
=matewoos 19:12
πŸ…± αˆŠα‰€α‰ αˆˆα‹ α‹¨αˆšα‰½αˆ α‹­α‰€α‰ αˆˆα‹
=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 19:12
----------------------------------
Telegrama irratti seena
Hunduma isaa
Hordoffaa....

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
πŸ’’πŸ’’πŸ’’πŸ’’πŸ’’πŸ’’πŸ’’πŸ’’
🌹seena kan irraa
Maali hubbatan... ❓

✍ Achiis
#Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: β€œNamni
#sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.

✍ Kanaaf, namichi isa waamee, β€˜Wanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessi’ jedheen

✍ Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: β€˜Gooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.

✍Yommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na
#simataniif waanan godhu anuu beeka.

✍Achiis namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, β€˜Gooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?’ jedheen. Namichis deebisee,

#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, β€˜ #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessi’ jedheen

✍Itti aansees isa tokkoon,
β€˜Ati hoo hammamtu si irra jira?’ jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100’ jedhe
Innis, β€˜Waraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessi’ jedheen

✍ Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu,
#ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.

βœβ€œAnis isiniin nan jedha, yommuu
#qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa

✍Namni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta
#xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau

✍ Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?

✍ Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan,
#badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?

#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.”

✍ Yeroo kanatti
#Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban

✍Kanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
β€œ
#isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(β—ˆLuqaas 16:1-15)



βœαˆ‰α‰ƒαˆ΅ 16:15

αŠ₯αŠ•α‹²αˆ…αˆ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α‘
#αˆ«αˆ³α‰½αˆαŠ• α‰ αˆ°α‹ αŠα‰΅ α‹¨αˆα‰³αŒΈα‹΅α‰ αŠ₯αŠ“αŠ•α‰° αŠ“α‰½αˆ
ነገር αŒαŠ•
#αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­_αˆα‰£α‰½αˆαŠ• α‹«α‹α‰ƒαˆα€ α‰ αˆ°α‹ α‹˜αŠ•α‹΅ α‹¨αŠ¨α‰ αˆ¨ α‰ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠα‰΅ #αˆ­αŠ΅αˆ°α‰΅ αŠα‹αŠ“

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
πŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆ
✍✍✍✍✍✍✍