๐นWangeela
tokko Qofaa jira
=Galaatiyaa 1:7
โฌโฌโฌโโฌโฌโฌ
1โ=akkuma
cuuphaan
Tokko jiruu
2โ=akkuma Gooftaan
tokko jiruu
3โ=akkuma Amantan
tokko jiru
4โ=akkuma wangeeli
Tokko Jiru
5โ=hordofitooni
Tokko qofti jiruu
โqabxiiwwan 1-3 kan
ibsu ๐=Eef 4:5
โqabxiin wangeela
Tokko ibsu=Gal 1:7
โQabxin
Hordoftoota tokko
Ibsu (Ani
#ortodoksii Kana
ibsuu
๐=Eefe 1:10-13
๐=Gal 1:15
๐ผ=Qabxiwwan 5 kan
Bakka Tokkoti ilaala
โ akkuma #Phaawulos
Jedhe1Qor 13:13 irraatti
โ=jalalaa
โ=amantii
โ=abdii
โ isaan sadan iyyuu
Garagara hin Bahan
Jedhuu
โ ammas wantoonni
#Shanan(5) kuni adda
Hin Bau
โจ๏ธ Waa'ee hordofitoota
Waaqa tokko irratti
#Ani_ortodoksii dha
Kan jedhuu irratti
๐นAni #ortodoksii
Ta'e dhalee kootif
Waaqayyof Galani
Haataโu jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuโ
๐นAni ortodoksii ta'u
Kootif baayโeen
#gammada jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuโ
๐ผ kanaa irratti
Kitaabni Qulqulluun
Maali jedha
โ #isin isa gaarummaa Kiristoos isa guddaatiin
isin waame Sana irraa gara #wangeela kan #biraatti
saffisa akkasiitiin garagaluun keessan na dinqisiiseera
๐ผ=jechi #isin jedhuu yeroo
Jalqabaf Namoota warra
Galaatiyaaf jechuu isatti
โ #wangeeli kan biraan
akka hin jirre
#beekamaa dha
haa tau malee
namoonni isin jeeqanii fi
#wangeela waaee
Kiristoos ibsu #jalisuu barbaadan tokko
tokko jiru
๐ผ wangeeli kan biraa
Akka hin jire jechuun
Isaa Waangeela tokko
Qofa jira jechuu isati
Kan bira wa'e Kiristoos
Hin ibsu jedhudha
โTaus nu keessaa
namni tokko yookiin #Ergaaman//maleekaan
tokko #samii irraa dhufee
#wangeela nuti isiniif
#lallabne irraa #adda tae
yoo isiniif lallabe inni #abaaramaa haa tau
โ wangeela tokkicha
Kan irraa adda taโe
Kan laallabe Abaarama
Ni ta'a
Namas yoo,taโe
Ergamootaa yoo
Ta'es
๐ป=Haataโu malee
Ergamoonni Waaqayyo
Wangeela nama
Barsisuu ni danda'u
=Ergamaan Seexanaa
Dhufe garuu kan adda
Ta'e yoo,lallabee
Ni abaaramaa
โAkkuma kanaan dura dubbanne ammas dabalee
nan dubbadha #eenyu illee wangeela isin #fudhattan
irraa adda tae yoo isiniif
lallabe #abaaramaa haa tau
๐ป=Namas yoo taโe kan
Abaaramee ta'a
โAni amma namoota
moo Waaqayyoon amansiisuuf yaalaan jira? Moo namoota gammachiisuuf yaalaan jira? Ani amma iyyuu namoota
gammachiisuuf yaalaan
jira yoo tae #garbicha
Kiristoos miti jechuu dha
โYaa obbolootaa
#wangeela ani isiniif
lallabe #nama irraa kan
madde akka hin taane
akka beektan
nan barbaada
๐ป=wangeelich nama
Irra akka hin dhufnee
Ibse
โ sababiin isaas ani
Wangeella kana
#Iyyaasuus_Kiristoos
irraa #mulataan nan
fudhadhe malee
nama irraa hin fudhanne
