🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.39K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
💒 sagaleen tokko
samii irraa, “Kun Ilma
koo isa jaallatamaa
isa ani itti
gammadu dha” jedhe

🔊እነሆም,ድምፅ ከሰማያት
መጥቶ በእርሱ ደስ የሚለኝ
የምወደው ልጄ ይህ ነው፡ አለ
=Maatewoos 3:17
=ማቴዎስ 3 :17
▬▬▬▬▬▬▬
#Bagaa_Geessan
-Ayyaanna cuuphaa-
🔈🔈🔈🔈🔈🔈

◈ sadumma Sillaasee
Qabxiiwwan ibsan.
1=Mat 3:16-17

#Iyyaasuus erga
cuuphamee booda
battaluma sanatti
bishaanicha keessaa
bae yeroo
kanatti samiiwwan
ni banaman
Afuurri Waaqayyoos
akka gugeetti gadi buee
utuu isa irra
qubatuu arge
sagaleen tokkoo samii
Irraa Dhufe
= Jechi Waaqayyo jedhuu
Abbaa jechuudha
= ilma kan jedhamee Iyyaasuus
=Affuurri Qulqulluun ni bu'ee
Kanaafuu
➢Abbaa
➢ilma
➢Affuurra Qulqulluu
▬▬▬▬▬▬
Saduma inni jedhamuu
Isuma kan.

◈Tokkumma kan ibsan
Far-Daawit 113/114:3-7
#Galaanni argee in
baqate lagni
#Yordaanosis
gara booddeetti in
deebi'e Tulloonni akka korbeeyyii hoolaa
gaaronnis akka ilmoolee
in quruphisan
Yaa galaana nana
maal taatee baqatte?
Yaa laga Yordaanos
maaliif gara booddeetti deebite?

Yaa tullootaa maaliif
akka korbeeyyii hoolaa
yaa gaarotaa, maaliif
akka ilmoolee quruphiftan?

Yaa lafaa fuula
Gooftaa duratti
#fuula_Waaqayyo isa kan #Yaaqoobii duratti holladhu

ከያዕቆብ አምላክ ፊት
ከጌታ ፊት ምድር ተናወጠች
=መዝሙር 114 :7
➢akkuma beekamu
Kiristoos kan cuuphame
Laga Yordaanositi
Daawit laga Yordaanos
Maqaa kan waamee
Kanaafi

➹jechii yaa, galana
Fuula Waaqa Yaaqoobi
Jala maalif dubbati
deebitee Kan jedhuu
irratti "Tokkuma
Ibse jira
🔈 "Abbaa, ilma
affuura Qulqulluu
Bakka tokkootti Waaqa
Yaaqoobi jedhee jira
Kuni dirqama
tokkummaa ibsaa

💒 Maalif yoo,jennee
kan Cuuphame ilma
Ture laga Yordaanositi Akkumas Affuuri
Qulqulluun fi Abbaan hin cuuphamne
➢ Kanaafuu ilmi, Abbaan, Affuuri Qulqulluun Waaqa
Tokko Waani ta'aniif,akkasii
Jedhe Daawiti
▬▬▬▬▬▬▬
◈=Mat 3:17
ilmi koo inni jalatama
Jedhe jira Abbaan
samii irraa

➢ Abbaan ilma Maariyaami
Hin jennee, ilma koo, jedhee
Kan jedhuun Kiristoos
Amala lama irraa
amala tokko
Qabachu ibsa.
Kiristoos Abba isaa
wajjin walii qixa Wani ta’ef Abbaan ilma koo, jedhee
Kunis tokkummaa ibsaa

Qabxi
#Waaqummaa
Kiristoos ibsu

◈ Mat 3:3
Kunis isa Isaayyaas
raajichi waaee isaa
“Lafa onaa keessaa
#sagaleen, ‘Daandii
#Waaqayyo qopheessaa
Karaa isaas qajeelchaa
jedhu tokko ni dhagaame” jechuudhaan
dubbate sana dha.

