🅱➡️ kutaa_41ffªª⤵️
Gaafii fi Deebi
⏸ Muslimoota
⏺ Yohaannis 11:22
#Maartaan Kiristoos akka dhufaa jiru yommuu dhageessu isa simachuuf gara isaa dhaqxe; Maariyaami garuu manuma keessa taaaa turte.
Achiis Maartaan Kiristoosin akkana jette: “Yaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa #obboleessi koo hin duu ture.
⏯ Haatau malee, amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo #kadhate((gaafatte))
Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Gaaffii isaanii Kiristoos humna isanii hooma gochuu hin danda'u Waaqayyoo kadhatee rawwata malee jedhuu ❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Deebi keenya'.
Lakkii Jechi kadhatee jedhuu Kiristoos Aangoo dhabuu isaa hin ibsu kan jedhuu ta'a
Ragaa kitaaba
⓵=Matewoos 28:18
Yeroo kanatti Kiristoos isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “ #Samii irrattis
tae #lafa irratti #Aangoon hundi anaaf kennameera.
⏯ kanafuu erga samii fi lafa irratti Aangoo kennameefi maalif kadhachuu barbaachise jennee gaaffii yoo,isaan gafane deebii hin qabanii ..🚼
♨️ Aangoo samii fi lafaa kani kennef Waaqayyo kan jedhan yoo,ta’e immoo.
=jedhii nafi kennamee jedhuu immoo hiika kan qaba.
⓶=Yohaannis 16:15
Wanti #Abbaan qabu hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
▬akka ibsa kitaaba iddoo tokko tokkootti Abbaa jechuun Waaqayyo jechudha jedha.
▶️Yoh 8:54
Kiristoos deebisee akkana jedhe: “Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin
qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha
⏩ gara deebii kallattiin yoo, deebinu =((Yoh 11:22))
➞Maartaan caaliste dubbate maalee wanti ishiin beektu hoomtuu hin jiruu.
▶️ fakkeenya Kiristoos Alaazaar osoo hin duni dura #namoota murasa du'a kasee jira ((yeroo sana namoonni suni kiristoosin Waaqayyo kadhadhu du'u nuuf kasi hin jennee turee.
➡️ Maartaan garuu amma Waaqayyo yoo, #kadhatee jeete yaada ishii ibsu jalqabde.
🟰Kiristoos immoo osoo akka yaada ishe ta’e Eeyyee dhugaa jette ,Waaqayyo .nan kadhadhaa jechuu qaba. turee
🔺Kiristoos Maartaan akka #dogoggorate argee akkasii jedhee Deebi ishii dhaf kenne ⬇️
⓷=Yohaannis 11:23-27
Kiristoos deebisee akkasii jedhe, “ #Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, “Guyyaa dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beeka” jetteen.
Kiristoos akkana ishiidhaan jedhe: “ #Duaa kauu fi #jireenyi
ana. #Namni anatti amanu yoo #due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi anatti kan amanu #hundis matumaa hin duu. Kana ni amantaa ree❓
ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma
Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan #amana” jetteen
➞kanafuu deebii sirrii itti himme Kiristoos Anu du'a isa nan kaasa. Jedhee malee #Waaqayyo_kadhadhee kasa hin jennee 🛅
▬▬▬▬▬▬▬▬
⓸=Mul’ata Yoh.1:18
Ani #dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara #baraatti nan jiraadha,
ani #furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
🅰 erga furtuu du'aa fi Awwaala qabatee Kiristoos maalif kadhachuu barbaachise .jenne gaaffii yoo,gaafane maali jedhuu ....🚯deebii hin qabin.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
↪️ link kanaa xuqa miseensa ta'u yoo,barbade..➕➕
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️

🅰 kutaa-101-ffaa👇
➻Gaafi fi Deebi Muslimoota
✍Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taʼee fi Abbaa bira jirutu waaʼee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu ❓
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaʼamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taʼu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
▬▬▬
👋 Deebi keenya👇
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
➻Abrahaam
➻Isayaas
➻Iyyoobi
➻Yohaannis
➊➻Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaʼee jiruu #Waaqayyo isatti #mulʼate.
➋➻Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duʼe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaʼee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
▬▬▬▬▬
👉Amma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf « jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa ta’e dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a » .
✍ Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti 👇
➊➻Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taʼe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaʼee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taʼee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;
➻❤Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa ta’e #Kiristoos
➋➻Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaʼamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaʼe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaʼaa jiru turan.
➻❤uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
➌➻Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
➻❤️ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
➍➻Mul’ata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture; miilli isaa sibiila diimaa baʼeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture. Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taʼee fi karaa lamaan qara qabu ni baʼe, #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas 👉#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duʼaa fi Awwaalaa qaba.
➻❤ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
➻❤ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.
🌹kani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
➎➻1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taʼe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulʼisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaʼamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taʼu. Ameen.