yookiin namni
na hin barsiisne
๐ป=wangeeli kan
Kiristoos
Ta'u ibse jira
โAni dur #amantii
Yihudii keessatti akkamitti akkan jiraadhe
jechuunis #Kiristiyaanotaa Waaqayyoo cimsee
ariachaa fi balleessuuf dhamaaa akkan ture dhageessaniittu
๐ป= #Phaawuloos jalqabaa
Amanti yihudoota
Hordofaa akka jiruu
โakkasumas #aadaa
abbootii kootiif hinaaffaa guddaan qaba ture
saba koo keessatti
warra #hiriyoota koo
taan hedduu #caalaas
amantii Yihudii
keessatti baayee
guddachaan ture
๐ป=Phawuloos yeroo
Sanati hiriyoota isaa
Akka caaluu mul'isa
โHaatau malee
Waaqayyo inni
#gadameessa haadha
kootii jalqabee na
#filate fi karaa gaarummaa
isaa isa guddaa na
waame sun
๐ป=Akkuma Phaawuloos
Gadameessaa haadha
Isaa keessa filatame
Hordofa Kiristoos taโe
โ Ani #ortodoksii taโen
Dhaladhee yoo jeete
Sirridha,Ani ortodoksii
Ta'u kootiif,nan
gammada yoo,jeette
Sirridha
๐=Gal 1:6_17
๐ปWangeelli #dursa
Wanta hunda akka
Ta'e ifa
===========
#saqqii dhugaatiin
mudhii keessan
hidhachuu fi gaachana
#qomaa Qulqulluu uffachuudhaan
#jabaadhaa dhaabadhaa
akkasumas #wangeela
#nagaa labsuuf
qophaauudhaaf #miilla keessanitti #kophee
kaaadhaa
=Eefesoon 6:14-15
=============
๐น#Yaada yoo
qabatanii๐
๐ @Gutema123
๐ผ=link channeel
Yoo barbaadan๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐นWaaqayyoo Raaji dha
Mooโmitti..โ.โ
๐นyoo, Raaji dha jeete
Akkamiti ta'a....โ
๐นโ lakki Raji mitti
Yoo, jeete immo
Akkamitti...โ
===//======
โณDeebin keenya
Eeyyee Waaqayyo
Rajidha.
โ akkamitti Raji ta'e.โ
โ jalqaba dura
hiika Raaji ilaalan
barbachisa dha...
๐ " rajii jechun
Kani kan #dura,kan ta'e
#Amma ta'a kan jiru
Gara #fuuldurati kan
Raawwatamu...
Wanta samuu nama
oli kan Ta'e
Dubbii dhugaa kan ta'e
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ ฑโgara mata duree
keenya Yeroo deebinu
๐น๐Waaqayyo rajidha
Yero jennu
โธโ=tokkoffaa isas
Waaqayyo sami
Fi lafa Uumee, akkasumas
Nama, ergamoota Uumun
isaa #rajii isaa tasisa
โkuni hundi isani iyyuu
Samu nama oli.
wanta dinqisisadha
โkitabni Qulqulluni
Maali jedha
๐น=far-daawit 40:5๐
๐Yaa Waaqa koo
Ati wantoota #dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.
Kan #siin_gitu tokko
illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii
gita hin qabu....
โแ แคแฑ แ แแแฌ
#แซแฐแจแแธแ แฐแ แแซแต แฅแ แแ แ แณแฅแ แแ แแแ แจแแแตแแ แจแแ #แฃแแซแ แฅแแแญแ #แจแแฅแญ
แแ แ แ =(แแแแญ 40 :5)
๐น= seera.Bau 15:11๐
๐Yaa #Waaqayyo waaqolii gidduudhaa kan
akka keetii eenyu โ
Kan Akka kee
#Qulqullummaadhaan hundumaa irra kan
caalu eenyu โ
Ati sodaatamuu fi jajamuu
qabda
wantoota #dinqisiisoo
taanis situ raawwata.