➹Dandii kan qopheessuu
#Yohaannis cuuphaa
#Waaqayyo kan
jedhamee
Kiristoos (Yoh 1:1)

◈ Mat 3:10
Ammuma iyyuu
#qottoon
hidda mukeetii muruuf qophaaeera Kanaaf
#mukti firii gaarii
hin godhanne hundi
muramee ibiddatti gatama.

➢ Qottoo kan jedhamee
Aangoo Kiristoos
(isayaas 10:34
➢muka kan jedhamee
namoota
Luqaas 13:6-9)
➢Kanaafuu Kiristoos
Nama gaarii fi yakkamaa
Adda, ni basa
Kuni immoo
#Amala
Waaqa Keessa tokko

◈Mat 3:11
#inni Affuura qulqulluu
fi ibiddaan isin cuupha
=inni kan jedhamee
#Kiristoos
= Affuura fi ibiddan
Isin cuuphaa kan jedhamee
Ni rawwatamee
#Duuka_bu'oota isaa
cuuphee jira

HDB 2:3-4
Wantoonni akka
arraba ibiddaas
isaanitti mulatan
faffacaanii tokkoon
tokkoon isaanii irra tataaan
hundi isaaniis Afuura
Qulqulluu-dhaan guutaman akkuma Afuurri dubbachuu isaan dandeessisettis
qooqa adda addaatiin dubbachuu jalqaban

◈ Raaji_Iyu'eel 2:28
#Waaqayyo ammas
Bara booddeetti
#ani_Afuura koo nama hundumaa irratti nan dhangalaasa
<<<<<<<<<<<<<<<<
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
👉link kan xuqaa👇
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
~||===||~~~~
Ayyaanna Gaari
isiniif Haata’u..
#kutaa_1_Ffaa
======△======
1.Taaboonni maalif
Gara lagaati baha
=Deebi isaa
1.sababa tokkoffaa
👉seera oriti keessatti
Taabooni waqayyo
Laga Yordaanos deemee
Addan kute fakkeenya
Cuphaa wani rawwatefi
🔈 ragaa kitaaba Qulqulluu
(1) kitaaba Iyyaasuu 3:5-8👇
👉Sana booda Iyyaasuun #lubootaan #Taabotaf kakuu fuudhaatii sabicha dura
darbaa” jedhe
Kanaafuu, isaan taabota
kakuu sana fuudhanii
sabicha dura ni deeman

Achiis Waaqayyo
Iyyaasuudhaan akkana jedhe: “Akkuman #Musee
wajjin ture sii wajjinis
akkan tau akka beekaniif, guyyaa kanatti
guutummaa #Israael
duratti olii sin qaba

#Luboota Taaboota kakuu baatanis Yommuu
qarqara #laga_Yordaanos geessan
achuma Yordaanos
#keessa dhaabbadhaa
jedhii ajaji.
➢➢➢➢➢
qabxiiwwan hubbachu
Qabnu
lubbooni jirachuu
Taaboota Waaqayyo jirachuu
Israa'eloonni jirachuu
lagani Yordaanos jirachuu
Iyyaasuun jirachuu
➢kanafuu iccitii cuuphaa
Yero gara lagaa deemtu
lubboni jirachuu qabuu
Taabooni jirachuu qaba
Fakkeenyi israeellota
Nuu,Namooni jirachuu qabna
Faakkeenyi Iyyaasuu
Immo phaaphaasii fi
namoota Aango oli ana qabuu

➢ ergaa Phaawuloos
ilaali Kuno
1Qor 10:2👇
#hundi isaanii #Musee
hordofanii #duumessichaa fi #galaanichaan_cuuphaman
++++++++++
Jechi hundi isaanii
jechuu Israa'elota
-dummeessicha kan
Jedhame gara tokkoon
Dummeessa amma samii
Irra jiru
Gara biraan immoo #Affuura
Qulqulluu ibsaa
-mat 17:5
- HDB 2:2
-Luqaas 3:22
➢Musee hordofanii Israa'eloni
Ni cuuphaaman jedha
➢ Waaqa Aangoo Musee
Gara Iyyaasuu ni barase

