🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹➑️ kutaa _ 56 ffΒͺΒͺ πŸŒΈπŸ‘‡
β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­
πŸ”³ Gaaffii fi Deebii
πŸ”³ MuslimootaπŸ‘ˆ
✍ Yohaannis 13:20πŸ‘‡
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰ Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni
Muhammadi jedhuu...β“πŸ˜
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”³ Deebii keenyaπŸ‘‡
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
πŸ“•Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...❓
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jira❓duuka buoota isaa moo❓biyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..❓
πŸ”Ίβœ lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❀️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❀️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➑️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moo❓
muhammadi laata ❓
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=
muhammadi
Abbaaβž›Kiristoosβž›muhammad
➑️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaaβž›Kiristoosβž›Affuurra Qulqulluudha.

✍deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
πŸ“=β’ΆπŸ‘‰Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
πŸ“=β’·πŸ‘‰Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

πŸ“=β’ΈπŸ‘‰Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
πŸ“=β’ΉπŸ‘‰Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž›Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
βž›Kiristoos
muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti
muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha ❓
B➩
muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.❓
πŸ“=β’ΊπŸ‘‰Suura 35:4

وَΨ₯ِن ΩŠΩΩƒΩŽΨ°Ω‘ΩΨ¨ΩΩˆΩƒΩŽ ΩΩŽΩ‚ΩŽΨ―Ω’ ΩƒΩΨ°Ω‘ΩΨ¨ΩŽΨͺΩ’ Ψ±ΩΨ³ΩΩ„ΩŒ مِّن Ω‚ΩŽΨ¨Ω’Ω„ΩΩƒΩŽ ۚ وَΨ₯ΩΩ„ΩŽΩ‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡Ω ΨͺΩΨ±Ω’Ψ¬ΩŽΨΉΩ Ψ§Ω„Ω’Ψ£ΩΩ…ΩΩˆΨ±Ω

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilalaπŸ‘‡

وَΨ₯ِن : And i
ΩŠΩΩƒΩŽΨ°Ω‘ΩΨ¨ΩΩˆΩƒΩŽ : they deny you,
ΩΩŽΩ‚ΩŽΨ―Ω’ : then certainly
ΩƒΩΨ°Ω‘ΩΨ¨ΩŽΨͺΩ’ : were denied
Ψ±ΩΨ³ΩΩ„ΩŒ : Messengers#
مِّن : before you.
Ω‚ΩŽΨ¨Ω’Ω„ΩΩƒΩŽΫš : before you.
وَΨ₯ΩΩ„ΩŽΩ‰ : And to
Ω±Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡Ω : Allah#
ΨͺΩΨ±Ω’Ψ¬ΩŽΨΉΩ : return
Ω±Ω„Ω’Ψ£ΩΩ…ΩΩˆΨ±Ω : the matters.
✍kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii
muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹link waldaa kanaπŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========
πŸŒΊβ¬‡οΈ kutaa -65- ffΒͺΒͺ β¬‡οΈπŸ”³
   πŸ“gaafi fi deebi
   πŸ“musiliimota
✍ Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kani isin jajjabeessu isiinif ni kenna

==================
πŸ“gaaffii isaanii
1=kani jajjabeessu kuni
#muhammadi jedhuu.❓
=======*
πŸ”³ deebi keenya
πŸ“Lakki
muhammadi miti , inni Affuurraa Qulqulluudhaa malee.
β–²β–²β–²β–²β–²β–²
➩ Fakkeenyaaf kuni sobaa ta'u isaa hubbachufi. Jalqabaa dura dubbii kana kani dubbate Kiristoos , Kiristoos immoo kani dubbate barattoota isaa 11 qofaatti , baratoonni Kiristoos immoo kani jiran iyarusalemi keessa yookiin
#Israa'el keessa
➩
muhammadi immoo kani jiratu biyya #Arabaa keessa. Kanafuu eessaati walitti dhufuu ,laata ❓❓
Biyyaa Israa'el jechuun biyya Arabaa jechudha laataa β“πŸ˜