แ แคแฑ แ แ แแแญแต แแซแจแ
แฅแแฐ #แ แแฐ แซแ แแ แแ? แ แแตแแ แจแฐแแซแ #แตแแ แแ แจแแณแฐแญแ
#แ แ แตแตแ แจแจแ แจ แฅแแฐ แ แแฐ
แซแ แแ แแ=(แแธแ แต 15:11)
๐นraga dabalata dubbisi
โFar-Daawit 139:17-18
โFar-Daawit 71:15
โFar-Daawit 136:4
โFar-Daawit 111:2
โFar-Daawit 104:24
โFar-Daawit 92:4-5
โFar-Daawit 139:6
โkitaba. Iyyobi 5:9
โkitaba. Iyyobi 9:10
***
โkitaba. Iyyobi 11:7-9
โkitaba. Iyyobi 26:14
โkitaba. Iyyobi 42:3
โRaji Ermiyasi 29:11
โRaji isayasi 55:8-9
โRoome 11:33
โkanafuu waaqayyo
Hojji dinqisisa wani
Rawwatufi, ni #raajeffama
Yookin #raji jedhama.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โธโ=inni lamaffa immo
Kallatin inni rajji jedhamu
โwanta hunduma
Dursee beeku isaati
๐นraji isayasi 45:21๐
#Gabaasa keessan
dhiheessaa, #dhimma
keessan dhiheeffadhaa.
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
#Bara_dheeraa_dura kana
kan dubbate,
Yeroo darbe irraa
kaasees kana kan
labse #eenyuโ
Ana #Waaqayyo mitiiโ
Ana malee Waaqni kan
biraan hin jiru;
Ana malee Waaqni
Qulqulloonis tae
Fayyisaan hin jiru.
#แญแแแฉ แญแ แจแกแ แ แ แแตแแตแ
แญแแจแฉ #แจแฅแแฑ แญแ แ แซแณแจ
#แจแแตแแต_แจแฐแแแจ แแ แแโ แซแณแจแแ แจแฐแแแญแแ
แฅแ #แฅแแแ แฅแแญ แ แญแฐแแแแโ แจแฅแแ แ แแญ แแ แ แแแญ แจแแ
แฅแ แปแตแ แ แแแญแ #แแตแแแต แแ แจแฅแแ แ แแญ แแแ แจแแ
=(แขแณแญแซแต 45:21)
๐น raga dabalata dubbisi
โRaji isayasi 41:22-23
โRaji isayasi 43:9
โ Raji isayasi 44:7-8
๐ ฐ fakkeenyuma
Kan kiristoosi
Durse kan dubbate
Jira....
๐น=matewoos 24:25๐
Egaa, ani #dursee isin #akeekkachiiseera
#แฅแแ_แ แตแแตแ แแแญแแฝแ
=(แแดแแต 24:25
๐น=Luqasi 21:32-33๐
Dhuguman isiniin jedha, wantoonni #hundi hamma #raawwatamanitti
#dhaloonni kun matumaa
hin darbu
#Samii fi #lafti ni darbu
#dubbiin_koo garuu
matumaa #hin_darbu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โธโ=sadaffaan (dubbi
#Namooni Qulqulluuni
Dubbatan kan waaqayyo ti
Kanaafu dubbi #rajoonni
Dubbatan waaqayyo irra
#Fudhatani.....
โerga dubbi isaani
Waaqayyo bira dhufe
Waaqayyo #madda yookin
#Burqa raajootati
Kanafuu waaqayyo
Mataan isaa iyyuu #raajidha
๐น=Raji Ermiyaasi 1:9๐
๐ #Dubbiin Waaqayo
akkana jedhu gara
koo ni dhufe
#Gadameessa keessatti
sii- tolchuu koo dura
sii-beekeera
#Dhalachuu kee duras
si-Qulqulleesseera.
Sabootaaf #raajii si godheera.โ
๐Ani garuu, โWayyoo, yaa
Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaa
#Daaima waanan ta'eef, akkamitti akkan
#dubbadhu hin beekuโ
nan jedhe.
๐Waaqayyonis akkana
naan jedhe:
#Gara warran itti si #ergu
#hundumaa deemuu
waan qabduuf,
Wantan si #ajaju hundumaas
isaanitti waan dubbattuuf,
โAni daaimaโ hin jedhin
โ #Fuulli isaanii
si hin sodaachisin,
Sababiin isaas
โAni si-oolchuuf sii_wajjinan
jiraโa jedha Waaqayyon.โ
๐นAchiis waaqayyo #harka
isaa diriirsee
๐ #afaan koo tuqe.