◈ragaa kitaaba
ser.keessaa.deebii 34:9👇
#Museen_harka isaa
isa irra kaaee waan
tureef #Iyyaasuun
ilmi Nawe nama
#Affuura #ogummaatiin
guutame ture
Israaelonnis isa dhagauu jalqaban; akkuma
Waaqayyo Musee
ajajes ni godhan
kitaaba Iyyaasuu 3:7👇
👉Achiis Waaqayyo #Iyyaasuudhaan akkana
jedhe: “Akkuman
#Musee_wajjin ture
#sii wajjinis akkan tau
akka beekaniif
guyyaa kanatti
guutummaa Israael
duratti ol sin qaba
➹➹➹➹➹➹
akkuma Musee wajjiin
Ture sii, wajiin nan ta'a
Jedha, kanafuu Musee
Yoo, cuuphe, Iyyaasuu nis
Ni cuuphaa
-Muse fi Iyyaasuun
Aangoo walii fakkaatu
Qabu....
▬▬▬▬▬▬
seenaa kana xinnoo
Dubbisi mee, wanta
Sii, hubbachisu qaba

:kitaaba Iyyaasuu 3:13

#faanni miila luboota
Taabota Waaqayyo
isa Gooftaa guutummaa
lafaa ta'ee baatan sanaa
bishaan Yordaanos akkuma #tuqeen, #bishaan
Yordaanos inni
gubbaadhaa yaa'aa ture
yaauu isaa ni #dhiisa; bishaanichis akkuma hidha lagaatti ni #dhaabbata
➢yeroo lubbooni Taboota
Batani bishaanii Yordaanosi
Seenani bishaanii dubatti
Deebie dhabata jechuudhaa
➹Far 113/114:3-5👇
#Galaanichi kana
argee #baqate;f
#Yordaanosis #duubatti deebie

Gaaronni akka
korbeeyyii hoolaatti
Tabbawwanis akka
hoolotaatti burraaqan

🔊Yaa galaanaa,maaltu
akka baqattu si godhe
Yaa Yordaanos, maaliif
duubatti deebite
◈Walumaagalatti
Iccitti Taabooni gara
Lagaa itti deemi tokko
Isaa kan

2 inni lammaffaan
Immo seeri kuni dhaloota
Hanga dhaloota yaadatamuu
Qaba jedhee waaqayyo
Wani ajajeefi.
Seeri Kuni immoo Taaboota
Wajjin ta'u qaba waggaa
hanga waggaatti kunoo
Nuuti ni kabajana..
◈ragaa kitaaba
kitaaba Iyyaasuu 4:6-7👇
👉innis isin gidduutti
#mallattoo taee
ni #tajaajila Yeroo
booda ijoolleen keessan
#Dhagoota kana
as kan keessan
maaliifi jedhanii yoo
isin gaafatan,akkana
jedhaa isaanitti himaa
Akkana kan goone,
#bishaan Yordaanos
#Taabota_kakuu
Waaqayyo duratti waan
dhaabbateefi. Taabotichi Yordaanosiin yommuu
ceetti, bishaan Yordaanos
ni dhaabbate.
Dhagoonni kunis
saba Israa'eelif
#yaadannoo dhaabbataa
taanii tajaajilu
➹ እናንተ በእግዚአብሔር ቃል
ኪዳን #ታቦት ፊት የዮርዳኖስ
ውኃ ስለተቋረጠ ነው
#ዮርዳኖስን በተሻገረ ጊዜ
የዮርዳኖስ ውኃ ተቋረጠ
እነዚህም ድንጋዮች ለእስራኤል
ልጆች #ለዘላለም_መታሰቢያ
ይሆናሉ ትሉአቸዋላችሁ
=ኢያሱ 4:7

◈Kun Afaanni Grikii
Dubbisuu yoo, dandeessee
Ilaali
#εσείς θα τους απαντάτε ότι τα νερά του Ιορδάνη σταμάτησαν μπροστά στην κιβωτό της διαθήκης #του Κυρίου. Διακόπηκε η ροή του ποταμού, #όταν η κιβωτός περνούσε μέσα από τον Ιορδάνη. Έτσι, αυτές οι πέτρες θα είναι για τους Ισραηλίτες μια υπόμνηση παντοτινή».