πŸ”³ inni bira immoo barattooni Kiristoos bara34-100 jidduu barattoota jiracha turanii.
Muhammadi dhalate waggaa 40 tti barsisuu eeggale
Amanta musilima bara 610 tti ,
Isaa booda 700 irraa eeggale jedhee jedha seena Islaama
(ragaa kiyyaa .
#how_islama_started)) jedha Google irraa ilaala))

➩kanafuu baratoonni Kiristoos bara 34_100 erga jirtanii ,
muhammadi bara 610 erga dhufee ,akkamitti wali argani muhammadi isaan jajjabdessu dandae laata....❓
πŸ‘‰yookaan gaaffii keenya sila Kiristoos barattoota isaatiin jedhee, barattoota Kiristoos keessa tokko immoo Pheexiroos ,kanafuu Pheexiroos fi
muhammadi wali argamanii jiru jennee gaafanaβ“πŸ˜
Deebi gonkumaa hin jiru Kanaaf kuni soba.
β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²β–²
πŸ”³ garuu Kiristoos kani jedhee afuurra Qulqulluudhaa malee
muhammadi mitii ❌
β“΅βœYohaannis 14:16-17
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kan isin jajjabeessu  isiniif ni kenna innis 
#Affuurra_dhugaa sia tau, #addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef fudhachuu hin dandau. Taus inni isinii wajjin waan jiraatuu fi isin keessa waan jiruuf #isin isa ni beektu.
πŸ‘‰ kanafuu Yohaannis 14:16* irraa kani jiruu Yohaannis 14:17 irratti qaamni kuni eenyu akka ta’e ifa godhee jira.
β–²inni bira immoo Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jedhe ture , Sababa maalif kadhata Abbaan hin beekuu moo❓Raajii iyyuel dubbate hin turee kana duraa ,Eeyyee dubbate jira.
β“ΆβœIyyuel.2:28
Waaqayyo ammas, β€œBara booddeetti
#ani_hafuura koo #nama hundumaa irratti nan dhangalaasa #ilmaan keessanii fi #intaloonni keessan #raajii in dubbatu, maanguddoonni keessan abjuu in abju'atu, dargaggoonni keessanis mul'ata in argu
➩kanafuu Kiristoos Abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa dubbii rajji kana akka rawwatamu ,
Nan godha jechuu Isaati maalee
πŸ‘‰akkuma Kiristoos yaa, abbaa hojji ati lafa irratti nati kinneete xumure jira jedhu, dubbi raji kana immoo isaa tokko turee Innis yaa, rawwatamuu jechu Isaatii.
β“·βœYohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
β“ΈβœLuqaas 24:49
#Ani wanta #Abbaan koo
#abdachiise isiniif #nan_erga Isin garuu hanga #humna gubbaadhaa dhufu uffattanitti magaalattii keessa turaa.”
πŸ‘‰kanafuu nan kadhadhaa jechuun isaa nan erga jechudha maalif yoo,jeetani kani humna kani jedhamee afuuraa Qulqulluu dha, kanafuu. Magaalaa kana keessa tura jedhee ture, afuurri Qulqulluu immoo guyyaa 50ffaa irratti buefi

πŸ…°Inni bira immoo Kiristoos fakkeenya nuufi ta'uf ,Abba nan kadhadha akka Afuura isiniif kennuuf jedhee., malee Kiristoos ofuma isaa Affuurra Qulqulluu kennuuf Aangoo qaba.
β“ΉβœYohaannis 20:22
Erga kana jedhee booda
#Affuura isaanitti baafatee akkana isaaniin jedhe: #Affuura_qulqulluu fudhadhaa
πŸ…Ύ Walumaagalatti waee
muhammadi gonkumaa akka hin jire akkasumas, Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa hojii Abba koo,nan rawwadha jedhu isaatti ,yookiin akkuma Abbaan Affuura Qulqulluu erguu anis nan erga jechuu isaa akka ta’e ni hubbanna, akkuma Kiristoos jedhe Β« akkuma Abbaan hanga amma hojjatu ,ilmi illee haluma kani hanga amma ni hojjata jedha.Β»
β“ΊβœYohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira;#anis nan hojjedha” jedhee isaaniif deebise.
πŸ…±Kutaa -56- ffaa dubbisaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/546
======//========