βΈDeebi keenya raguma
Kitaba kana irratii
Bareeffame ibsina..
β Yoh 4:19-23
"akkasi jedha"
#Dubartittiinis akkana
jetteen: βYaagooftaa
ati raajii ta'uu
kee hubadheera
#Abbootiin keenya
gaara kana irratti
#Sagada turan
isin garuu bakki
#namoonni itti
sagadu qaban
iyerusaalemi jettu.
#Iyyaasuus akkana
ishiidhaan jedhe
βDubartii nana
na, amani, sa'aatiin
isin gaara kana
irrattis tae
iyerusaalemitti
Abbaa itti hin
Saganee
ni dhufa...
isin wantahin beeknef
Sagaduu nuti garuu
fayyinni karaa
#Yihudootaa waan
dhufuuf wanta beeknuf
Saganna
Haatau malee, sa'aatiin
Sagadoonni dhugaan
#Affuuraafi dhugaadhaan
Abbaa itti sagadan
ni dhufa, sa'aatiin sunis
ammadha
sababiin isaas Abbaan #namoonni akkanaa
akka isa sagadan...
barbaada
====//===//====
β deebi isaa
Warri samariyaa caalisani
Garaa irraatti sagada akka
Turan.dubbi kiristoos irra
Ni hubbanna.
β "kiristoos akka dubarti
Hubbatu jecha fayyinni
Gara yihudoota jedhe
Malee ofuma isaa kiristoos
Gosa yihudaa irra dhalte
πΌ ibr 7:14π
#Gooftaan keenya
gosa Yihudaa keessaa
akka #dhalate beekamaa dha Museen waa'ee
gosa kanaa yeroo
dubbate immoo
waa'ee luba ta'uu
isaanii homaa hin
dubbanne
π» ibr 8:8π
Balleessaan isaan irratti argamnaan raajichi,
Kunoo, #guyyoonni tokko in dhufu; guyyoota sanatti ani mana #Israa'elii fi mana #Yihudaaf kakuu #haaraa iddoodhaan nan ga'aβ jedha gooftichi
πΌ ser.Uumama 49:10π
Siiqqeen #Yihudaa
irraa hin darbu,
#uleen mootummaas
dhala dhala isaa
harkaa hin dhabamu!
Kunis hamma inni
qabachuun ta'uuf
hamma inni sabni abboomamuuf sun
dhufutti in ta'a
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β2 mot 17:29-30
βAsteer 4:14
βmat 2:2
βyoh 19:19
βGalani waaqayyoof
Haata'u Ameen

πΉkutaa-96-ffaaππ
β»Gaafi Deebi Muslimoota.
β=πππππ ππππππ πππππππ(ππππππ) ππππ π πππππ’π’π π πππππ ππππ πππππ(π’ππ 1:1) : βΒ« πππππ π πππππ ππππ πππππ suni Kiristoos hin ibsuu Waaqayyo qofa tokkichuma sana malee jedhuu β
##Ragaa isaanii.
Galatiyaa 2:5
Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
Raajii_Dani'eel 2:22
Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulΚΌisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
β¬β¬β¬
π· #Deebii_keenya π«Έ
jecha bira yookaan Waaqayyo wajjiin ture jechuu afaanii Giriikii yaa ilaaluu.
β.Wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiru π #ΟΟα½ΈΟ π
β.Ergaa Galatiyaa 2:5 irraa kani jiru π #ΟΟα½ΈΟ π
β.Rajii Dani'eel 2:22 irraa kani jiruu π #ΞΌΞ΅Ο π
β£οΈkana booda jechoota Giriikii kana fayyadamne akka galumsa isaatti ilaala deemnaa
β»jechaβ»(ΞΌΞ΅Ο) Meti jechuun Oromiffaan = #wajjin jechudha
ββ»sera.Uumama 3:6
#Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. #Dhirsi ishees ishee #wajjin_ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
βοΈ#Dubartii_wajjin kani ture eenyu β
Adaamiπ― =Kanaafuu #qaama_lamatu jira isaaniis Adaam fi hewwani
β£amma jecha ΟΟα½ΈΟ prosi Oromiffaa sii wajjiin jechudha kunis
ββ»Seera.Uumama 6:18
#Si_wajjin garuu kakuu nan gala; atis doonii seenta; atii fi ilmaan kee, niitiin keetii fi niitonni ilmaan keetiis ni seentu
π·Eenyuu wajjiin Kakuu gala Waaqayyo β
Nohii wajjin=ok
=kanafu #qaama_lamatu jira isaaniis Waaqayyo fi Nohi
πΉKanaafuu Haaluma walii fakkaata wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiruu qaamaa lama malee tokko miti. Isaanis Kiristoos fi Abbaa dha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β£οΈmee ammaa immoo Galatiyaa 2:5 irraa kani jiruu ilaala iddoo sanatti akkasii jecha Β« Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
β»akka dubbisaa kanatti qaama meeqatu jira meeβ
Qaamaa lamatuu jira malee tokko miti.
Qaamni tokkoffaan Namaa jira
Qaamni inni bira immoo misiraachoo Kitaabni ofii irraa qabuu kani namni fudhatuu.
=Kanaafuu qaama lamatuu jira isaaniis namaa fi misiraachoo Kitaabni ajajuu kani namni ittiin bullu.
ββ»Raji isaayaas 52:7
#Miilli warra #wangeela fidanii,
kan nagaa labsanii, kan oduu #gammachiisaa fidanii,
kan fayyina labsanii, kan Xiyooniin,βWaaqni kee moΚΌeera!β jedhanii tulluuwwan irratti akkam miidhagaa dha!
β»miili kani namatti yookaan namaa jechuudha.
β»Oddu gammachisa immoo wangeela.
Kanaafuu qaama lamatu jira.
ββ»1Pheexiroos 1:25
#dubbiin Gooftaa garuu bara baraan ni jiraata.β
Dubbiin kunis #wangeela #isinitti lallabame sana
β»Dubbin wangeela
β»kani itti lallabamee eenyu nama .
=kanafuu yoo xiqqaate qaama lama isaa oli ibsaa
β¬β¬
Raajii Daani'el 2:22 irraa kani jiru ilaala Innis akkasii jedha Β« inni waan gadi fagoo fi waan dhokfame ni mulΚΌisa;

β»inni kani jedhame Waaqayyo
β»ifni isaa wajiin jirata jedha
Iddoo kanatti wanta lama ibsaa tokkoffaan Waaqayyo, lamaffaa immoo #Amala_Waaqayyo kani taβe ifa jechudha.
βkanaafi Waaqayyo ifa jedhe 1Yohaannis 1:5

= #Waaqayyo_ifa_jechuun immoo # dhugaa qabeesa kani taee jallinna tokko kani hin qabnee jechuudha.
Fakkeenyaaf
ββ»Kitaaba fakkeenya 13:9
#Ifni nama #Qulqullu akka #gaarii ifa #ibsaan nama #hamaa garuu ni dhaama
=suni Qulqulluu wani taβefi Qulqulluu ta'uf immoo jallina irraa fagachuudha. Kanafu namni Qulqulluun suni akka ifu kani godhee maalidha reeβdhugaan jiradha miti ree.
Ifa nama Qulqulluu yeroo jennuu =dhugaan warra jiratanii dhugaa dubbatani jedhuudha