Sana booda waaqayyo
akkana naan jedhe
๐โ #Ani_dubbii
#koo afaan kee
keessa kaaeera ๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น #kuta_2_ffaan
โitti fufa
๐นโlink kan xuqaโ
โ #haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====

๐
ฑ kutaa-74-ffยชยช.๐
ฑ
๐gaafii fi deebi
๐Muslimoota
โYohaannis 17:8
Ani #dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
แฎแแแต 17:8
แจแฐแ แธแแ #แแ แฐแฅแปแธแแแแ แฅแแญแฑแ แฐแแ แแตแฅ #แจแ แแฐแ_แแแต แฅแแฐ แแฃแ แ แฅแแแต แ แแแฅ แ แแฐแ แฅแแฐ #แแญแธแ แ แแ.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉgaaffii isaanii.
1๐ dubbii Kiristoosi Abbaa irraa fudhatee barattoota isaati keena, inni ofi hin beeku
jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ.
๐ Deebii keenyaa.
Lakkii Kiristoos wanta hunda beeka
โตโธYohaannis 16:30
Ati wanta #hunda akka #beektuu fi #eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati #Waaqayyo_biraa akka dhufte #amanneerra.โ
โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป
๐gara hiika jechoota
ilaalaa Yohaannis 17:8 irraa
maali ibsaaโ
๐A))๐ dubbii ati naafi keenite Ani isaanii keenera jedha.
=dubbii isaa kami kennefiโlaata Kiristoos.
๐deebii isaa idduma kanatti ibsee jira Kiristoos, dubbi kani jedhame isaa kana โKiristoos Abbaa bira dhufuu #beekuu fi Amanuudha, gara biyya lafaa eegame dhufu isaatti"โ
๐ค sababiin isaa Jechi #Fudhatanii jiru jedhuu kanuma ibsa wani taโef.
๐kunoo Kiristoos jechoota sani dubbii kee,jedhee malee dubbi bira mitii, โ โ
๐barattoonni Kiristoos isaa kana #Amananii fudhatanii jiru jechuudha.
โถโธYohaannis 17:8
Ani #dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
โฉRagaa Dabalataa.
โทโธYohaannis 16:27
isin waan na jaallattanii fi Waaqayyoon bira akkan #dhufe waan #amantaniif, Abbaan ofii isaatiif iyyuu isin ni jaallata.
โฉJechi #Amanuu jedhuu immoo Yoh 17:8 irratti ibsamee jira. Kaayyoo inni *
โธโธYohaannis 11:27
Ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, Ati Kiristoos, #Ilma Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan #amanaโ jetteen.
โนโธYohaannis 8:24
Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas, #inni dhufu sun ana taสผuu koo hin #amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu.โ
โบโธYohaannis 6:68
Nuti ati Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ
๐jecha #beekuu ๐jedhu immoo ilma Waaqayyo ta'u beekuudha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐B))โฉJechi Ani Abbaa biraa dhufee jedhuu hoo,maali ibsaโ
๐Kuni immoo Kiristoos #qofti Abba bira jirachuu ibsa.
โปโธYohaannis 6:46-47
Isa Abbaa biraa dhufe sana malee #namni_tokko illee Abbaa hin argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Anatti kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba.
โผโธYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru
#ilma_tokkicha isa taสผee fi #Abbaa_bira jirutu waaสผee Isaa nuu ibse.
๐นkanafuu Kiristoos qofti erga Abbaa biraa turee ,inni Kiristoos Waaqa.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐C))โฉKiristoos maalif Ergamee โ namoota fayyisuu.
โฝโธYohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, โKana booda waan ati dubbatteef qofa amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra; namni kun dhuguma #fayyisaa_addunyaa taสผuu isaas #beekneerraโ jedhan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐D)โฉKiristoos erga namoota fayyisee booda hoo, eessa deemaa.
๐kara Tessoo isaa, isaa irratti dhufti deebi'a.
โพโธYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu oli baสผuu yoo argitan
maal jettu ree?
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฃโ waligaltii dubbii kee, kani jedhamee Kiristoos Abbaa biraa dhufuu isa kani ibsu ta'u,hubbannee jira, fedhiin Abba namoonni akka fayyanii ,akkasumas #fedhiin_Kiristoos namoonni akka fayyaniif fi du'a jala akka miliqanif.kunis fedhii Kiristoos isaa Kiristoos dhufee hojjin mirkaneenesse jira
๐ พ,Yohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo namni #Ilma_beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; Anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
โค link waldaa keenyaa kana xuqaa hordofa๐๐