๐นโ kutaa+35ffยชยชยป ๐๐ท
Gaafii fi Deebi
๐ ๐ฆMusiliimota ๐ฆ ๐
โYohaannis 10:27๐
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau, #Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,..... โ
โงFakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).
โ kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....โโ
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
โงDeebii keenya ๐
โ kutaa 34ffยชยช keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
๐๐๐๐๐๐๐๐
โงnuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
๐ Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba
๐นkitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa taโe, akkuma kana ijoollee kee, akka #Margaa lafa ni ta'u (แแญแ แ แณแแ แฅแแฒแแแฅ แตแแแตแ แ แฅแแฐ แแตแญ #แฃแญ แฅแแฒแแ แณแแแแ *แขแฎแฅ 5:25)
โงiddoo kana irratti fakkeenya nama kani taโe Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
๐ Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3
โ Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male #cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
โงlakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo = #Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.
๐ yaadaa lamaffaa bara #durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
๐kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa #dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นโงmee, #nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.
1โฃ=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee #hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.
๐โง Maatewoos 25:32-33
Saboonni #hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma #tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.
2โฃ= sagalee Waaqayyo yoo, #dhageenye hoolota jedhamana.
๐โง Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin #taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu
3โฃ=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni #midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne
๐โง Far 44:22
Nuti sababii #keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.
4โฃ= Waaqayyo wani nuu, #tiksuuf hoolotaa jedhamnee
๐โง Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota #kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha
5โฃ= #Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee
๐โง miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan #walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee #tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqaa
hordofa๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==๐๐๐

Telegram
๐นGoofoon_Qulqulloota_Maariyaamadha๐น๐๐ป
๐น๐kutaa_34ffยชยช.๐บ๐น
โ=Gaafi fi Deebi
โ Muslimootaโ
โโโโโโโ
1=โYohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani #hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2=โ Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe:โฆ

๐ Teessoo Allah jala maaltu gadi Roobaa silaโ
=Hiika isaa :- Yeroo Allah Namoota duโaa kasu, inni #Teessoo isaa #jala gadi #Roobaa, Teessoo isaa immo lafaa kana #guutuu haguuga fi qaamni nama immoo boolla (Awwaala) keessa oli #Margaa, akkuma sanyiin tokko lafa keessa marguutti.
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
โโTeessoo Allah jala sanyii kormaa isaa (sperm) isaa maali kana hunda gadi rooba siila waggaa 40 fi....?
โโSanyii Allah(ykn sperm) isaa jala hin dhumuu moo...?
โโYeroo sanyi Allah gadi roobuu sana Namoonni warri lubbuun lafa irraa jiran maali nyaatu...?
๐ข๐๐๐ก๐ค๐ค ๐ค๐๐๐ค๐ค๐ก๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐ค๐ค ๐๐๐ง๐ช๐ข๐จ๐ ๐จ๐ค๐๐ ๐๐ง๐ง๐๐ ๐ก๐ช๐๐๐ช ๐ ๐๐๐จ๐จ๐๐ฃ ๐ค๐ก๐๐๐๐โ๏ธ
๐ ๐ง๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
โงKitaaba ibn kathir.
fuula(page)-127
โงsecond edition july 2003
โงisbn 9960-892-71-9
=====//======