🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Audio
🌺 Mormii orthodoksi fi pheenxee jiddutti taee
➻Gutema(orthodoksi)
➻Darara(pheenxee)

1πŸ‘‰Kiristoosif kani #sagaduu eenyuu ❓❓
2πŸ‘‰ #1335 maali ibsaa ❓
3πŸ‘‰ #maqaan Kiristoos kaku durii keessa jira❓

➊➻Rome 14:10-11
Yos ati maliif obbolessa ketti murtesita? Yokiin malif obbolessa kee tuffatta? Nuti hundi kenya barcuma murtii Waqayoo dura ni dhabanna.  Sababiin isas, β€œβ€˜Akkuma ani jiraataa taΚΌun koo beekama taΚΌe’ jedha waqayoon namni hundi akka Ana duratti #jilbenfatuu fi namonni hundi ani Waqayyo taΚΌuu koo ifatti amananii akka fudhatan bekama dha

βž‹βž»Isayas 45:23
Ani mata kotiin kakadheera;
afan kos akkana jedhee qajelumadhaan
dubbii hin geddaramne dubbateera;
#Jilbi hundi fula koo duratti ni jilbenfata;
arrabni hundis Anan kakata

➌➻Filiphisiyus 2:10
kana kan godhes #jilbi_hundi, jechunis samii keessa kan jiranii fi lafa irra kan jiran, akkasumas lafa jala kan jiran hundi maqaa Iyyasus kiristoosif akka jilbenfataniif

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
~